Manni Marii Waloo Paartiilee Siyaasaa Oromiyaa paartiileen ga’eesaanii akka ba’an taasisaa jira

Finfinnee: Mariin walgaarreffachuu paartiilee siyaasaa hambisuun ijaarsa sirna dimokraasii biyyaa keessatti ga’eesaanii akka ba’an taasisuuf shoora olaanaa akka qabu Manni Marii Waloo Paartiilee siyaasaa Oromiyaa ibse. Manni marichaa Kamisa darbe gabaasa raawwii... Read more »

 Karra marii hundaaf banaa ta’etti hirmaachuun gahee hundaati

Finfinnee: Mariin biyyaalessaa yaadame dhimma dhaloota gidduutti nagaa buusuufi biyya ittifufsiisuuti malee dhimma paartii siyaasaafi dhimma aangoo itichuu miti. Waldhabdeen dhaloota gidduutti sababoota garaagaraatiin mudate turtii barootaatiin gangalataa as ga’eera. Haaloofi jibbiinsi... Read more »

 Meeshaaleen ashuurarraa bilisaa alaa galan guddina dinagdeetiif shoora olaanaa qabu

Finfinnee: Meeshaaleen ashuurarraa bilisaa alaa galan guddina dinagdee biyyattii saffisiisu keessatti shoora olaanaa akka qaban Hayyuun Dinagdee Doktar Qosxanxinoos Barihetasfaa ibsan. Doktar Qosxanxinoos Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf Roobii darbe akka ibsanitti, meeshaaleen ashuurarraa... Read more »

 Maqaa invastimantiin weerarri lafaa bal’inaan adeemsifamaa ture

Finfinnee: Hundeeffamasaa dura magaalaan Shaggar bakka rakkoon bulchiinsa gaariifi alseerummaan itti dagaage waan tureef maqaa invastimantiin weerarri lafaa bal’inaan adeemsifamaa turuu Kantiibaan Magaalichaa Doktar Tashoomaa Addunyaa ibsan. Dhiyeenya magaala Finfinneetti qabuufi carraa... Read more »

 Dippiloomaasiin Itoophiyaa gocha qabatamaan dabaalamaa jira

Finfinnee: Dippiloomaasiin Itoophiyaa yaadaan qofa osoo hintaane hojii qabatamaan mul’achaa jiraachuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Miseensi Koree Hajaa Alaafi Nageenyaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. Ambaasaaddar Diinaan ibsa torban darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »

“Haroon Wancii gara fuulduraatti madda dinagdee olaanaa ta’a” -Obbo Dhaabaa Jinfeessaa

Wancii: Haroon Wancii Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Wancii, Ganda Wanciitti Finfinneerraa kiiloomeetira 140 fagaatee argama. Haroon kun gaarreen bosona uffataniin marfamee argamuunsaa haroowwan naannichis ta’e biyyattiin qabdurraa adda isa... Read more »

“Boqqonaan maraammartoo jeequmsaa mariin  cufamuu qaba” -Obbo Baqqalaa Nagaa

Finfinnee:  Seenaan maraammartoo jeequmsaa biyyattii mariin goolabuufi yaada furmaataa mariin argame hojiitti hiikuun dhimma ijoo ta’uu miseensi Koree Giddugaleessaa Kongirasii Federaalistii Oromoo Obbo Baqqalaa Nagaa ibsan. Obbo Baqqalaan Wiixata darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »

Dhalootni biyya walharkaa fuudhee akka ceesisuuf riqicha tolchuun barbaachisaadha  

Finfinnee: Dhalootni burqaa yookaan hidda ganamaasaa hinbeekne biyya dabareen ittifufsiisuuf waan rakkatuuf ilmaan daayaasporaa biyya ambaatti dhalataniif waamichi karaa Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad dhiyaate. Doktar Abiyyi akkuma gara angootti dhufaniin... Read more »

Barana omishtummaa fooyya’aa galmeessisuuf hirmaannaa cimaa akka barbaachisu Doktar Abiyyi ibsan

Finfinnee: Barana sagantaa maaddii guutuutiin omishtummaa fooyya’aa galmeessisuuf hirmaannaa cimaa akka barbaachisu Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad akeekan. Doktar Abiyyi gama miidiyaa hawaasummaasaaniin Maaddii Guutuun sagantaa biyyaalessaa omisha aannanii, lukkuu, killee,... Read more »

Hanga Sadaasa 17tti lafa hektaara miliyoona 7.4 irraa omishni sassaabame

• Qonna qamadii bonaan lafti hektaara miliyoona 1.6 sanyiin uwwifameera Finfinnee: Sassaabbii omishaa hanga Sadaasa 17 bara 2016tti gaggeeffameen lafa hektaara miliyoona 7.4 irraa omishni sassaabamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Ministeerichatti Raawwachiisaan Hojii... Read more »