Oduu Bariisaa
Finfinnee: Qormaatni ogummaa bu’uureffate kan tibbana Hojjettoota Bulchiinsa Magaala Finfinneef kenname hojetaa gidduutti miira dorgommiifi kaka’umsa kan uumu ta’uun ibsame. Hojjettotni qormaaticha fudhatan Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, qormaatichi namni... Read more »
Adaamaa: Seenaafi seeneessi dogongoraa biyya kana keessatti hundee gadi fageeffachuun seenaa dhugaa dhoksee sobammoo dhugaa fakkeessuun dhaloota barsiise. Dhalootni seenaaafi seeneessa sobaa kanaan guddatan immoo daandii dogongoraa kana qabatanii dhugaa jiru fudhachuuf... Read more »
Waamicha Ministirri Muummee RFDI Abiyyi Ahmad (PhD) tibbana Itoophiyaanota dhaloota lammaffaaf taasisan (“Back to your origins”) hordofee diyaasporaawwan gara biyyaatti dhufaa jiru. Gaazexaan Bariisaas dhalataa Itoophiyaafi hayyuu miseensa Mana Marii Magaalaa Toroontoo... Read more »
“Aadaan waldeeggaruufi miirri obbolummaa haala kamuu keessatti cimuu qaba” – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee: Haala kamuu keessatti ummattoota biyyattii biratti aadaan waldeeggaruufi miirri obbolummaa cimuu akka qabu Ministirri Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa ibsan. Obbo Qajeelaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, har’a shira... Read more »
Finfinnee: Ayyaana Dhalachuu Gooftaa Yasuusiifi Cuuphaasaa sababeeffachuun beeyladootafi omishaaleen qonnaa gahaan akka dhiyaatan hojjechaa jiraachuu Biiroon Daldala Oromiyaa ibse. Giddu galli Misooma Beeyladaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnees gabaa ayyaanaa tasgabbeessuuf dhiyeessiirratti hojjechaa jiraachuu... Read more »
Finfinnee: Hojii Dippilomaasii cimaa hojjetameen gufuuwwan birmadummaa biyyaattii hedduun maqfamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ittigaafatamaan Waajjira Ministira Muummee Ittaanaafi Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Isheetee Xilaahuun Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »
Finfinnee: Waliigaltee mootummaa Sumaaleelaandii waliin taasisteen ulaa galaanaa argachuun Itoophiyaa calaqqee cimina dippiloomaasiifi milkaa’ina seenaqabeessa ta’uu Hayyootni Jimaata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf ibsan. Gameessi Siyaasaa Obbo Leencoo Lataa akka jedhanitti, mootummaan Sumaaleelaandii... Read more »
Finfinnee: Abbootiin amantaa Kiristaanaa garaagaraa kabaja guyyaa ayyaana dhalachuu Gooftaa Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Ayyaanichi lammiilee harkaqal’eeyyiifi qe’eesaaniirraa buqqa’an yaadachuun ayyaaneffatamuu akka qabus dhaamaniiru. Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo... Read more »
Finfinnee: Namoota mirgi namummaasaanii sarbame haqa ce’umsaatiin beenyaa barbaachisaa akka argatan gochuuf mana murtii haaraa, dhaabbata Abbaa Alangaa Addaafi Komishinii Dhugaa Barbaadu hundeessuun barbaachisaa ta’uu Gareen Ogeessota Haqa Ce’umsaa beeksise. Gareen kun... Read more »
Finfinnee: Ji’oota shanan darbanitti Itoophiyaan beeyladoota kuma 84 ol gabaa alaatti erguun galii doolaara miliyoona ja’aa ol argachuushee Ministeerri Daldalaafi Walittihidhamiinsa Naannawaa beeksise. Ministeerichatti Ittigaafatamaan Deeskii Daldala Alergii beeyladootaafi bu’aa beeyladootaa Obbo... Read more »