Oduu Bariisaa
Finfinnee: Amajjii 11 hanga 20 bara 2016tti roobni salphaa hanga giddugaleessaa kutaalee biyyattii gara garaatti roobuu akka danda’u Inistitiyuutiin Metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Inistitiyutichattti Raawwachiisaa Olaanaan Raaga Haala Qilleensaafi Dursanii Akeekkachiisuu Doktar Asaamminoo... Read more »
Finfinnee: Lafa hektaara miliyoona 2.7 sanyii qamadii bonaatiin uwwisuun callaa kuntaala miliyoona 105.8 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Biirichatti Qindeessaan Inisheetiivii Misooma Qamadii Bonaa Obbo Xahaa Muummee Kamisa darbe Dhaabbata... Read more »
Adaamaa: Lammiileen miliyoona 71 ol ta’an tajaajila bishaan dhugaatii qulqulluu argachuu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii ibse. Ministeerichi qooda fudhattoota waliin qorannoo raawwii hojii dhaabbata ‘Water 4 life + Project’ irratti magaalaa Adaamaatti kaleessa... Read more »
Finfinnee: Bara qarooma Aksum kan eegalame hariiroon dippiloomaasii Itoophiyaa bu’aa ce’ii hedduu keessa darbee har’a ga’eera. Imala kana keessattis aariifi gaariin, kufuufi ka’uun tureera. Torbeen dippiloomaasii mata duree “Dippiloomaasii keenya faayidaa biyyaaleessaa... Read more »
Finfinnee: Biyyi hundeeffama mootummaa bara dheeraa lakkoofsiste Itoophiyaan nageenya addunyaatiif, bilisummaafi kabaja dhala namaatiif rakkoolee biyyoota garagaraa mudatu furuuf hojjechaa turteetti; ammas hojjechuurratti argamti. Itoophiyaan bara 1943 yeroo biyyi Kooriyaa waraana keessa... Read more »
Finfinnee: Dabni Koloneeffattoonni Awurooppaa dogoggora keessootti ida’amee biyyi yeroo tokko hulaa galaanaa cimaan beekamtu Itoophiyaa waggoota 30 oliif ol galtee akka teessu dirqisiiseera. Biyyi hanga Baha Fagootti darbees qarqara Awurooppaatti daldala galaanarraan... Read more »
Finfinnee: Wanci yeroo hunda kennaa qulqulluu uumamaa taatee turteetti. Eebba uumamaa ajaa’ibaa fudhachuun, kunuunsuufi dagaagsuun hojii dhala namaarraa eegamuudha jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Doktar Abiyyi ibsa karaa miidiyaa hawaasaasaanii... Read more »
Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa gara boqonnaa xumuraatti ce’uu Koreen Hoji Raawwachiisaa Mana Maree Biyyaalessaa hidhichaa ibse. Itoophiyaan walitti hidhamiinsaafi misooma waloof tattaaffii taasiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uun ibsameera. Ijaarsi pirojektichaa... Read more »
Finfinnee: Godina Silxeetti barana barbaree kuntaalli kuma 145 sassaabamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Mursaal Amaan ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, bara omishaa 2015/2016tti godinichatti lafa hektaara kuma... Read more »
Finfinnee: Sababa waraanaa taasifamee tureen walqabatee rakkoon fayyaa hawaasaa naannoolee Tigraay, Amaaraafi Affaaritti hammaate deggersa taasisuuf akka tolutti sirriitti qoratamuu akka qabu kallattiin kaa’ame. Wiixata darbe yaa’iin Rakkoo Quucaruu Daa’immaniifi Inshuraansii Fayyaa... Read more »