Pirojektoonni Finnaa xumuraman bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiru

Finfinnee: Rakkoo hawaasa horsiisee bulaa furuuf pirojektoonni Finnaa godina Booranaatti xumuraman bu’aa qabatamaaa argamsiisaa jiraacuu Biiroon Misooma Jal’isiifi Horsiisee Bulaa Oromiyaa ibse. Biirichi ayyaana horsiisee bulaa marsaa 19ffaaf akka naannootti mata duree... Read more »

 “Alaabaan keenya fannoo Kiristoosi”Abbaa Saawroos

Wanci: Ayyaana cuuphaa Godina Shawaa Kibba Lixaa, Hara Wanciitti har’a kabajamurratti Walittiqabaan Gumii Dhaabbilee Amantii Oromiyaa, Phaaphaasiin Godina Shawaa Kibba Lixaafi Dursaan bataskaana Miskaayahaazunaan (Finfinnee) Abbaa Saawroos argamaniiru. Taabota Qirqoosiifi Taklaaymaanot Hara... Read more »

Haalli kabaja Ayyaana Cuuphaa Hara Danbal hawwata turiizimii ta’aa jira

Finfinnee: Haalli kabaja Ayyaana Cuuphaa Hara Dambal turistoota haalaan hawwachaa jiraachuu Bulchiinsi Magaala Baatuu beeksise. Kantiibaan magaalichaa Obbo Ahmaddiin Ismaa’el Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, magaalichatti kabajni Ayyaana Cuuphaa bara... Read more »

Marii biyyaalessaa dhiyootti eegaluuf hojiin hirmaattota calaluu gara xumuraatti jira

Finfinnee: Marii biyyaalessaa yeroo dhiyoo keessatti eegaluuf naannolee Amaaraafi Tigraayirraa kan hafe hojiin hirmaattota calaluu gara xumuraatti dhufuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinarri Komishinichaa Yoonaas Adaayyee (PhD) Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

“Ayyaanni Cuuphaa ayyaana fakkeenyummaa, tokkummaafi miidhagummaati” – Abbootii Amantii

Finfinnee: Kabajni Ayyaana Cuuphaa duudhaa amantiirra kan darbe ayyaana fakkeenyummaa, tokkummaafi miidhagummaa ta’uu Abbootiin Amantii garaagaraa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf ibsan. Raawwachiisaa Hojii Ittaanaan Mana Lubummaa Waliigalaa Mana Amantii Ortodoksi Tawaahidoo... Read more »

“Cuuphaa wayita kabajnu, amantiifi aadaa cinaatti wantoota imala dhala namaaf fayyadan haa yaadnu” – Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniin, Yesuus Kiristoos dhalachuun imallisaa kufaatii Addaam kan hordofe ta’uu eeraniiru.  Ayyaana Cuuphaa wayita kabajnu, dhimmoota amantiifi aadaatti... Read more »

“Nagaafi jaalala cimsinee haa qabannu; bataskaanni oggaa cuuphaa kabajju nageenya addunyaa maraaf ni kadhatti” – Abuna Maateyaas

Finfinnee: Ayyaanni Kataraa Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatiin kaleessaa sirna ho’aan Jaanmeedaatti kabajame. Paatiraariyaarkiin Bataskaanattii Abuna Maatiyaas akka jedhanitti, ayyaanichi ayyaana nagaa, jaalalaafi tokkummaa ta’uu qaba. Bataskaanni Ortodoksii Tawaahidoos nagaa biyyaaf nikadhatti. Hundumtuu... Read more »

 Manni murtichaa teknolojiin deeggaramee dhimmoota kuma 18 ol keessummeessuu beeksise

Finfinnee: Manni Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa ji’oota ja’an darbanitti teknolojiin deeggaramuun abbootii dhimmaa kuma 18 ol keessummeessuun baasii qarshii miliyoona 54.3 olitti tilmaamamu hambisuu beeksise. Pirezidaantiin mana murtichaa Obbo Bukar Kadiroo... Read more »

 “Magaalaan Jimmaa dagatamuurraa gara hawwatamuutti ce’ee jira”Obbo Najib Abbaa Raayyaa

Finfinnee: Magaalaan Jimmaa magaalaa umurii dheeraa qabu ta’us waa maraan dagatamuunsaa gaaffii hawaasaa yeroo dheeraa turuus jijjiiramaa as garuu gara hawwatummaatti deebi’aa jiraachuu Kantiibaan Magaalichaa Obbo Najib Abbaa Raayyaa ibsan. Obbo Najib... Read more »

Oromiyaatti hojiin kaadaastara lafa hektaara miliyoona 37 xumurame

Finfinnee: Ittifayyadama lafa Oromiyaa ammayyeessuuf hojiin kaadaastara lafaa hektaara miliyoona 37 xumuramuu Biiroon Lafa Oromiyaa ibse. Biirichi Kibxata darbe ittifayyadama lafa naannichaa ammayyeessuuf hojii hojetaa jirurratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera. Hogganaan biirichaa... Read more »