Oduu Bariisaa
Finfinnee: Godina Jimmaatti barana lafa waloo hektaara kuma 445 qamadii bonee jal’isiin misoomuu Waajjirri Qonna Godinichaa beeksise. Misooma qamadii kanaanis namoota kuma 32f carraan hojii uumamuu ibsameera. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Mahammadxahaa Abbaafiixaa... Read more »
Jimma: Qonni magaalaa waggoota shanan darbanii as xiyyeeffannaa argatee haala gaariidhaan adeemsifamaa jira. Qonni magaalaa yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama gaarii agarsiisaa, jiraattota magaalaas fayyadamoo taasisaa jiraachuu Waajjirri Qonna Magaalaa Jimmaa ibse. Ittigaafatamaan... Read more »
Finfinnee: Bittaa xaa’oo bara 2016/2017 taasifame keessaa hanga ammaatti xaa’oo kuntaalli miliyoona ja’a biyya keessa galuu Ministeerri Qonnaa ibse. Ministeerichatti Raawwachiisaan Hojii Qunnamtii Ummataa Obbo Kabbadaa Laaqawu Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Maatiin mootummaafi ummata naannichaa amanatee ijoolleesaa gara yuunivarsitiiwwan naannichaatti waan ergeef qaamoleen lachuu dirqamasaanii ba’achaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Naannoo Amaaraa beeksise. Hogganaan biirichaa Doktar Mangashaa Faantaawu Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan biyyoota Afrikaa Bahaa faana walitti hidhamiinsa dinagdee uumuun fayyadamummaa waloo mirkaneessuuf kutannoodhaan hojjechaa jiraachuu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo ibsan. Obbo Taaggasaan haasaa Agarsiisa Horsiisee Bultoota... Read more »
Finfinnee: Akkuma rakkoon Itoophiyaa bal’aa ta’e furmaannisaas hirmaannaa hawaasa bal’aa fedha. Hanguma hawaasni sadarkaan jiru qooda fudhatu rakkoonis furmaata argataa dhufa. Rakkoo waggoota hedduuf tuulame waggoota muraasa keessatti daguuganii keessaa ba’uun rakkisaa... Read more »
Finfinnee: Cabiinsa imala bulchiinsaa Itoophiyaa keessatti mudateef beekamtii kennuufi tarsiimoowwan suphuu dandeessisan bocee hojiirra oolchuuf cimee kan hojjetu ta’uu Koreen Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa ibse. Korichi Obbo Dammaqaa Makonnon kabajaan itti gaafatamummaasaaniirraa gaggeessuun... Read more »
Jimma: Oromiyaatti hojiin misooma sululaa waggoota shanan darban hojjetaman firii gaarii argamsiisaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Geetuu Gammachuu Kamisa darbe yommuu hojii misooma sululaa baranaa Godina Jimmaa, Aanaa... Read more »
Walisoo: Walisoon magaalaa guddoo Godina Shawaa Kibba Lixaa yoo taatu, Finfinneerraa kiiloo meetira 114 fagaattee argamti. Jiraataa magaalaa Walisoo kan ta’an Obbo Rattaa Wandimmuu yaada garee gaazexeessitoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »
Finfinnee: Biiroon Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa bara kana hojjettoota naannichaa kuma 50f qormaata mirkaneessa ga’umsa ogummaa kennuuf karoorfatee, hanga ammaatti hojjettoota kuma 12fi 50 kennuu beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo... Read more »