Oduu Bariisaa

Aanaan Naansaboo naannoo Oromiyaa, Godina Arsii Lixaa keessatti argama. Aaanaan kun omishaalee bunaa, damma, fuduraafi muduraa adda addaa akkasumas qabeenya bosonaa, gaarreeniifi bineensota bosonaa gara garaa qabdi. Qonnaan bultoonni aanichaa sababa rakkoo... Read more »

Sababa rakkoo nageenyaan walqabatee Godinaalee Wallagga Bahaa, Qellam Wallaggaa, Booranaa, Gujiifi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti manneen barnootaa 810 kan cufaman yoo ta’u, Wallagga Lixaatti ammoo manneen barnootaa 955 guyyoota sagaliif cufamanii turan... Read more »

Jijjiirama ammaan tana biyyattiitti mul’ataa jiru warri dhimmisaa ilaallatu marti itti dhimmamanii eeguu akka qaban Hayyudureen ABO Qaama Ce’umsaa gaafatan. Hayyudureen addichaa, Obbo Galaasaa Dilboo ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Guyyaa Dhaloota Yasuus Kiristoos Wiixata dhufu kabajamu ilaalchisuun abbootiin amantii ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Abbootiin amantii kunneenis hordoftonni amantii kiristaanaa ayyaanicha wayita kabajan hunda dura nageenyaaf dursa kennuu akka qaban dhaamaniiru.Paatiriyaarkiin Bataskaana... Read more »

Dinagdeen Itoophiyaa %11n guddatee hinbeeku. Ummatni biyyattii hiyyummaa keessa utuu jiruu dinagdeen biyyattii harka 11n guddateera jedhanii ummata sobuun sirrii hinturre. Gabaasa kana yeroo paarlaamaa keessa turan falmaa turaniiru. Biyyattiin omisha qonnaa... Read more »

Finfinnee: Oromiyaatti namoonni sassaabdummaa kiraan shakkaman 75 to’annoo seeraa jala ooluu Komishiniin Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa beeksise. Komiishinarri Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Abbabaa Kabbadaan ibsa Kibxata darbe miidiyaaf kennaniin akka beeksisanitti,... Read more »
Finfinnee: Malaammaltummaan farra nageenyaa, misoomaafi dimokiraasii waan ta’eef biyyootni addunyaa qindoominaan ittisuuf hojjechaa turaniiru; wayita ammaas waloodhaan hojjechuurratti argamu. Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii ALA bara 2003tti sanada waliigaltee farra malaammltummaa walfakkaataa ta’e qopheessuun... Read more »

Finfinnee: Durirraa eegalee saba Oromoofi Amaaraa gidduu garaagarummaan bu’uuraa kan hinjirre ta’uu hayyootni seenaa ibsan. Konfiransiin hayyoota seenaa Oromoofi Amaaraa qorataniin Yunivarsiitii Wallootti guyyoota lamaaf tibbana adeemsifameera. Hayyootni kunneen qorannoo dhiyeessaniin akka... Read more »

Finfinnee: Barsiifata biyya kanaa keessatti yeroo baay’ee namni kan faarfamu yommuu du’uudha. “Abaluun akkas ture, kana hojjete turefi kkf” jechuun miidiyaaleen walharkaa fuudhanii kan odeessan yommuu namni du’uudha. Keessumaa namoonni aartiifi qabsoo... Read more »

Bishooftuu: Warshaan Omisha Qoricha Bineensotaa qarshii miliyoona 95niin ijaaramuyyuu sababa hanqina humna elektirikiin hojiitti seenuu akka hindandeenye Inistitiyuutiin Eegumsa Fayyaa Bineensotaa Biyyaalessaa ibse. Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa,... Read more »