Oduu Bariisaa

Finfinnee: Injifannoo Adwaa 123fa boru haala ho’aan kabajuuf qophiin xumuramuu Biiroon Aadaafi Tuurizmii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ittigaafatamaan biirichaa, Gargaaraa Pirofeesaraa Nabiyyuu Baayyee ibsa dheengadda kennaniin injifannoon Adwaa wareegama sabootaafi sablammiileen argame... Read more »

Finfinnee: Sanyii dhala namaa ishee jalqabaa kan taate Luusiin ykn Dinqinash ergama nageenyaafi jaalalaa qabattee gara iddoo argamashee, Affaaritti imalte. Imalli luusii iddoo argamashee Affaarirraa eegaluun gara naannolee biyyattii hundatti kan qajeeltu... Read more »

Finfinnee: Lammiilee Oromoo sababa walitti bu’iinsa daangaafi rakkoo nageenyaatiin qe’ee isaanii irraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf akkasumas nageenya, fayyaafi nyaata isaanii eeguuf sochii bal’aan taasifamaa jiraachuu Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa Oromiyaa ibse.... Read more »

Godinni Wallagga Lixaa aanaalee 23 qabdu keessaa aanaan Beegii ishii tokko. Dilbata darbe Ministirri Muummee RFDI, Doktar Abiyyi Ahmadiifi Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa aanicha, Magaalaa Beegiitti argamanii hawaasa... Read more »

Finfinnee: Qonnnaan bultoonniifi hojjettoonni misoomaa 700 ol ta’an Dilbata iftaanii kan badhaafaman ta’uu Biiroon Misooma Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Dhaabaa Dabalee ibsa Kibxata darbe gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti, ... Read more »

Finfinnee: Yaa’iin idilee 9fa waggaa afraffaa bara hojii 5fa Caffee Oromiyaa iftaanirraa eegalee guyyoota sadiif Magaalaa Adaamaatti kan adeemsifamu ta’uu Waajjirri Caffee Oromiyaa beeksise. Afyaa’iin Caffee Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo yaa’icha ilaalchisuun... Read more »

Finfinnee: Jijjiiramni amma biyyattiitti dhufe jijjiirama lubbuun hedduu itti wareegame akkasumas, kan haadholiin ijoolleesaanii itti gabbaran waan ta’eef kan akka salphaatti ilaalamu akka hintaane gaazexeessaafi barreessaa Abdii Fiixee gaafdeebii Gaazexaa Bariisaa waliin... Read more »

Finfinnee: Tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru seera qabeessa ta’uu Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafaa Oromiyaa ibse. Hogganaan biirichaa, Doktar Milkeessaa Miidhagaa ibsa dheengadda kennaniin, tarkaanfiin tibbana ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamaa jiru labsii... Read more »

Miseensi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) Jaal Abdataa Laggasaa Qajeelaa, (maqaan qabsoosaa Yaadannoo) kaleessa ganama ture waamicha abbootiin Gadaafi ajaja Hayyu Dureen ABO, Jaal Daawud Ibsaa dabarsan fudhachuun ummatatti kan makame. Innis imala... Read more »

Koreen teeknikaa araara mootummaafi ABO godinaalee 12; aanaalee Oromiyaa 22tti bobba’e Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) simachaa jira. Koreen araaraa miseensota 71 qabu kan Amajjii 14,2011 hundaa’ee, Guraandhala 6 bara 2011 gara godinaaleefi... Read more »