Oduu Bariisaa

Finfinnee: ABO Qaama Cee’umsaa Obbo Galaasaa Dilboofi ABO Tokkoome Obbo Abbaanagaa Jaarraatiin hogganamu Ebla 9 bara 2011 irraa eegalee walitti makamuusaanii iftoomsan. Sirna walitti makamuu Hoteela Giyoonitti adeemsifamerratti hayyu dureewwan jaarmiyaalee lamaanii... Read more »

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’iisaa idilee kaleessa ademsiseen muudama ministiroota sadii dhihaatan irratti mari’achuun raggaaseera. Haaluma kanaan Obbo Lammaa Magarsaa Ministira Ministeera Ittisa Biyyaa, Obbo Gadduu Andaargaachoo Ministira Ministeera Dhimma... Read more »

Obbo Addisuu Araggaammoo Ittigaafatamaa Waajjira Giddugaleessaa ODP ta’an Finfinnee: Yaa’iin ariifachisaa Caffee Oromiyaa 4ffaa, Waggaa 4ffaa bara hojii 5ffaa kaleessa taa’een Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezdaantii ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa taasisuun muudeera. Obbo... Read more »

Finfinnee: Miidiyaan Itoophiyaa sababa dhiibbaa waggoota darban irra tureen hanqina sadarkaa, qulqullinaafi naamusasaa qaban ta’uu Gaazexeessaa Mohaammad Adamoo ibse.Gaazexeessaa Aljeziiraa kan tureefi hundeessaan marsariitii ‘Opride’ Mohaammad guyyaa pireesii addunyaa sababeefachuun gaafdeebii dheengadda... Read more »

Baatii: Naannoo Amaaraa godina addaa bulchiinsa saba Oromoofi naannoo Affaar gidduutti sababa daangaatiin walitti bu’iinsa waggoota afuriif ture haala ittisuun danda’amurratti konfiransiin nageenya qaamota lachuu hirmaachise magaalaa Baatiitti Kibxataafi Roobii darbe adeemsifame.... Read more »
Finfinnee: Manni Maree Adda Demokraatawaa Warraaqsa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI)n walga’iisaa Ebla 7-8 bara 2011 taa’een haala yeroo biyyaafi raawwii hojii baatiiwwan darbanii qorachuun kallattii kaa’eera. Waggaa tokkotti, keessumaa yaa’iin ADWUI 11ffaa erga... Read more »

Finfinnee: Gaazexeessummaafi rogeessummaan wantoota walfakkaatan qabaatanis addaddummaa bal’aa ni qabu. Kaayyoon isaan adeemsisanis walii faallaadha. Kanarratti osoo beekaniis ta’u hinbeekiin gaazexeesssitoonni tokko tokko akka rogeessaattis ni socho’u. Kun ammoo sirrii akka hintaaneefi... Read more »

Efraataa Gidib: Rakkoo nageenyaa dhiheenya kana naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa Aanaa Efraataa Gidibitti uumamee tureen namootni 62 ta’an lubbusaanii kan dhaban yemmuu ta’u, kanneen 74 ta’an immoo miidhaa cimaa ta’eef saaxilamanii... Read more »

Finfinnee: Indastiriin uffata aadaa Oromoo ammayyuu fedhii ummataa wajjin kan walsimuu waan hintaaneef caalaatti beeksisuufi irratti hojjechuu akka barbaachisu namoonni damicharratti bobba’an ni ibsu. Hundeessituun Mana Uffata Aadaa Oromoo Moyii Finfinneetti argamuu,... Read more »

TOI: Duulli qulqullinaa ilaalcha gaarii barsiisuuf garagaaru naannolee biyyattii hundatti akka adeemsifamu ministirri muummeen ibsan. Doktar Abiyyi kana kan dubbatan kaleessa Kibxata galgala atileetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaa 43fa irratti hirmaatanii mo’ataniif... Read more »