Oduu Bariisaa
Finfinnee: Barsiifata biyya kanaa keessatti yeroo baay’ee namni kan faarfamu yommuu du’uudha. “Abaluun akkas ture, kana hojjete turefi kkf” jechuun miidiyaaleen walharkaa fuudhanii kan odeessan yommuu namni du’uudha. Keessumaa namoonni aartiifi qabsoo... Read more »
Bishooftuu: Warshaan Omisha Qoricha Bineensotaa qarshii miliyoona 95niin ijaaramuyyuu sababa hanqina humna elektirikiin hojiitti seenuu akka hindandeenye Inistitiyuutiin Eegumsa Fayyaa Bineensotaa Biyyaalessaa ibse. Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa,... Read more »
Finfinnee: Paartiin maqaa Oromoon socho’u kamuu akka goondaatti walqabatee deemuu baannaan kufaatii hamaan kan mudatu ta’uu Pirofeesar Mararaa Guddinaa himan. Dura taa’aan Kongirasii Federalsitii Oromoo, Pirofesar Mararaa Guddinaa ibsa haala yeroo Oromiyaarratti... Read more »
Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa qabeessummaa waajjiraalee mootummaarratti qorannoo geggeessaa tureera. Waajjiraalee mootummaa 50 oliifi hojjetaa walakkaa miliyoonaa qabatnee akkamiin tajaajila gahaa kennuu dadhabne kan jedhurratti qorannichi kan xiyyeeffate. Qorannichi waantota ijoo... Read more »
Finfinnee: Ejensiileen 900 ol hojii barbaaddota mindeessina jechuun saamicha maallaqaa gaggeessaa jiraachuu Biiroon Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ejensiileen hojii yakkaa kanarratti bobbahanaii jiran kunneen heeyyama seera qabeessummaa hojichaa kan hinqabne... Read more »
-Jeneraal Baacaa Dabalee Finfinnee: Wantoota garaa garaa sababeeffachuudhaan saba tokko amanamaafi naagoo olaanaa ta’eef kaadhimuuniifi saboota biroo immoo sababa quufsaa hintaaneen shakkuun raayyaa ittisa biyyaa keessatti mul’achaa kan ture ta’uu miseensa... Read more »
Finfinnee: Irreen bulchiinsa qawwee burkuteesse nageenya amansiisaa biyyaa qabatamaan mirkaneessuuf akka diriiruu dargaggoonni ibsan. Mariin nageenyaa dargaggoota naannoolee hirmaachise kaleessa Finfinnee, Wiirtuu Aadaa Biyyaalessaatti qaamota dhimmisaa ilaallatu waliin kan gaggeeffame yoo ta’u,... Read more »
Doktar Sanyii Qajeelaa Magaalaa Naqamteetti dhalatee guddate Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa Mana Barumsaa Burqaa Jaatoo akkasumas sadarkaa lammaffaa Biiftuu Naqamteefi Qophaa’inammoo Kompireensivii Naqamteetti barate. Barnoota sadarkaa lammaffaa qabxii olaanaa fiduudhaan Yunvarsiitii Finfinnee, Kolleejjii... Read more »
Finfinnee: Tarkaanfii mootummaan federaalaa hattootaafi sarbitoota mirga namaarratti fudhaa jirurraa ka’uun Oromiyaattis olaantummaa seeraa kabachisuun cimee kan ittifufu ta’uu Manni Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa ibse. Abbaan Alangaa mana hojichaa Tashoomaa Girmaa... Read more »
– Pirezidaanti Saahilawarqi Zawudee Finfinnee: Waggoota 12 Pirezdaantii mootummaa RFDI ta’uun biyyasaanii amanamummaan tajaajilaa kan turan Obbo Girmaa Waldagiyoorgis, Mudde 5 halkan addunyaa kanarraa du’aan boqotanii sirni awwaalcha isaanii Roobii darbe Finfinnee,... Read more »