Oduu Bariisaa
Finfinnee: Manni Maree Adda Demokraatawaa Warraaqsa Ummattoota Itoophiyaa (ADWUI)n walga’iisaa Ebla 7-8 bara 2011 taa’een haala yeroo biyyaafi raawwii hojii baatiiwwan darbanii qorachuun kallattii kaa’eera. Waggaa tokkotti, keessumaa yaa’iin ADWUI 11ffaa erga... Read more »
Finfinnee: Gaazexeessummaafi rogeessummaan wantoota walfakkaatan qabaatanis addaddummaa bal’aa ni qabu. Kaayyoon isaan adeemsisanis walii faallaadha. Kanarratti osoo beekaniis ta’u hinbeekiin gaazexeesssitoonni tokko tokko akka rogeessaattis ni socho’u. Kun ammoo sirrii akka hintaaneefi... Read more »
Efraataa Gidib: Rakkoo nageenyaa dhiheenya kana naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa Aanaa Efraataa Gidibitti uumamee tureen namootni 62 ta’an lubbusaanii kan dhaban yemmuu ta’u, kanneen 74 ta’an immoo miidhaa cimaa ta’eef saaxilamanii... Read more »
Finfinnee: Indastiriin uffata aadaa Oromoo ammayyuu fedhii ummataa wajjin kan walsimuu waan hintaaneef caalaatti beeksisuufi irratti hojjechuu akka barbaachisu namoonni damicharratti bobba’an ni ibsu. Hundeessituun Mana Uffata Aadaa Oromoo Moyii Finfinneetti argamuu,... Read more »
TOI: Duulli qulqullinaa ilaalcha gaarii barsiisuuf garagaaru naannolee biyyattii hundatti akka adeemsifamu ministirri muummeen ibsan. Doktar Abiyyi kana kan dubbatan kaleessa Kibxata galgala atileetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addunyaa 43fa irratti hirmaatanii mo’ataniif... Read more »
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiifi p i r e z i d a a n t i i n mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa bakka buutota Godina Wallagga Bahaa wajjin Magaalaa... Read more »
– Waliigalaan barattootni Oromoo 4000 ta’an yunivarsiitichatti argamu Jigjigaa: Rakkoo nageenyaa ummattoota obbolaa, Somaaleefi Oromoo gidduutt uumamee tureen inni tokko isa biraa of keessaa ari’uu bira darbee, sadarkaa barattootni naannoo tokkoo hanga... Read more »
Finfinnee: Ijaarsi seeraan alaa rakkoo ijoo magaalotaa waan ta’eef tarkaanfiin ittifufiinsa qabu kan fudhatamu ta’uu Ministeerri Misooma Magaalaafi Konistiraakshinii beeksise. Ministirri ministeerichaa Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsa Kibxata darbe gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »
Walitti bu’insa Oromoofi Beenishaangul Gumuz gidduutti mudateen buqqaatota bakkatti deebisuufi harcaatota shira kana xaxan seeratti dhiyeessuun olaantummaan seeraa akka kabajamuuf hojjetamaa jiraachuu pirezedaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz, Obbo Ashaadlii Hasan ibsan.... Read more »
Finfinnee: Wantoota qabeenya bosonaa mancaasan keessaa tokko naannawa bosonaatti balaan abiddaa mudachuudha. Yeroowwan adda addaatti balaan abiddaa mudachaa kan ture yoo ta’u, irra caalaatti sababoota jijjiirama haala qilleensaafi namtolcheetiin mudachaa turuusaati ogeessotni... Read more »