Milkaa’ina dippilomaasummaa Beejingitti argame

Finfinnee: Foramii, ‘Belt and Road’ jedhamu yeroo lammaffaaf  Beejingi, Chaayinaatti Ebla 17-19/2011tti adeemsifamaa jirurratti gaggeessitootni biyyoota Awurooppaa kibba baha, Eeshiyaafi Afrikaa 40 ta’an hirmaataniiru. Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmadiifi qondaaltotni... Read more »

Abdiin keenya jaalalaafi tokkummaan yoo hojjenne dhugooma

Finfinnee: Jijjiirama Itoophiyaa keessatti mul’achaa jiru ittifufsiisuufi abdii fuuldura keenya jiru dhugoomsuuf jaalalaafi tokkummaan waliin hojjechuun barbaachisaadha.  Misoomaafi guddina dinagdee si’eessuufis nageenya biyyattii mirkaneessuun dhimma xiyyeeffannaan irratti hojjetamuu qabu ta’uu abbootiin amantii... Read more »

“Bulchiinsi Naannoo Amaaraa akka abbaa buddeenaatti nu ilaaluu hinqabu” -Jiraattota Godina Addaa Saba Oromoo

Baatii: Carraa seenaa ta’ee ummanni  Oromoo Walloo ummata bal’aa Oromiyaarraa adda citee jiraachuuf  dirqamus  yaadaafi qalbiin garuu ammas  walumaan jira. Iddoon ummatni  kun jiraatan immoo  naannoo Amaaraa waan ta’eef akkasumas saba Amaaraa... Read more »

Fedhii misooma daandiifi uwwisasaa

Finfinnee: Guddina hawaas-dinagdee saffisiisuuf bu’uuraalee misoomaa guutamuu qaban keessaa tokko uwwisa daandii ammayyaa diddiriirsuudha. Tattaaffii waggoota kurnan lamaan darban keessa taasifamaa tureen sadarkaa magaalaafi baadiyaatti uwwisi daandiiwwanii hanga tokko akka babal’atu ta’eera.... Read more »

Gocha tokkummaa Oromoo cabsu kamirrattuu ni qabsaa’ama jedhame

Finfinnee: Gocha sabboonummaafi tokkummaa Oromoo cabsu kamuurratti qabsaa’uu akka barbaachisu Pirezdaantii Ittaanaan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa ibsan. Hojii gama maraan hojjetamuu  malurrattis kallattii kaa’aniiru. Obbo Shimallis Abdiisaa kora sabaa yuuba Oromoo waliin... Read more »

ABOn Qaama Cee’umsaafi ABOn Tokkoome walitti makaman

Finfinnee: ABO Qaama Cee’umsaa Obbo Galaasaa Dilboofi ABO Tokkoome Obbo Abbaanagaa Jaarraatiin hogganamu Ebla 9 bara 2011 irraa eegalee walitti makamuusaanii iftoomsan. Sirna walitti makamuu Hoteela Giyoonitti adeemsifamerratti  hayyu dureewwan jaarmiyaalee lamaanii... Read more »

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama ministirootaa raggasise

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’iisaa idilee kaleessa ademsiseen muudama ministiroota sadii dhihaatan irratti mari’achuun raggaaseera. Haaluma kanaan Obbo Lammaa Magarsaa Ministira Ministeera Ittisa Biyyaa, Obbo Gadduu Andaargaachoo Ministira Ministeera Dhimma... Read more »

Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezdaantii ittaanaa Oromiyaa ta’uun muudaman

Obbo Addisuu Araggaammoo Ittigaafatamaa Waajjira Giddugaleessaa ODP ta’an Finfinnee: Yaa’iin ariifachisaa Caffee Oromiyaa 4ffaa, Waggaa 4ffaa bara hojii 5ffaa kaleessa taa’een Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezdaantii ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa taasisuun muudeera. Obbo... Read more »

“Miidiyaa biyyattiif sarara diimaa barbaachisa” -Gaazexeessaa Mohaammad Adamoo

Finfinnee: Miidiyaan Itoophiyaa sababa dhiibbaa waggoota darban irra tureen hanqina sadarkaa, qulqullinaafi naamusasaa qaban ta’uu Gaazexeessaa Mohaammad Adamoo ibse.Gaazexeessaa Aljeziiraa kan tureefi hundeessaan marsariitii ‘Opride’ Mohaammad guyyaa pireesii addunyaa sababeefachuun gaafdeebii dheengadda... Read more »

Konfiransiin nageenyaa lola waggoota afurii dhaabuuf waamame Baatiitti taa’ame

Baatii: Naannoo Amaaraa godina addaa bulchiinsa saba Oromoofi naannoo Affaar gidduutti sababa daangaatiin walitti bu’iinsa waggoota afuriif ture haala ittisuun danda’amurratti konfiransiin nageenya qaamota lachuu hirmaachise magaalaa Baatiitti Kibxataafi Roobii darbe adeemsifame.... Read more »