Oduu Bariisaa
Kamisee: Dhuma Bitootessaa keessa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromoo Kamiseefi naannawaashee kanneen akka Axaayee, Dawwaafi Maajateetti shira siyaasaan walitti bu’iinsa uumameen gaaga’amni guddaan qaqqabeera. Rakkoo uumame furuuf Bulchiinsi mootummaa Naannoo Amaaraa qaamolee... Read more »
Barataan tokko carraa barumsa dhaabbilee barnoota olaanoo ykn yunvarsiitii mootummaa seenuu yommuu argatu gammachuu guddatu itti dhaga’ama. Sababni guddaan gammachuu kanaa immoo baasii tokkoon ala gosa barnoota filate barachuu danda’uusaatiini. Barataan carraa... Read more »
Finfinne: Yeroo ammaa addunyaarratti waggaa waggaadhaan sukkaarri toonii miiliyoona 50 ta’u nyaataaf oolaa kan jiru ta’uu ragaaleen ni agarsiisu. Biraazil, Hindiifi Taayilaandi biyyoota addunyaa omishaafi al-ergii sukkaaraatiin walduraa dubaan sadarkaa 1ffaa hanga... Read more »
Finfinnee: Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa akka haaraatti hundeessuuf wixinee labsii qophaa’erratti Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa kaleessa walga’ii idilee 39fa gaggeesseen mari’ateera. Barbaachisummaa wixinee labsichaa erga sakatta’een boodas yaada murtee 56/2011n Koree Dhaabbii... Read more »
Bulchiinsa Heera keeyyata 96fi 97 jalatti aangoon gibiraafi taaksii mootummaa federaalaa akka ittaanutti tumameera. Keeyyata xiqqaa Mootummaan Federaalaa meeshaalee alatti ergamaniifi galanirratti shuura gumrukii, taaksiifi kafaltiilee biroo ni buusa, walitti qaba. Mindeeffamtoota... Read more »
Finfinnee: Misooma qonnaa bu’uura dinagdee biyya keenyaa ta’e ceesisuuf kallattii kaa’ameen hojiitti seenamuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Waltajjii marii qonnarratti jijjiirama fiduu kaayyeffatee waajjira Pirezidaantii BMNOtti kaleessa gaggeeffamerratti Hogganaan biirichaa... Read more »
Mariin hariiroo obbolummaa cimsu Kibxata darberraa eegalee sadarkaa godinaafi maagaalota guguddooti jalqabe guyyaa dheengadda sadarkaa aanaaleetti itti ittifufuun kaleessa ammoo gandoota naannichaatti gegeeffameera. Marichaan duudhaa gaggaarii waliin jireenyaa ummattoota walitti hidheefi tokkoomsee... Read more »
Finfinnee: Rakkoo nageenyaa bakkeewwan garagaraatti mudateen lammiilee qe’eefi qabeenyasaaniirra buqqa’an keessaa kumni 875 gara q’eesaaniitti deebi’uu Ministeerri Nageenyaa ibse. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufriyaat Kaamil gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii Kibxata darbe miseensota... Read more »
Finfinnee: Akka biyyaalessaatti rakkoolee guguddoo Itoophiyaa mudachaa jiran keessaa malaammaltummaan isa ijoo yoo ta’u, kutaalee hawaasaa hunda miidhuun namootni muraasni qofti qabeenyi ummataatti seeraan ala akka fayyadaman kan taasisu ta’uu hayyoonni ni... Read more »
Finfinnee: “Doktar Nagaasoo Gidaadaa Soolan waliin bultii dhaabbannee waggoota 35f jiraanneerra. Waggoota kanneen keessatti akka abbaa warraatti qofa osoo hintaane akka obboleessaafi hiriyaa gaariitti waliin yeroo dheeraa dabarsine.” “Doktar Nagaasoon, hayyuu siyaasa... Read more »