Oduu Bariisaa

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Tattaaffiin dubartoonni gara hoggansaafi murtii kennummaatti akka dhufan gochuuf eegalame akka milkaa’uuf hunduu qindoominaan akka hirmaatu gaafatame. Dubartoota ga’umsaafi dandeettii qaban gara hoggansaafi murtii kennuutti fiduuf tattaaffiin sadarkaa sadarkaan... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Boordiin Filannoo Biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa jahaffaa barana adeemsifamuuf qophiilee murteessoo ta’an raawwachuurratti kan argamu yoo ta’u, paartiileen siyaasaa muraasni garuu dorgommiif dhiyaachuuf fedhii guutuu akka hinqabne ibsaa jiru.... Read more »

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Koloneeffattoonni Awurooppaa biyyoota Afrikaa hedduu humnaan cabsanii qabatanis, Xaaliyaaniin galaana ummataa Itoophiyaarraa ishee mudateen lola Adwaarratti injifatamuun hubatamee dhalootni har’aa tokkummaasaa cimsuu akka qabu Yunivarsitii Finfinneetti, barsiisaafi qorataan seenaa... Read more »

Finfinneetti qaala’insa jireenyaa mudate furuuf qarshiin miliyoona 500 ramadame Waasihun Takileetiin Finfinnee: Rakkoo qaala’insa jireenyaa Finfinneetti mudataa jiruuf sababni humnoota dinagdeen of ijaaraniifi faallaa jijjiiramaa ta’an ta’uu Kantiibaa Ittaantuun Magaalaa Finfinnee ibsan.... Read more »

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Wabii bilisummaafi qorqalbii gurraachota adunyaa kan ta’e Injifannoo Adwaa booda keessummaa biyyoonni Afrikaa hedduun eenyummaasaaniif falmachuun gogaa gabrummaa ofirraa darbanii walabummaaf hanga humnasaanii socho’aa turuun ni yaadatama. Gaazexaan Bariisaas... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Naqamtee: Injifannoo Adwaarratti galmaa’e faarsuun injifannoon biroo akka argamuuf kan hamilee namatti horu waan ta’eef dhalootni haaraan seenaa abbootii faarsuu qofa osoo hintaane, seenaa mataasaanii galmeessisuu akka qaban eebbifamtootni yaada... Read more »

Waasihun Takileetiin Finfinnee: ABO jaarmayaa siyaasaa keessoo ummata Oromoo ta’ee osoo jiruu waldhabdee hoggansa mudateen sakaallaa keessa jiraachuu Sabaa Himaan addichaa beeksisan. Sabaa himichi aan Jaal Qajeelaa Mardaasaa ibsa Dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Waasihun Takikeetiin Hawaasaa: Filannoon marsaa 6fa Itoophiyaa rakkoo nageenyaa malee akka gaggeeffamuuf humna gahaa bobbaasuu Biiroon Nageenyaafi Tasgabbii Naannoo Sidaamaa beeksise. Ittigaafatamaan biirichaa Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos ibsa dheengadda waajjirasaaniitti Gaazexaa Bariisaaf addatti... Read more »

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo ibsa dheengadda miidiyaaleef kennaniin caffichi yaa’iisaa idilee 13fa waggaa 6fa bara hojii caffee 5fa har’aafi boru Adaamaatti geggeeffatuun dhimmoota adda addaarratti ni mari’ata... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Rakkoo ammaan tana Itoophiyaa mudate furuuf tokkummaan akka yeroo waraana Adwaa akka barbaachisu Pirezdaantiin Waldaa Gootoo Itoophiyaa ibsan. Pirezdaantichi Lij Daani’eeljootee Tulluu gaafdeebii ayyaana Injifannoo Adwaa waggaa 125fa Kibxata... Read more »