Oduu Bariisaa
Qabiinsa mirga namoomaarratti jijjiiramni galmaa’aa jiraachuu Bulchiinsi Manneen Sirreessaa Federaalaa beeksise. Daarektari olaanaan bulchiinsichaa Obbo Jamaal Abbaasoo ibsa kaleessa miidiyaaleef kennaniin haalli qabiinsa mirga namummaa fooyya’aa jiraachuu eeranii, Bulchiinsicha jala kan jiran... Read more »
Sababa dhabamuu odeeffannoo qindaa’aatiin biyyattiin bishaan dhugaatii sadarkaasaa eeggateefi lammiilee biyyattii hundaaf ta’u dhiheessuu akka hindandeenye ragaaleen ni agarsiisu. Ijaarsi projektota bishaan dhugaatii adeemsifamaa turanis dhaabbilee garagaraatiin bifa bittinaa’een adeemsifamaa turuusaatiin odeeffannoon... Read more »
Magaalaa Finfinnee keessatti manneen barnootaa Afaan Oromootiin barsiisaa jiran keessaa, Gaara Guuriifi Burqaa Wayyuu tibbana Dhaabbata Al Maktuumiitiin eebbifamuusaanii waldaan ‘Charity Development Association (CDA’) ibseera. Walitti qabaan boordii waldichaa, Obbo Mohaammad Alii... Read more »
Bara 1987 irraa eegalee Itoophiyaatti filannoon biyyaalessaa si’a shanaffaa kan adeemsifame yoo ta’u, baroota kanneen keessatti paartiileen siyaasaa guutummaatti waliigaltee uumanii hinbeekan. Kanarraa kan ka’e adeemsi filannoo biyyaalessaa nagaafi iftoomina qabu, walabaafi... Read more »
Sababa deeggarsa ogeessa fayyaa dhabaniifi dhabamuu gabaatiin miidhamaa jiraachuu Godina Baaleetti qonnaan bultootni Aanaa Mdda Walaabuu komatan. Gammoojjii Madda Walaabuutti pirojektiin jallisii isaaniif ijaarameen kuduraafi mudura omishaa jiraachuu kan himan qonnaan bultootni... Read more »
Tibbana Oromiyaa keessatti wanti adeemaa jiru kana Oromoo hedduu gaddisiseefi mataa gadi qabachiiseedha. Waldhabdeen ODPfi ABO gidduutti uumame ummata arsaa kanfalchiisaa jira. Bakkeewwan garagaraatti ammas lubbuun namaa darbaa jira, qabeenyi barbada’aa jira,... Read more »
Naannoo Oromiyaatti piroojektootni bishaan dhugaatii 30 ta’an eebbifamanii tajaajila kan kennan ta’uu Biiroon Bishaan, Albuudaafi Inarjii Oromiyaa beeksise. Hogganaan Biirichaa Obbo Sayfaddiin Mahaadii Ibsa kaleessa waajjirasaaniitti miidiyaaleef kanneniin, yeroo ammaa pirojektotni bishaanii... Read more »
Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa ayyaaana Qillee sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 538f dhiifama taasise. Qorannoo walitti bu’iinsaafi jeequmsa Magaalaa Buraayyuu, Finfinneefi kutaalee biyyattii adda addaatti raawwatamaa turan irratti taasisaa tures ifa taasise. Ittigaafatamaan Dhimmoota... Read more »
Aanaan Naansaboo naannoo Oromiyaa, Godina Arsii Lixaa keessatti argama. Aaanaan kun omishaalee bunaa, damma, fuduraafi muduraa adda addaa akkasumas qabeenya bosonaa, gaarreeniifi bineensota bosonaa gara garaa qabdi. Qonnaan bultoonni aanichaa sababa rakkoo... Read more »
Sababa rakkoo nageenyaan walqabatee Godinaalee Wallagga Bahaa, Qellam Wallaggaa, Booranaa, Gujiifi Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti manneen barnootaa 810 kan cufaman yoo ta’u, Wallagga Lixaatti ammoo manneen barnootaa 955 guyyoota sagaliif cufamanii turan... Read more »