Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ministeerri Fayyaa Federaalaa hojii tola ooltummaa gannaan namoota miliyoona lamaaf tajaajila bilisaa kennaa jira. Dursaan Garee Qunnamtii Ummataafi Kominikeeshinii Ministeerichaa Obbo Yordaanos Allabbaachoo tibbana Bariisaatti akka himanitti, ministeerichi hojii tola ooltummaa... Read more »
Finfinnee: Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti fooyya’insa Dinagdee Gooroo akka biyyaatti taasifameen walqabatee manneen daldalaa omishaalee garaagaraarratti gatii dabalan 379 irrratti tarkaanfii fudhachuu Waajjirri Daldala Magaalichaa beeksise. Itigaafatamaan Waajjirichaa Obbo Bariisoo Tamasgeen Kamisa darbe... Read more »
Finfinnee: Godina Baaleetti qonna arfaasaa baranaatiin qamadii kuntaala miliyoona shanii ol argachuuf karoorfamee hanga ammaatti kuntaalli miliyoonni 3.9 sassaabamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Aliyyi Muhammad ibsa Roobii darbe Gaazexaa... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti bara 2016 biqiltuuleen baala shaayii miliyoonni 413 dhaabbiif qophaa’uu Biiroon Qonna Naannichaa beeksise. Hogganaa ittaanaan biirichaa Obbo Mahaammadsaanii Amiin ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, naannichi potenshaalaafi carraa... Read more »
Finfinnee: Murtoon kaabineen Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa invastimantii damee fayyaa ilaalchisee ibbana murteesse galiin ogeessota fayyaa daran akka dabalu kan taasisu ta’uu Biiroon Fayyaa Naannichaa beeksise. Seektara fayyaatti gahee dhaabbilee dhuunfaa guddisuuf... Read more »
Finfinnee: Marii biyyaalessaarraa hafuu mannaa hirmaatanii yaada ofii ibsatanii kan warra kaaniis dhaga’uutu biyyaaf bu’aa qaba jechuun paartiileen siyaasaa waltajjii ajandaa walittiqabuu tibbana Bulchiisa Magaalaa Dirree Dhawaarratti qooda fudhatan ibsan. Paartii Addis... Read more »
Cinaaksan: Sababa rakkoo nageenyaatiin yeroo lamaa sadii qe’eesaaniirraa buqqa’anii gara Magaalaa Baabbileefi Harariitti godaanuuf kan dirqaman Jiraataan Aanaa Cinaksan Obbo Wazir Ahmad, maatiinsaanii jireenya tasgabbaa’aa dhabuudhaan adda bittinnaa’ee ijoolleenis barumsa addaan kutuuf... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan keessumaa bara 2011 irraa kaastee hojmanee guddaa, biyyoota addunyaa hafaniif fakkeenya guddaa ta’u xiyyeeffannaan hojjechaa jirti, inisheetivii ashaaraa magariisaa. Inisheetivii Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin (PhD) jalqabamee hojiirra oolaa jiruun... Read more »
Finfinnee: Gatiin sharafa alaa gabaadhaan hogganamu meeshaaleen biyya keessatti omishaman gabaa alaarratti akka barbaadaman gochuun alergiin akka guddatu kan taasisu ta’uu hayyuun dinagdee beeksisan. Inistituutii Qorannoo Imaammataa Biyyaalessaatti qorataan dinagdee Doktar Birhaanuu... Read more »
Finfinnee/Jimma: Sagantaa guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 600 dhaabuuf qabanne karooraa ol biqiltuulee miliyoona 615.7 dhaabuun milkeeffachuu dandeenyeerra jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (‘PhD’). “Guyyaa tokkotti hanga biiftuun baatee seentutti biqiltuulee miliyoona 600... Read more »