Dhaloota ogummaa garaagaraa gonfate horachuun murteessaadha

Finfinnee: Dhaloota ogummaa garaagaraa gonfate horachuun guddina yaadame bira ga’uuf dhimma murteessaa ta’uun ibsame. Biyyoota akka Jarmaniifi Jaappaanfaa gulantaa guddinaa olaanaarra jiraniif barnootni leenjiifi ogummaa bu’uura jabaa ta’uu hayyootni damichaa ni ibsu.... Read more »

 Biirichi pirojektota 278 qarshii biliyoona 11n ijaarsisuun hawaasa fayyadamaa taasise

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti waggoottan sadan darban keessatti qarshii biliyoona 11n pirojektota jal’isii 278 ijaarsasaanii xumursisuun horsiiseefi qonnaan bultoota kuma 59 fayyadamaa taasisuun kan danda’ame ta’uu Biiroon Misooma Jal’isiifi Horsiise Bulaa naannichaa beeksise.... Read more »

“Duudhaa waloo cimsuufi jijjiirama itti fufsiisuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessaadha “- Ergoogee Tasfaayee(PhD)

Adaamaa: Duudhaa waloo cimsuufi jijjiirama hundagaleessa ittifufsiisuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessaa ta’uu Ministirri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Doktar Ergoogee Tasfaayee ibsan. Koonfiransiin dargaggoota Oromiyaa 14ffaan “Dargaggootni anniisaa jijjiiramaa, utubaa biyyaafi abdii egereeti” mata duree... Read more »

“Shaggarirraa muuxannoon magaalota ijaaruu haala qooddatamuun hojjetamaa jira” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Dandeettiin magaalaa ammayyaawaa ijaaruu Oromoo Shaggarirraa magaalota biroof haala qoodamuun hojjetamaa jiraachuu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Obbo Shimallis kana kan dubbatan, tibba darbe wayita ijaarsa daandii guddicha... Read more »

Oromiyaan Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu biliyoona 4.95 dhaabuufi

Finfinnee: Oromiyaatti bara kana hojiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu biliyoona 4.95 dhaabuu Godina Qellem Wallaggaatti eegalame. Sadarkaa biyyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuwwan biliyoona 25 dhaabbatan keessaa harki caalu Oromiyaa keessatti kan dhaabamaniidha.... Read more »

Boruun Oromoo cimina dhaloota har’aatiin milkaa’a

Finfinnee: Korri Qorannoo Oromoo 15ffaan guyyaa lamaaf magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti gaggeeffamaa ture qorannoo garaagaraa irratti mari’achaa kaleessa xumurame. Daarektarri Olaanaa Inistiitiyuutii Qorannoofi Qo’annoo Oromoo Obbo Dirribaa Tarrafaa akka jedhanitti, ummanni... Read more »

 Waqtii gannaa kanatti rooba idileen oliitu eegama

Finfinnee: Waqtii gannaa kanatti roobni idileen olii akka eegamu Inistitiyuutiin Metiworolojii Itoophiyaa ibse. Dhihaafi Kibba Dhiyaa biyyattiitti haalli qilleensaa weerara dhibee busaaf mijataa ta’u uumamuu waan maluuf hawaasni of eeggannoo akka taasisuuf... Read more »

 Harka kennachuun daandii nagaatti deebi’uun Shanee itti fufee jira

Finfinnee: Qeerroofi qarreen Oromoo jijjiirramni siyaasaa hunda galeessi Itoophiyaa keessatti akka dhufuuf harka duwwaa taankiifi diishqaa jala dhaabachuun lubbuusaanii qaalii kanfaluun qabsoo seenaa keessatti hin dagatamne taasisaniiru. Qabsoo isaan taasisan kunis sabni... Read more »

 Wallaggatti hojiilee misoomaa badhaadhina biyyaa utubuuf kaayyeffatan

Dachee magariituu qilleensashee unatanii hin quufne Wallaggi sababa rakkoo nageenyaan danqamuu keessaa baatee ulaa misoomaa qabattee hojiilee badhaadhina biyyaaf utubaa ta’anitti jirti. Roobni dafee roobuu dhabuurraa kan ka’e bakkeewwan tokko tokkotti facaasaan... Read more »

Horsiisee bultoonni Booranaa horsiiisa cinatti misooma qonnaarratti fuuleffataa jiru

Finfinnee:  Horsiisee bultoonni godina Booranaa kanaan dura ongeen dararamaa turan rakkoo fuulduratti isaan qunnamuu malu dandamachuuf misooma qonnaarratti xiyyeeffachaa jiraachuu ibsan. Kana dura godinichatti akka bu’uura jireenyasaatti ilaalaa kan ture beeyilada horsiisuu... Read more »