Oduu Bariisaa
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Oromiyaa keessatti rakkoo nageenyaa yeroo yeroon mudachaa jiruufi ajjeechaa lammiilee nagaatiif sababa guddaa kan ta’an murnoota bicuu juuntaafi jaleewwansaanii shanee ta’uu Qajeelchi Indoktirineshinii Komishinii Poolisii Humna Addaa Oromiyaa beeksise.... Read more »
Rippoortara Gaazexichaatiin Finfinnee: Waggoota lamaan darbanitti walitti bu’iinsonni 113 raawwatamuu Ministirri Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad himan. Ministirri muummeen ibsa Wixata darbe miseensota Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatiif kennan keessatti waggoota... Read more »
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa guddina si’aayaa galmeessisaa jiran keessaa ishee tokko. Magaalaa guddoo Oromiyaa, biyyattiifi teessoo Gamtaa Afrikaa kan taate Finfinneenis bakka jireenya lammiilee biyyattiifi biyyoota gara garaati. Magaalattiin waggoota muraasa darbanitti guddataafi... Read more »
Kuufamni shukkaaraa biyya keessa jiru yeroof fedhii ummataa waliin walsimuu waan hindandeenyeef biyyoota alaarraa (Indiyaa, Biraaziliifi Dubaayi) irraa shukkaara kuntaala miliyoona lama bittaadhaan galchuuf haaldureen xumuramuu Korporeeshiniin Shukkaaraa Itoophiyaa ibse. Gaggeessaan hojii... Read more »
Oromiyaatti torban qamadii facaasuu dheengadda godina Arsii Lixaa aanaa Adaabbaafi Dodolaatti jalqabeera. Waqtiin kun yeroo qamadiin ittifacaafamuu eegale ta’us qonnaan bultoonni aanaalee lamaanii hanqinni sanyii filatamaafi guddistuu callaa kan isaan mudate ta’uu... Read more »
Waggoota kudhan ittaananitti Oromiyaa karaa hundaan badhaate ijaaruuf gahumsaafi dandeettii waliigalaa horachuun danda’amuu Komishiniin Karooraafi Misooma Dinagdee Oromiyaa ibse. Waggoota kurnan lamaan darban keessa garuu gidduseenummaan qaama biraa waan tureef hoggansi olaanaa... Read more »
“Ijibti bishaanichatti qofaa fayyadamuuf bu’uura hamilees ta’ee seeraa hinqabdu” Ambaasaaddar Girmaa Tamasgeen Barkeessaa Hidhi guddichi haaromsa Itoophiyaa bara 2003 ijaarsisaa hirmaannaa lammiilee biyyattiitiin eegalamee adeemsifamaa jiuufi ammaan tana harka 74 ga’erratti Ijibti... Read more »
Dorgommii dhandhama buna Itoophiyaatti barana yeroo jalqabaatiif adeemsifameen bunni biyyattii sadii qabxii 90 ol fiduun adda baafaman Waxabajjii 18 bara 2012 caalbaasii sa’aatii 24f turuuf kan dhiyaatan ta’uu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayii... Read more »
Hoggantootni godinaalee Oromiyaa omisha garbuu nyaataafi biiraa Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Jiddaatti lafa hektaara kuma lamaafi 800rratti misoome daaw’atan. Hogganaa Ittaanaan Biiroo Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu keessummoota sirna daaww’annichaarratti... Read more »
Omishaafi omishtummaan qonnaa akka dabalu taasisuun guddina dinagdee Itoophiyaa si’eessuu keessatti gahee olaanaa qaba. Omishaafi omishtummaan qonnaa dabaluu kan danda’u ammoo imaamata misooma qonnaa teknoolojiin deggerame fayyadamuufi sirriitti hojiirra oolchuudhaani. Haaluma kanaan... Read more »