Oduu Bariisaa
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Komishiniin Karooraafi Misooma Dinagdee Itoophiyaa gaaffiilee siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaa lammiileerratti karoorfachuun jijjiiramaaf kan hojjetu yoo ta’u, karoorri kanaan dura bahaa ture hordoffii dhabuun haala qabameen milkaa’uu hindandeenye. Karoorri mootummaa... Read more »
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Sirni mootummaa tokkee jaarraa tokkoofi walakkaaf ilmaan sabootaafi sablammii Itoophiyaa cunqursaa ture qorqalbii lammiilee jaamsuun dheebuun dimokraasii akka hammaatu taasisaa tureera. Qabsoo hadhaahaafi obsa fixachiisaa ilmaan cunqurfamootiin taasifameen sirnichi... Read more »
Charrinat Hundeessaatiin Juuntichi gocha raawwateen oggaa safaramu bineensa ta’a jennee hitilmaamne jechuun Shuumiin Itaamaajoorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa RFDI dubbatan. Shuumichi Jeneraal Birhaanuu Juullaan sagantaa beekamtii deggarsa raayyaa ittisaatiif dheengadda Finfineetti adeemsifamerratti akka... Read more »
Riippoorta gaazexichaatiin Shantamaalaa Darajee Anbassaa raayyaa ittisaa biyyaa ajaja Kaabaatti oggeessa suphaati. Juuntota ABUTn Onkoloolessa 24 bara 2013 halkan sa’aatii 4:30 irratti haleellaa irratti raawwatameen yakka tokko malee mana hidhaa Qalamiinootti darbataman.... Read more »
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Murni Juuntaa ABUT hundeeffamumasaarraa hattuufi ofittoo ta’e misoomsuu caalaa saamichaaf ukkaamsaa mirga namoomaan kan of ijaare yoo ta’u, waggoota 27f daranyoo dhala namaa ta’aa tureera. Gaafa aangootti dhufu dimokraasiifi... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Moyyaalee: Magaalaa giddugala daldalaafi wiirtuu hawaasummaa turte Moyyaaleen hattootaafi garajabeeyyii lubbuu baasaniin garmalee miidhamtee maqaa gaarii dur qabdu sadarkaa dhabuurra geessee turte. Jijjiirama yeroo ammaa biyyi keenya dhandhamaa jirtu kun... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) sabootaafi sablammoota biyyattii biratti akka gaachana biyyaatti ilaalama. Raayyaan biyya malee saba, amantiifi dhaaba siyaasaa bakka hinbu’u. Kanaafi ji’a tokkoon dura yakki irratti raawwatame afaan... Read more »
Rippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Manni marii ministirootaa karoora misoomaa biyyaalessaa waggaa 10 Itoophiyaan daandii guddinaarra akka imaltu taasisu raggaasise. Manni marichaa karoora misoomaa biyyaalessaa waggaa 10 Itoophiyaan guddina dinagdee si’ataa akka galmeessiftu taasisu... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Gaazexaan Bariisaa tibbana miseensa raayyaa ittisaa duraaniifi rogeessa ammaa Masfin Fayyisaa wajjin gaafdeebii bal’aa tasiseera. Yaadni inni keessumaa dhimma diyaaspooraarratti nuu kenne akka ittaanutti dhiyaateera. Jeequmsa akka madda galiitti Diyaaspooraa... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad Wixata darbe gaaffiilee miseensotni Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa dhimma yeroorratti dhiyeessaniif deebii bal’aa kennaniiru. Deebii kennaniinis erga ministira muummee ta’anii muudamanii booda gaaffiilee... Read more »