Abbaan Gadaa eenyu?

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Sirni Gadaa bu’uura sirna dimokraasii ammayyaa, duudhaa ittiin bulmaataa akkasumas bu’uura seenaafi eenyummaa Oromooti. Sirni Gadaa calaqqee qaroominaafi agarsiistuu cimina xiinsammuu ummata Oromoofi mallattoo nageenyaati. Gadaan leecalloo (qabeenya) Oromoo... Read more »

“Humnaan daangaa deebisuuf yaaluun mirga walabummaa naannoleefi sirna federaalizimii sabdaneessaa dhiiba” -Obbo Umar Muhaammad

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Ijaarsa sirna Federaalizimii Itoophiyaan yeroo ammaa hordofaa jirtuun naannoleen mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu hanga foxxoquutti jedhu qabu. Sirnichi erga bocamee hojiirra oolee waggoota 26 lakkoofsisus qabatamaan lafa qabachuu... Read more »

Dhangala’ina turizimii alaa kuma 850 irraa gara miliyoona 7.3tti guddisuuf karoorfame

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Waggoota kudhan ittaananitti dhangala’ina turizimii alaa jechuunis turistoota biyya alaa kuma 850 irraa gara miliyoona 7.3tti guddisuuf karoorfamuu Komishiniin Karooraafi Misooma Dinagdee beeksise. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Doktar Namarraa Gabayyoo... Read more »

‘Kudaadee’: Ji’a hordoftoota amantichaatiif eebbifamaa, sanyii qurxummiif immoo hamaa

 Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Akaakuuwwan nyaataa fayyaa dhala namaatiif daran barbaachisaniifi filataman keessaa tokko qurxummiidha. Omishni qurxummii garuu sababoota garaa garaatiin daran hir’achaa jiraachuutu himama. Jiinni sooma Kiristaanaa ‘Kudaadeen’ waqtii qurxummiiwwan baay’inaan itti... Read more »

“Bajanni kanfaltii kuufama mindaa ji’a sadii ‘JEG’ barsiisotaa naannoleef ergameera”

Tigraayitti barnoota eegaluun qo’annoo adeemsifamaa jirurratti hundaa’a Ministeera Barnootaa Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Bara 2012 ji’a Bitootessaa keessa hojii sirreessuuf jecha qorannoo addatti barsiisotaaf taasifameen sirreeffamni mindaa taasifamuun ni yaadatama. Kunis Adoolessa bara... Read more »

“Imaammanni dhaabbileen dhuunfaa barsiisummaa akka hinleenjisneef ba’e irra deebiin ilaalamuu mala” – Dubree Salaamaawiit Lammaa Guyyaa

“Seerri barnootaa haaraan qophaa’aa jiru gaaffii kanaaf deebii kenna” – Doktar Garramawu Hulluuqaa Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Dhaabbileen dhuunfaa leenjii barsiisummaa akka hinkennineef dhorkamuun isaa ni yaadatama. Kanarratti namoonni tokko tokko komii kaasu.... Read more »

“Nageenyi Mooyyaleetti uumame mo’amuu juuntichaatiin walqabata” -Obbo Turaa Mallichaa Bulchaa Aanaa Mooyyalee

Bayyanaa Ibraahimiin Mooyyalee: Guyyaa walakkaan yemmuu magaalattii keessa seennu wanti tokko hinsocho’u. Hunduu bakka jirutti akka dhaabbatu waan ajajame fakkaata. Warri mana ture immoo gara alaatti akka hinbaaneef meeshaa waraanaatiin waan ittifame... Read more »

“Dhukkubsattoota koviid-19 mana yaalaa seenan keessaa %45 meeshaadhaan harganaa jiru” -Doktar Liyaa Taaddasaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Weerarri vaayirasii koronaa yaaddoo addunyaa ta’ee ittifufus dagannaan hawaasa biratti mul’atu daran nama yaaddessa. Akka gaafa jalqabaa harka dhiqachuu, fageenya eeggachuufi maaskii kaawwachuurraan kan ka’e dhukkuboonni daddarboon birooyyuu waan... Read more »

“Aadaan waliin jireenya Itoophiyaanotaa hawataadha” -Turistoota Siwizarlaandi

Takkaallin Gabayyootiin Finfinnee: Aadaan waldanda’anii waliin jiraachuu Itoophiyaanotaa hawataa ta’uu turistootni Siwizarlaandi ji’a tokko dura daaw’annaaf dhufan ibsan. Wayita as qajeelan garuu akka waan Kooriyaan Kaabaa lammaffaan Itoophiyaa keessatti dhalatteetti sodaachifamaa turre... Read more »

Sochii qabeenya turizimii Oromiyaa misoomsuuf jalqabame

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Oromiyaan qabeenya uumamaatiin badhaatuu yaa taatu malee yeroo dheeraaf bifa ammayyaatiin misoomee akka beeksifamu hintaasifamne. Qabeenyuma uumamaa kana misoomsuuf, kunuunsuufi hawata turizimiif oolchuuf Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa danbii lakkoofsa... Read more »