Fayyummaa qaama keenyaa eeguun hojii keenya yeroo hundaa ta’uu qaba

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Ummatni keenya harki caalaan dhibee dursee ofirraa ittisuurra erga dhukkubsatee booda ykn erga namni isa bira jiru dhukkubsatee booda na’a. Kun dogoggora guddaadha. Ofii keenyas ta’e namoota naannawa keenya... Read more »

Mana Murtii Aadaa: Dhaddacha duudhaafi safuu ganamaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Oromoon aadaafi duudhaa bareedaa ollaasaafi hawaasa waliin nageenyaan ittiin jiraatu qaba. Kana jechuun garuu yeroo hunda waldhabdee tokko malee jiraata jechuu miti. Akkuma Oromoon “Miillifi Miilliyyuu walitti buuti” jedhu... Read more »

Barattoota miliyoona 11 ol barsiisuuf karoorfame keessaa miliyoonni 9.5 galmaa’aniiru

Dareen  barnootaa dabalataa kuma 34  ijaarame  Wayinisheet Kaasaatiin Finfinnee: Akka addunyaatti weerarri koviid-19 dameewwan misoomaa hundarratti gaaga’ama guddaa qaqqabsiisaa kan ture yoo ta’u, damee barnootaarrattis haaluma walfakkaatuun miidhaa olaanaa geessiseera. Hogganaa Ittaanaan... Read more »

Hoggantoota juuntichaarratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee: Seekkuturee Geetaachoofi Zar’aay Asgadoom dabalatee hoggantoota olaanaa juuntichaarratti tarkaanfiin yoo fudhatamu, sagal ammoo to’annoo jala oolan Ittigaafatamaan qajeelcha humna bobbii raayyaa ittisaa Birgaadeer Jeneraal Tasfaayee Ayyalaa TOItti akka himanitti, kanneen maqaansaanii... Read more »

Waggaa 4fan ‘UNESCO’ irratti galmaa’uu Sirna Gadaa Bulee Horaatti har’aafi boru kabajama

Natsaannat Taaddasaatiin Waggaa 4fan ‘UNESCO’ irratti galmaa’uu Sirna Gadaa Yunivarsitii Bulee Horaatti har’aafi bor kabajamaa jiru irratti hojiileen waggoota afran darbanii kan qoratamu ta’uu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo... Read more »

Sirni daldala bilisaa rakkoo bajataa mootummootaAfrikaa hir’isa

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Rakkoolee guguddoo guddina dinagdee Afrikaatti danqaa ta’an keessaa karaa salphaa ta’een waliin daldaluutiin buufachuu dadhabuun tokko ture. Kanuma furuuf biyyootni Afrikaa hedduun koviid-19n dura sirna daldala bilisaa uummachuuf sanada... Read more »

Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa akka handhuura dinagdee Oromootti tajaajila

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa magaalaa haaraa akka handhuura dinagdee Oromootti tajaajiltu waggoota 40 keessatti ijaaruudhaaf karoorfatee hojjechaa jira. Magaalli hammayyooftuu ijaaramtu kunis karaa eenyummaa Oromoo eegeen kan bu’uureffamtu ta’uun... Read more »

Lammiileen miliyoona 1.6 ol barana talaallii koleeraa ni fudhatu

Takkaalliny Gabayyootiin Diillaa: Koleeraan dhukkuboota haaluma salphaadhaan nama qabuun fayyaa hawaasaatiif yaaddoo ta’an keessaa tokko yoo ta’u, ilbiisa ‘vibriyoo’ jedhamtuun kan daddarbuufi hanga du’aatti geessisuudha. Dhukkubichi akka Itoophiyaatti waggoota hedduuf mudachaa kan... Read more »

Barattoonni vaayirasicharraa of eegaa barnootasaanii akka hordofan eebbifamtoonni gorsan

Natsaannat Taaddasaatiin Yeroo ammaa barnooti sababa weerara vaayirasichaatiin addaan cite ture of eeggannoo barbaachisu taasisuudhaan barnootni sadarkaa gadiirraa hanga oliitti jalqabameera. Yunivarsitiiwwanis barattootasaanii bara darbe eebbisiisaniiyyu barumsasaanii xumursiisanii eebbisiisaa jiru. Barattoota waggaa... Read more »

“Biyya jeeqamte keessaa Oromoon bu’aa argata kan jedhu diina” -Bareentuu (Sintaayyoo) Gadaa

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Qaamoleen karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa hidhatanii socho’an kamuu isa dhiisanii osoo karaa nagaa filatanii gaariidha jechuun Waajjira ABOtti ittigaafatamaa ittaanaan sabqunnamtiifi ittigaafatamaan damee miidiyaalee ibsan. Ittigaafatamtichi, Obbo Bareentuu... Read more »