Oduu Bariisaa
Natsaannat Taaddasaatiin Biyyoota guddatanis ta’e guddinarra jiran keessatti walitti bu’iinsi sababoota adda addaatiin darbee darbee garee hawaasaa gidduutti ni uumama. Walitti bu’iinsi sababoota gara garaatiin garee hawaasaa gidduutti uumamu kun garuu Itoophiyaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waldaan Dargaggoota Oromiyaa jaarmiyaa ilaalcha siyaasaafi amantiirraa bilisa ta’eefi fayyadamummaan siyaas-dinagdee akkasumas, hawaasummaa dargaggootaa akka mirkanaa’uuf bifa ijaarameen kan socho’uudha. Waldichi kan hundaa’e bara 1993 yoo ta’u, hanga yoonaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Dorgommiin ‘Miss Tourism Oromia’ qopheessummaa Komishinii Turizimii Oromiyaa (KTO)fi Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATO)tiin qophaa’e adeemsifamuufi. Sagantichi qaama hawata turizimii Oromiyaa beeksisuu keessatti kan hammatamu yoo ta’u, mataduree, “Oromiyaa... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Pirojektota yaadrimee jijjiramaa Ministiri Muummee Doktor Abiyyi Ahmadiin bocamanii milkaa’inasaatiif irratti hojjetamaa jiran sadii keessaa tokko misooma Wancii-Dandiiti. Erga pirojektiin misoomaa kun iftoomee as qaamoleen adda addaa sochiilee gara... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Bulee Horaa: Sirni Gadaa aadaa, duudhaa, safuu, eenyummaa, seenaa akkasumas beekumsa Oromoo of keessatti kan qabate sirna baratameefi qoratamee hindhumneedha. Sirni Oromoodhaan bocame kun hambaa kiliyaa addunyaa ta’ee ‘UNESCO’tti erga... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Dhiheenya kana Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Giddugala Gabaa Jamoo waggoota sadii dura hojjetamee tajaajila malee ta’aa ture hojii eegalsiiseera. Giddugalicha keessa yoo seenamu barjaaleen hedduun kan barreeffaman jalqabarratti Afaan Oromootiini.... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Bulee Horaa: Sirni Gadaa bu’uura sirna dimokraasii ammayyaa, duudhaa ittiin bulmaataa akkasumas bu’uura seenaafi eenyummaa Oromooti. Sirni kun qabeenya Oromoo qofa osoo hintaane kan biyyaa, Afrikaafi kan addunyaa ta’ee ‘UNESCO’tti... Read more »
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Labsiin sirna hariiroo mootummootaa murteessuuf dhiheenya Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatiin ragga’e sirna federaalizimii sabdaneessaa Itoophiyaa kan cimsu ta’uu Manni Marii Federiishinii ibse. Sirnichi waggoota 28n har’aa hojiirra akka... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Afaan Oromoo afaan guutuufi akka dubbatamutti barreeffamu ta’uusaatiin ittiin dubbachuunis ta’e ittiin barreessuun akka nama hinrakkisne hayyoonni afaanii ni ibsu. Haa ta’u malee, namoonni baay’ee yommuu Afaan Oromoo qulqulleessanii... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waggaa tokkoofi walakkaaf Sudaanitti ambaasaaddara Itoophiyaa turanii amma turtiisaanii xumuruun gara biyyaatti kan deebi’an Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoo dhimmoota wayitiifi seenaa jireenyasaaniirratti Gaazexaa Bariisaa wajjin gaafdeebii taasisaniiru. Ejennoo Sudaan ilaalchisuun... Read more »