Oduu Bariisaa
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Hariiroon biyyi tokko biyyootaa ollaafi fagoo waliin gama siyaasaan, hawaasumaafi dinagdeetiin qabdu murteessaa waan ta’eef, waldhabdee mudatu kamuu karaa dippilomaasiitiin furmaata barbaaduun bilchinaafi qaroomina guddaadha. Biyyoonni faayidaa maluufis ta’e... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Adeemsaafi tarsiimoon siyaasaa Kongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) nagaarratti kan hundaa’e ta’uu dura taa’aa ittaanaan paartichaa Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan. Hoggantootni Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa sadarkaa sadarkaan jiranis paarticha ofirraa... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Hattoonniifi saamtotni magaalaa Finfinnee keessa jiran biyyattii gurgurachuu qofati kan isaan hafe ta’uu Doktar Tulluu Tolaa ibsan. Yunivarsiitii Metropolotiyaanii Kotobeetti Barsiisaafi Injinarri Misooma Magaalaa Doktar Tulluu Tolaan Gaazexaa Bariisaaf... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Misoomni pirojektii Wancii- Dandii, Koyishaafi Gorgoraa Ministira Muummee Doktor Abiyyi Ahmadiin labsame gama turizimiin carraa hojii guddaa uumuufi qabeenya uumamaa hirmaannaa ummataatiin misoomsuun madda galii taasisuun seenaa biyya kanaa... Read more »
Adaamaa: Waltajjii abbaa beekumsaafi beekamtii kennuuf taa’ame. Kan madda ogummaa hundaaf madaa hooquuf yaadame, yaa’ii humnoota ifaa kan hundee hayyootaa isa barnootaa. Barsiisota abbaa beekumsaa ta’aniif yeroo hedduu namni yaadatee isaan hingalateeffatu... Read more »
Finfinnee: Biyyi keenya baatii Caamsaa dhufu filannoo biyyaalessaa marsaa 6fa geggeessuuf qophiirra jirti. Gaazexaan Bariisaas dhimma kanarratti paartiilee siyaasaa sadii, “Izemaa, Sochii Bilisummaa Oromoofi ABO kan dubbise yoo ta’u, isaanis qophii akkamii... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Karoora misoomaa waggaa 10 biyyattiin qabatte milkeessuuf gahee dhaabbileen deggarsaa qaban guddaa waan ta’eef, mootummaan karooricha Kamisa darbe isaaniif dhiyeessuu danda’eera. Komishinarri Komishinii Karooraafi Misoomaa Itoophiyaa Doktar Fitsum Asaffaa... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Paartileen siyaasaa marti, paartii biyya bulchu dabalatee haala walqixa ta’een keessummeeffamaa jiraachuu miseensi Boordii Filannoo Biyyaalessaa Doktar Abarraa Dagafaa ibsan. Doktar Abarraan Wiixata darbe filannoo waliigalaa marsaa 6fa ilaalchisee... Read more »
Finfinnee: Oromoofi Somaaleen hidda latiinsa tokko kan qabaniifi daangaa dheeraallee kan waliin qooddataniidha. Aadaa waldhabdee ittiin hiikan, haal jireenyaafi duudhaa walfakkaataa hedduu kan qaban ummattoonni kunneen, afaan walii illee ni dubbatu. Oromoon... Read more »
Finfinnee: Akkuma “Maqaan awwaalaa olitti waamama” jedhamu Abbaan Gaazexaa Bariisaa Pirofesar Mahaadii Hamiid Muudee har’a du’aan addunyaa kanarraa godaane hayyuu dacheen Oromiyaa deesse, Oromoon miidiyaa barreeffamaan ijasaa akka banatuuf goota abidda keessa... Read more »