Oduu Bariisaa
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo ibsa dheengadda miidiyaaleef kennaniin caffichi yaa’iisaa idilee 13fa waggaa 6fa bara hojii caffee 5fa har’aafi boru Adaamaatti geggeeffatuun dhimmoota adda addaarratti ni mari’ata... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Rakkoo ammaan tana Itoophiyaa mudate furuuf tokkummaan akka yeroo waraana Adwaa akka barbaachisu Pirezdaantiin Waldaa Gootoo Itoophiyaa ibsan. Pirezdaantichi Lij Daani’eeljootee Tulluu gaafdeebii ayyaana Injifannoo Adwaa waggaa 125fa Kibxata... Read more »
Oromiyaatti qarshiin matta’aaf kaffalame miliyoona 2.3 to’atame Waasihun Takileetiin Finfinnee: Oromiyaatti komii olaanaa jijjiirraafi mindeessaan walqabatee ka’aa jiru sirreessuuf warraaqsatti seenuu Biiroon Paablik Sarvisiifi Misooma Humna namaa beeksise. Jijjiirraan seeraan alaa 197fi... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Waggoota 125 ha’aa biyyoonni Awurooppaa Afrikaa qircatanii saamuuf akkasumas garboonfachuuf waraanaa ammayyaa hanga funyaansaatti hidhatee qabatanii duulanii ykn bobba’anii ture. Qircaa kana keessa Xaaliyaaniin Itoophiyaa humnaan weerartee garboomfachuufi saamuuf... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waggaa 40 har’aa lammiin biyya Jarmanii Doktar Kaarliheyinz Bam jedhaman gara Itoophiyaa dhufuudhaan dhaabbata ‘Meenshin foor Meenshiin’ ykn Dhaabbata Namoonni Namootaaf jedhamu hundeessuun hojii misooma baadiyyaarratti xiyyeeffatanii hojjechuu eegalan.... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Qormaata seensaa dhaabbilee olaanaa (kutaa 12fa) Guraandhala 29 hanga Bitootessa 2 bara 2013tti waraqaadhaan kennamuuf barattoonni, maatii barattootaafi manneen barnootaa Gaazexaan Bariisaa dubbise tokko tokko qophii gochaa jiraachuu ibsan.... Read more »
Takkaalliny Gabayyootiin Adaamaa: Damee omishaa Yuniyenii Waldaalee Hojii Gamtaa Omishtoota Bunaa Oromiyaa keessaa tokko kan ta’e ‘ONE-KOO Coffeen’ barana alergii bunaa jalqabuuf qophiirra jiraachuu beeksise. Warshichi ji’a Amajjii darbe Magaalaa Galaanitti kan... Read more »
“Qaala’ina jireenyaarraa kan ka’e jireenyi humnaa ol nutti ta’eera” -Jiraattota bakkeewwan garagaraa
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Aadde Tizzitaa Balaachoo Jiraatuu Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiiti. Ammaan tana qaala’ina gatiirraa kan ka’e jireenyi humnaa ol itti ta’uufi galii hojjetaan mootummaas ta’u hojjetaan guyyaa argatu jireenya... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Dambi Dolloo: Hojiin baruu barsiisuu, qo’annoofi qorannoo adeemsisuufi tajaajila hawaasaa kennuun hojiilee yunivarsitiin tokko raawwatu keessaa isaan ijoodha. Yunvarsiitiin Dambi Dolloos erga hojii eegalee waggoota sadii qofa ta’uus akkuma yunvarsiitiwwan... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Waggaa sadaffaa Doktar Abiyyi Ahmad aangoo ministirummaa muummee ittiqabatan sababeeffachuun sirni dargaggoonni Itoophiyaa naannolee hundarraa babahan Doktar Abiyyiif badhaasa ittikennaniifi isaanis dargaggootaafi namoota kaan badhaasan Bitootessa 25 bara 2013... Read more »