“Waldaan hundaa’e misooma pirojektii Wanciitiif shoora olaanaa qabaata – Obbo Magarsaa Dirribsaa

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Waldaan Misoomaa Shawaa Kibbaa Lixaa tibbana Magaalaa Walisootti hundaa’e milkaa’ina Pirojektii Wancii- Dandiifillee kan gumaachu ta’uu bulchaan godinichaa ibsan. Bulchichi Obbo Magarsaa Dirribsa ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, yeroo... Read more »

Tajaajila hawaasaa Yunivarsitiin Dambi Dolloo ummata naannawaatiif kennaa jiru

Natsaannat Taaddasaatiin Dambi Dolloo: Yunivarsitiin Dambi Dolloo qo’annoofi qorannoo adeemsisaa jiruufi tajaajila hawaasaa kennaa jiruun rakkoolee hedduu furuun fayyadamummaa hawaasa naannawaa mirkaneessaa jira. Yunivarsitichi bara 2010 hojii baruu barsiisuu kan jalqabe yoo... Read more »

Tattaaffiin dubartoota gara hoggansaatti fiduuf eegalame akka milkaa’uuf hirmaannaa gaafateme

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Tattaaffiin dubartoonni gara hoggansaafi murtii kennummaatti akka dhufan gochuuf eegalame akka milkaa’uuf hunduu qindoominaan akka hirmaatu gaafatame. Dubartoota ga’umsaafi dandeettii qaban gara hoggansaafi murtii kennuutti fiduuf tattaaffiin sadarkaa sadarkaan... Read more »

Sagaleen tokko siyaasa ummataa qajeelchuuf humna qabdi

 Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Boordiin Filannoo Biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa jahaffaa barana adeemsifamuuf qophiilee murteessoo ta’an raawwachuurratti kan argamu yoo ta’u, paartiileen siyaasaa muraasni garuu dorgommiif dhiyaachuuf fedhii guutuu akka hinqabne ibsaa jiru.... Read more »

Injifannoo Adwaa: Mo’annaa tokkummaan sabootaa jabaan irratti mul’ate

 Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Koloneeffattoonni Awurooppaa biyyoota Afrikaa hedduu humnaan cabsanii qabatanis, Xaaliyaaniin galaana ummataa Itoophiyaarraa ishee mudateen lola Adwaarratti injifatamuun hubatamee dhalootni har’aa tokkummaasaa cimsuu akka qabu Yunivarsitii Finfinneetti, barsiisaafi qorataan seenaa... Read more »

Finfinneetti qaala’insa jireenyaa mudate furuuf qarshiin miliyoona 500 ramadame

 Finfinneetti qaala’insa jireenyaa mudate furuuf qarshiin miliyoona 500 ramadame  Waasihun Takileetiin Finfinnee: Rakkoo qaala’insa jireenyaa Finfinneetti mudataa jiruuf sababni humnoota dinagdeen of ijaaraniifi faallaa jijjiiramaa ta’an ta’uu Kantiibaa Ittaantuun Magaalaa Finfinnee ibsan.... Read more »

Adawaa: Wabii qorqalbii gurraachotaa

 Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Wabii bilisummaafi qorqalbii gurraachota adunyaa kan ta’e Injifannoo Adwaa booda keessummaa biyyoonni Afrikaa hedduun eenyummaasaaniif falmachuun gogaa gabrummaa ofirraa darbanii walabummaaf hanga humnasaanii socho’aa turuun ni yaadatama. Gaazexaan Bariisaas... Read more »

Dhalootni haaraan gara seenaa ofii hojjechuutti ce’uu qaba

 Bayyanaa Ibraahimiin Naqamtee: Injifannoo Adwaarratti galmaa’e faarsuun injifannoon biroo akka argamuuf kan hamilee namatti horu waan ta’eef dhalootni haaraan seenaa abbootii faarsuu qofa osoo hintaane, seenaa mataasaanii galmeessisuu akka qaban eebbifamtootni yaada... Read more »

“Qophiin ABOn filannoof taasisu waldhabdee keessootiin gufachuu hinqabu” Jaal Qajeelaa Mardaasaa

 Waasihun Takileetiin Finfinnee: ABO jaarmayaa siyaasaa keessoo ummata Oromoo ta’ee osoo jiruu waldhabdee hoggansa mudateen sakaallaa keessa jiraachuu Sabaa Himaan addichaa beeksisan. Sabaa himichi aan Jaal Qajeelaa Mardaasaa ibsa Dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

“Naannoon Sidaamaa filannoo marsaa 6faf humnoota nageenyaa gahaa bobbaase” Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos

 Waasihun Takikeetiin Hawaasaa: Filannoon marsaa 6fa Itoophiyaa rakkoo nageenyaa malee akka gaggeeffamuuf humna gahaa bobbaasuu Biiroon Nageenyaafi Tasgabbii Naannoo Sidaamaa beeksise. Ittigaafatamaan biirichaa Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos ibsa dheengadda waajjirasaaniitti Gaazexaa Bariisaaf addatti... Read more »