Qaala’iinsi gabaa daldaltoota xixiqqaa gabaa keessaa dhiibaa jira

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Daldalaa dargaggeessa Musxafaa Shaafii jedhama. Daldala Jimaafi Dammaa irratti hirmaatee hojjachuu erga eegalee waggoota kudhan laakkosiiseera. Turtii waggoota kudhan daldala keessa turetti garuu akka yeroo ammaatti haalli hojii kan... Read more »

Ijaarsi Iikkoo turizimii Wancii Dandii har’a eegala

Pirojektiin humna ibsaa Ginciis ni eebbifama Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Ijaarsawwan  Iikkoo Turizimii kaka’umsa Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahimadiin yaadaman keessaa tokko kan ta’e ijaarsi pirojektii Wancii Dandii har’a eegala. Gaggeessaa Damee Hawaasummaa... Read more »

Hojiilee Yunivarsitiin Saayinsiifi Teknolojii Adaamaa barnoota ‘ICT’n degገerame kennuuf raawwachaa jiru

Natsaannat Taaddasaatiin Adaamaa: Yunivarsitiin Saayinsiifi Teknolojii Adaamaa barnoota qulqullina qabuufi‘ICT’n deggerame kennuudhaan barattoota ga’umsa qabaniifi bakkawwan hundatti dorgomaa ta’an  baay’inaafi qulqullinaan horachuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jira. Yunivarsitichi kana malees tekinolojiiwwan gara garaa  waraabuu,... Read more »

“Qaala’insi gabaa hanqina dhiyeessii osoo hintaane kabajamuu dhabuu olaantummaa seeraati” – Abdii Muummad

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Kabajamuu dhabuu olaantummaa seeraa wajjin walqabatee daballiin gatii gabaa humnaa ol ta’aa jiraachuu Ejensiin Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa beeksise. Daarektarri Ittaanaa ejensiichaa Obbo Abdii Muummad ibsa addatti gaazexaa Bariisaaf... Read more »

“Biyyakoof hojjechuuf malee fedhii aangoo tokkollee hinqabu” -Mohaammad Kamaal Alarusii

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Ijaarsa Hidha Haaromsa Itoophiyaa guddichaa saffisaa jiru olola sobaan gufachiisuun kolonii dhokataa  gaggeessuuf biyyoonni yaalan lafa jiranirraa sagalee dhageessisaa turaniiru. Biyyi kamuu qabeenya uumamaan kennameefiitti fayydamuun mirga ta’us alseeronni... Read more »

“Wantootni araada nama qabsiisan naannawaa yunvarsiitiitti akka hingurguramne dhoorkaa jirra”- Yunvarsiitii Wallaggaa

 Bayyanaa Ibraahimiin Naqamtee: Barattoota naamusa gaarii qabaniifi araada addaa addaa irraa bilisa ta’an horachuuf tarkaanfiiwwan garaa garaa fudhachaa jiraachuu Yunvarsiitiin Wallaggaa ibse. Yunvarsiitichatti, Daarektarri Tajaajila Barattootaa Obbo Darajjee Toleeraa Tibbana ibsa Gaazexaa... Read more »

Lammiileen Itoophiyaa ala jiraatan hiriira nagaa bahan

Riippoorta gaazexichaatiin Lammiileen Itoophiyaa Ameerikaa jiraataan biiroowwan Niiwuyork Taayimsiifi ‘CNN’tti argamuun hiriira nagaa gaggeessan. Lammiileen Itoophiyaafi dhalattoonni Itoophiyaa Ameerikaa bulchiinsota garagaraa keessa jiraataan biiroowwan Niiwuyorki Taayimsiifi ‘CNN’tti argamuun hiriira nagaa gaggeessan. Lammiileen... Read more »

“Yuniyeeniin Maqii Baatuu warshaa cuunfaa timaatimii banuuf hojjetaa jira” – Obbo Kumasaa Guddinaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Yuniyeeniin Omishtoota Kuduraafi Muduraa Maqii Baatuu, bara 1994 kan hundaa’e yoo ta’u, waldaalee miseensaa 12 jallisiidhaan kuduraafi muduraa omishaniifi qonnaa bultoota 527 of jalatti qabataniin hojii eegale. Kaappitaala qarshii... Read more »

Vaayirasiin koronaa waggaa har’aa Itoophiyaa seene maalirra jira?

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waggaa har’aa Bitooteessa 4 bara 2012 namni lammii Jaappaan tokko vaayirasii koronaadhaan qabamuun isaa Itoophiyaatti ifa ta’e. Yeroo sana biyyoonni addunyaa dhukkubichaan daran raafamaa kan turan yoo ta’u turtii... Read more »

“Baayotekinolojiin faayidaa lubbuqabeeyyiirraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa qaba”- Pirofeesar Hundumaa Dinqaa

 Natsaannat Taaddasaatiin Adaamaa: Baayoteknolojiin teknolojii lubbuqabeeyyiirratti hojjetuudha. Lubbuqabeeyyiin biqiloota, beneensota, namaafi lubbuqabeeyyii xixiqqoo (‘micro organism’) of keessatti qabata. Teknolojichi faayidaa lubbuqabeeyyiirraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa qabaatus akka Itoophiyaatti sadarkaa gadaanaarra jiraachuu... Read more »