“Paartileen yeroo qilleensaafi fuula gaazexaa kennameefitti haalaan fayyadamuu qabu” – hoggantoota Paartilee

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Paartileen siyaasaa yeroo qilleensaafi fuula gaazexaa imaammatasaanii ittiin beekisfachuuf kennameefitti haalaa fayyadamuu akka qaban hoggantoonni paartilee addaddaa ni gaafatu. Durataa’aa Ittaanaan Paartii Madrak Pirofesar Bayyanaa Pheexiroos ibsa kaleessa Gaazexaa... Read more »

“Sabbata aayyootu na danqee” Mala yeroo bitachuu Misiriifi Sudaan

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Itoophiyaan ijaarsa hidha haaromsa guddichaa erga jalqabdee waggoonni 10 lakka’amanis fayyadamtoonni yaa’a lagichaa Misiriifi Sudaan ammayyuu hinliqimfamne. Mariin biyyoonni sadan (Itoophiyaa, Sudaaniifi Misir) dhimmicharratti yeroo garagaraa adeemsisanis hanga yoonaatti... Read more »

Bitooteessa 24: Jalqabbii imala jijjiiramaa Itoophiyaa

Kutaa Qophiitiin Finfinnee: Bitooteessi 24 bara 2003fi Bitooteessi 24 bara 2010 seenaa Itoophiyaa keessatti bakka guddaa qabu. Inni jalqabaa yaada “ni danda’ama” jedhuun ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa tokko jedhee kan itti... Read more »

Ejansichi tajaajila wiirtuu tokkoo kennaa jira

 Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Ejansiin Carraa Hojiifi Wabii Nyaataa RFDI bara 1991rraa eegalee dargaggootaafi  miidhamtoota qaamaatiif carraa hojii uumaa kan ture yoo ta’u, bara 2008rraa kaasee ammoo wabii miidhaan nyaataa mirkaneessuuf namoota hojiimaleeyyii... Read more »

Finfinneetti sagantaa seftineetiitiin namoota kuma 415 oliif liqiin kenname

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Magaalaa Finfinneetti namoonni kuma 766fi 800 ol jireenya hiyyummaan gadii jiraatu. Isaan keessaa namoota kuma 415fi 923 ykn dibbantaa 55 kanneen ta’an eeggattummaa jalaa baasuuf hojjetamaa tureera. Haaluma kanaan... Read more »

“Miidiyaan idilee dhugaa jiru sirritti ibsuu dhabuun miidiyaan hawaasummaa caalaatti akka amanaman taasiseera” – Ogeessota Miidiyaa

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Durdur odeeffannoon ummata bira qaqqabu kallattii tokko qofaa irraa kan maddu waan tureef ummanni odeeffannoo mootummaafi abbootiin qabeenyaa dhuunfaa miidiyaa qaban dabarsaniif amanee fudhachuun alatti filannoo biroo hinqabu ture.... Read more »

Magaaloonni riijinii Kaaba Lixaa fayyadamoo tajaajila interneetii ‘4G LTE Advanced’ ta’an

Natsaannat Taaddasaatiin Baahirdaar: Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ Finfinnee qofatti kennaa ture babal’isuudhaan tajaajila intarneetii mobaayilii daran si’ataa ta’e kennuuf hojjechaa jira. Torban sadii dura tajaajila  ‘4G LTE Advanced’ Riijinii Kibba... Read more »

Harariitti hidhichaaf qarshiin miliyoona 56 ol walittiqabame

Sinqinash Alamuutiin Finfinne: Akka naannoo Harariitti sosochii hawaasaa bittaa boondii tibbana aanaalee sadiitti taasifameen qarshii miliyoona sadii walitti qabuun danda’ameera. Sosochichi abbootii qabeenyaa hanga baratootaatti kan hirmaachise ta’uu, Waajjirri Mana Marii Waltaasisa... Read more »

“Jijjirama argame haaluun qaaniidha” -Abbaa Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessa

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Waggoota sadan darban erga mootummaan jijjiramaa biyyatti bulchuu jalqabee, jijjiiramoonni jajjabeeffamuufi deggaramuu qaban gama hawaasummaafi siyaas dinagdeetiin galmaa’eera. Kun akka itti fufuuf lammiileen nagaa biyyaa tiksuufi misoomarratti hirmaachuun jijjiramicha... Read more »

Waa’ee Ijaarsa Hidha Guddichaa Haaromsa Itoophiyaa lakkoofsonni ni dubbatu

Ijaarsi Hidha Guddichaa sadarkaa maaliirra jira?  Ijaarsi fuulduree hidhachaa bakka bishaan ittikuufamuu %99 qaqqabeera.  Ijaarsi ittisa lolaa %97 irra gaheera, Ijaarsi maddoota humnaa %84n xumurameera,  Waliigalaan hojiin siivilii %91.4 irra gaheera.   Hojiileen... Read more »