Oduu Bariisaa
Gammachuu Kadiriin Sooddoo: Tajaajilli intarneetii saffiisaa ‘4G LTE’ rijinii Kibba Kibba Lixaa, magaaloota ja’aatti eegale. Teknoloojii dijiitalaa saffisaafi qulqullina qabu lammilee biyyattii biraan ga’uuf hojjechaa kan jiru Itiyoo telekoom magaalota ja’a naannoo... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Kitaabni Qorannoo ‘Sirna Gadaafi Mirgoota Dubartootaa’ jedhu Yunivarsitii Mattuutti Gargaaraa Pirofeesara Seeraafi Yunivarsitii Finfinneetti Wiirtuu Mirgoota Namoomaatiin digirii sadaffaa barachaa jiran Muluqan Kaasaahuuniin barreeffame Wiixata darbe Finfinneetti eebbifameera. Kitaabichi... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Rakkoolee biyyattii muudataniif kadhannaa lammiilee hunda hirmaachise taasisuu keessatti miidiyaan sirboota adda addaa dabarsan torbeef dhiisuun ummatoonni Itoophiyaa hundi akka fuulasaanii gara Waaqaatti deebisan dhaamsa dabarsuunis ta’ee faaruu amantiiwwan... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Biyya lammiileef mijattuu ijaaruu keessatti hojiileen dhimmoota hawaasumma, dinagdeefi siyaasaarratti hojjeetaman barbaachisaa ta’uun ni beekama. Dhimmoota kunneen galmaan gahuuf ammo nageenyi barbaachisaadha; keessumaa bu’uura nageenyaa kan ta’e nageenya keessoo... Read more »
Gama kanaan baasii Yuuroo miiliyoona 3.5 hambisuun ni danda’ama Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Aramaan ykn mukni Pirosoppii jedhamu kun iddoowwan garagaraatti maqaa addaddaatiin beekama. Sanyii mukaa yeroo gabaabaa keessatti lafa bal’aa weeraruudhaan dhuunfachuu... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Oromiyaan damee turizimiirraa fayyadamtuu akk taatuuf seerriHariiroo Mootummaafi Namoota Dhuunfaa (Public Private Partnership) qopha’aa jiraachuufi bara bajataa 2014tti hojiirra akka oolu Komishiniin Turizimii Oromiyaa (KTO) beeksise. Komishinarri Komishinichaa Aadde... Read more »
Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Weerara Koviid 19 babal’achaa jiru ittisuuf Finfinneen alattis to’annoo cimaan geggeeffamuuf akka jiru Ministeerri Fayyaa beekisise. Pirotokoolii Koviid 19 eeguutiin Magaalaan Finfinneen dhibbantaa 70 irra kan jirtu yoo ta’u,... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Waldaaleen Ogummaa Fayyaa 11 waliin ta’uun ji’a Amajjiirraa jalqabee magaalaa Finfinnee dabalatee magaaloota 15fi manneen barnoota 48rratti qorannoo taasisaniin lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaan qabamani baay’ina tajaajilli fayyaa baatuun ol... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Jigjigaa: Yeroo dheeraadhaaf taarifni tajaajila intarneetii Itiyoo Telekoom kennaa ture qaalii ta’uusaatiin fayyadamtootni hedduu irraa dheessaa kan turan yemmuu ta’u, waggoota lamaan darbanitti garuu yeroo adda addaatti fooyya’iinsa taarifaa taasifameen... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Jigjigaa: Filannoo biyyaaleessaa marsaa 6ffaatiif galmaa’anii guyyaa filannoo qofa eeggachaa jiraachuu Naannoo Somaaleetti jiraattootni Magaalaa Jigjigaa haasofsiine ni dubbatu. Hunda caalaa nagaan guyyaa tokkoofis taanaan akka hinboorofnetti filannichi gaggeeffamuu akka... Read more »