“Oromummaa cabsuun akka hindanda’amne abbootiisaaniirraa barachuu qabu” – Abbootii Gadaa Oromoo

Finfinnee: Tibbana ajjeechaafi buqqaatii eenyummaarratti hundaa’ee iddoo garaa garaatti raawwatamaa jiru balaaleeffachuudhaaf magaalota naannoo Amaaraa keessatti hiriirri nagaa gaggeeffamaa tureera. Hiriirichaanis du’aafi buqqaatiin lammiilee nagaa akka dhaabbatuufi dhaadannoolee kanneen biroo kan dhaggeessisan... Read more »

“Kaardiin filannoo wabii waggoota shaniiti” -Waldaa Dargagoota Finfinnee

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Waltajjii marii ‘Kaardii filannoo nan fudhadhaa, sababaan nan filadha’ jedhufi ‘waliigaltee waloo caalmaa bilisummaa yaadaaf’ jedhuun qopheessu Waldaan Dargagoota Finfinnee ibse. Pirezidaantiin waldichaa Dargagoo Gazahanyi G/maariyaam ibsa midiiyaaleef kennaniin,... Read more »

“Ejensiiwwan hojjetaafi hojjechiisaa walqunnamsiisan gocha seeraan alaarratti hirmaachaa jiru” -Ministeera Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa

Finfinnee: Magaalaa Finfineetti kan argaman ejensiiwwan hojjetaafi hojjachiisaa walqunnamsiisan eeyyamaan ala hojjechuu dabalatee hojiiwwan seeraan alaa garaa garaa irratti hirmaachaa jirachuu Ministeerri Dhimma Hojjetaafi Hawaasummaa ibse. Ministirri ministeerichaa Doktar Ergoogee Tasfaayee ibsa... Read more »

Bulchiinsi Magaala Finfinnee galii qarshii biiliyoona 32.3 walitti qabuu beeksise

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee bara bajataa kanatti galii qarshii biiliyoona 44 walitti qabuuf karoorfatee raawwii ji’oota sagliin qarshii biiliyoona 32.3 walitti qabuu ibseera. Kunis kan ibsame sirna beekamtii kennuu kanfaltoota... Read more »

“Hubannoo Oromoon nagaaf qabu uumaa, uumamaafi nama hunda hammata” -Obbo Guyyoo Dooyyoo

Kutaa Qophiitiin Finfinnee: Mariin idilee Gumii Balal jdhamuufi Waajjira Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin geggeeffamu dheengadda marsaa lammaffaaf mata duree “Sona filannoo dimokraatawaafi nageenya” jedhuun adeemsifameera. Maricharratti yaada ka’umsaa kan dhiheessan Hayyuu Falaasamaafi... Read more »

Ministeerichi sanyii filatamaa kuntaala miliyoona 1.7 walitti qabuuf karoorfatee hojjechaa jira

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Ministeerri Qonnaa, barana sanyii filatamaa kuntaala miliyoona 1.7 walitti qabuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuufi hanga ammaattis kuntaala miliyoona 1.2 walitti qabuusaa ibse. Ministeerichatti daarektarri galtee qonnaafi gabaa Obbo Mangistuu Tasfaa... Read more »

Ofeeggannoon dhibee koviid 19 yeroo kamiyyuu caalaa cimee itti fufuu qaba

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Kovid-19 dhibee daddarbaa yeroo gabaabaa keessatti addunyaa mara walga’uun miidhaa guddaa qaqqabsiiseefi qaqqabsiisaa jiruudha. Dhibeen kun karaa salphaa akkuma daddarbu karaa salphaa ofirraa ittisuu dandeenya. Dhibeen kun tuttuqqii, haxxiffannaafi... Read more »

Waldaan Daawwachiiftoota Turistii Oromiyaa har’a hunda’a

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Daawwachiiftoota turistii Oromiyaa keessa aanaadhaa hanga godinaatti bifa bittinaa’een hojjetaa turan bakka tokkotti walitti fiduun rakkoo damicharra jiru furuu akka barbaachisu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATO) ibse. Biirichatti Daarektarri... Read more »

Filannoon marsaa 6fa seenaa biyyattii keessatti mudannoodha jedhame

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Paartiin Bilisummaafi Walqixxummaa wayita kaayyoosaa miidiyaaf ifoomseetti, ifni dimookraasiifi jijjiramni amma mul’ataa jiru ummatoonni Itoophiyaa osoo saba, amantiifi ilaalcha siyaasaan wal hinqoodiin aarsaa kaffalaniin kan argamedha. Cancalli dimokraasii kana... Read more »

Waajjirichi gaagura ammayyaa kuma 17 omishtootaaf raabse

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Godina Jimmaatti omishtoota dammaaf gaagurri ammayyaa kuma 17 raabsamuusaa Waajjirri Misooma Qabeenya Beeladaa godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Mahaammadxahaa Abbaafiixaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhaniitti, omisha... Read more »