Hanga Kibxata darbeetti filattoonni miiliyoona 28 galmaa’an

Finfinnee: Hanga Kibxata darbeetti filattoonni miiliyoona 28fi kuma 731fi 935 filachuuf kaardii fudhachuusaanii Boordiin Filannoo Biyyooleessaa Itoophiyaa beeksise. Galmeessi filattootaas hanga Caamsaa 6 bara 2013tti dheerateera. Galmeessin filattootaa buufataalee filannoo kuma 41fi... Read more »

Imala waggoota 59 qamadii alaa galchuu dhaabuuf

 Finfinnee: Itoophiyaan biyya qabeenya uumaamaan badhate ta’uun ishee ni himamaaf. Ta’uus midhaan nyaataatiin of danda’u dadhabdee omishoota hedduu alaa galchuuf diqamteetti. Kanaanis waggaatti yoo xiqqaate dolaara biliyoona sadii akka baaftuudha ragaaleen kan... Read more »

“Misir hanga ilaalchashii hinjijjiirretti gara waliigalteetti dhufuu hindandeessu” – Ambaasaaddar Diinaa Muftii

 Finfinnee: Mariin Balal marsaa 4fa mataduree “Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaafi Kabaja Biyyaalessaa” jedhuun dheengadda Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatti geggeeffameera. Maricharratti yaadni ka’umsa marii Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin kan... Read more »

Shororkeessummaan moggaasuu ABUTfi Shanee tarkaanfii yeroosaa eeggate

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’ii idilee 13fa dheengadda taa’een garee ABUTfi Shanee shoroorkessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo Mana Marii Ministirootaatiin dhiyaate sagalee guutuudhaan dheengadda raggaasisuunsaa ni yaadatama. Lubbuun darbuu lammiilee,... Read more »

Baadiyyaa Oromiyaa wiirtuu misoomaa gochuuf hojjetamaa jira

Finfinnee:  Mariin Gumii Balal marsaa sadaffaa Waajjira Pirezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin geggeffamuufi dhimma dinagdee naannichaafi biyyaa guddisuurratti xiyyeeffate dheengadda waajjira pirezidaantiitti geggeeffameera. Hayyoonni dinagdee yunivarsitiiwwan Finfinnee, Kotobe Metiropolotiyaaniifi Yunivarrsitii Naannoo Oromiyaarraa... Read more »

Dhimmi miidhamtoota qaamaa kan hawaasa maraa ta’uu qaba

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Federeeshiniin Waldaalee Miidhamtoota Qaamaa Itoophiyaa, waldaaleen mitmootummaa miidhamtoota qaamaarratti hojjetan gara garaa waliin ta’uudhaan Wiixata darbe gaazexeessitoota miidiyaalee gara garaarraa baba’aniif leenjiin kennameera. Leenjichi haala ittiin miidiyaaleen dhimmoota miidhamtoota... Read more »

“Ayyaana darbuuf jiru lubbuudhaan darbuu hinqabnu” -Obbo Darajjee Abdannaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Duudhaalee Itoophiyaan ittiin beekamtu keessaa akkaataan ayyaaneeffannaa ayyaanoota waggaa amantii isa tokko. Isa hinqabneef qooduun, mana ofiitti waamanii nyaachisuun, firriifi hiriyyaan buna walwaamee wajjiin kabajuun ibsamoota ayyaanaa keessaa isaan... Read more »

Guyyaan hojjettoota addunyaa har’a kabajama

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Guyyaan Hojjtoota Addunyaa (May day) har’a qophiilee adda addaatiin Paarkii Shaggaritti haala tamsa’ina vaayirasii yaada keessa galcheen yeroo 132faf akka kabajamu ibsame. Koreen raawwachiistuu hojii Konfedereeshinii Hojjettoota Itoophiyaa ibsa... Read more »

Rakkoowwaniifi baay’inni qormaataa deemsa badhaadhina Itoophiyaa gonkumaa hindhaabsisu

Itoophiyaan waggoota darbanitti guddina dinagdee itti fufaa galmeessistus karaan guddinni dinagdee kun ittiin galmaa’e fayyaalessa ta’uu dhabuun misoomni dinagdee akka gad bu’u taasiseera. Guddinni lakkoofsaan mul’ates sababa liqiintiin itti fufuu hindandeenye. Jijjiiramicha... Read more »

“Ayyaana Faasikaa araaraafi dhiifama walii gochuutiin kabajuu qabna” -Abbootii Amantii Kiristaanaa

Taammiruu Raggaasaafi Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Abbootin amantii mana amantiiwwan kiristaanaa guyyaa ayyaana du’aa ka’uu Gooftaa Yasuus Kiristoos sababeeffachuun hordoftoota amantichaaf ergaa baga geessanii kan dabarsan yoo ta’u, guyyichas araaraafi dhiifama walii gochuutiin... Read more »