Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ayyaanni Masqalaa nageenyaafi waloomina cimsuuf gumaacha olaanaa qaba jechuun abbootiin amantaa beeksisan. Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaatti Eegaa Amantaa Olaanaa, Barsiisaafi Ittigaafatamaa Dhimma Seeraa Kutaa Lallabaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar kan ta’an Hayilamikaa’el Taaddasaa... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti bara bajata 2017 aannan liitira biliyoona 3.5 omishuuf hojjetamaa jiraachhu Biiroon Qonna Naannichaa beeksise. Biirichatti Qindeessaan Sosochii Maaddii Guutuu Obbo Gomoroo Dheeressaa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »
Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota sektara qonnaatiin milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko omisha alergii dabaluu, gosdaneessuufi qulqullinaan guddisuu yoota’u, galma kana milkeessuu keessatti gaheen inisheetivii misooma baala shaayii olaanaa akka ta’u ni eegama.... Read more »
Finfinnee: Rakkoo kenna tajaajilaa fooyyeessu hojiin dijitaalaayizeeshinii hojjetmaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Konistiraakishinii Oromiyaa (ATKO) ibse. Ittigaafatamaan abbaa taayitichaa Injiinar Naatinaa’el Geetaahuun ibsa Wiixata darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, abbaan taayitichaa rakkoo... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan biyya sabaafi sablammootni 80 ol eenyummaa, seenaa, afaaniifi aadaa garagaraa qaban waggoota hedduuf waliin jiraataniidha. Sabootni kunneen eenyummaa daneessa keessatti Itoophiyaa waloo taate kan ijaarrataniifi waliin qabanidha. Duudhaaleen, barsiifanni, sirnootni,... Read more »
Finfinnee: Godina Qeellam Wallaggaatti namoota mallattoon dhibee busaa irratti mul’atee qorannoon taasifameef kuma 160 keessaa namoota kuma 89fi 773rratti dhibeen busaa kan argame ta’uu Waajjirri Fayyaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Yoonaas... Read more »
Finfinnee: Finfinneetti bara 2010 Afaan Oromootiin barnootni kennamuu yommuu eegalu afaanicha barachuuf warra jaalala qabaniif gammachuu guddaa yommuu ta’u warraa jibba sabichaa qabaniif ammoo yaaddoo guddaa ta’ee ture. Yeroo san afaan saba... Read more »
Finfinnee: Jijjiiramni haala qilleensaa sababa gocha dhala namaatiin uumamu jireenya lubbuqabeeyyii maraaf yaaddessaa erga ta’ee bubbuleera. Itoophiyaatti balaan lolaa waqtii gannaa balaa eegamu ta’us ganna bara 2016tti garuu balaan sigiga lafaa haala... Read more »
Finfinnee: Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii bulchiinsota magaalaa lamaafi naannolee shanitti hawaasaafi qoodafudhattoota sadarkaa aanaafi naannootti gaggeeffamu goolabuu ibse. Ergaa baga bara haaraaf geessaniis dabarseera. Komishinar Yoonaas Adaayyee (PhD) ibsa Kibxata darbe Gaazexaa... Read more »
Finfinnee: Namni hunduu nageenya akka agartuu ijasaatti kunuunsuu akka qabu Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Oromiyaa beeksise. Manni marichaa erga ayyaana Mawuliidaa waggaa 1446ffaa boru kabajamu ilaalchisee ibsa Gaazexaa Bariisaaf kaleessa kenneen akka... Read more »