Oduu Bariisaa
Akkuma guddina nama tokkootiif nyaata madaalamaa malee nyaanni qofti akka hingeenyee biyyis waan madaalamaa barbaaddi. Pirojektii ulfaataa akka Abbayyaa milkeessinee, paarkiiwwan indastirii guguddoo ijaarree, daandiiwwan ijoo biyyoota walitti hidhan hojjennee, magaalota keenya... Read more »
Adaamaa: Dhaabbanni Abbagaar Ummata Itoophiyaa kan humnisaa eeyyame furee kan humnasaatiin ol ta’e immoo paarlaamaadhaaf dhiheessuuf dirqama qabaatus, paarlaamaan qorannoo dadhabbii hedduun dhihaateef fudhatee tarkaanfii barbaachisu fudhachuurratti qaawwa bal’aa kan qabu ta’uu... Read more »
Baatuu: Omishaafi omishtummaa dachaan dabaluun fayyadamummaa qonnaan bulaa mirkaneessuuf sochii mootummaan taasisaa jiru jajjabeessaa ta’us alseerummaan golgaa seeraatiin raawwataman tokko tokko damichaaf hudhaa ta’aa jiru. Hudhaaleen fayyaddamummaa qonnaan bulaa miidhanii alseerummaa jajjabeessan... Read more »
Finfinnee: Filannoon biyyaalessaa marsaa 6fa Waxabajjii 14 bara 2013 geggeeffamu biyyattiin gaaga’ama siyaasaa adda addaatiif wayita saaxilamteefi dhibbaa biyya keessaafi alaan gahu gidduu ta’uun kan adeemsifamu ta’uusnaa filannoo seena qabeessa taasisa. Dura... Read more »
Adaamaa: Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO) Roobii darbe barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12fa bara 2012 fudhatanii qabxii 600 ol galmeessisan 152 tokkoon tokkoonsaanii qarshii kuma 20, 20 Magaalaa Adaamaatti badhaaseera. Barattoota kanneen keessaa... Read more »
Finfinnee: Ogummaan gaazexeessummaa daran rakkisaafi siyaasa biyya keessa jiranirratti waan hundaa’uuf, gaazexeessitoonni rakkoo keessa jiraachuu Gaazexeessaa hangafti Dhugaa Jabeessaa gaafdeebii Sanbata darbe Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisaniin ibsan. Akka isaan jedhanitti, rakkoon gaazexeessaa... Read more »
Finfinnee: Ummanni Oromoo hammam sirna cunqursaa jala turus aadaa dimokraatummaa ganama ittiguddate dhalootaaf dabarsuuf aadaa dimokraasii ittiguddateen aangoo baalliin waliif dabarsaa tureera, ammas ittuma jira. Cunqursaa hadhaa’aa jaarraa tokkoofi walakkaa oliif irra... Read more »
-Manni marichaa jidduseenummaa Itoophiyaarratti taasifamaa jiru balaaleffate Finfinnee: Sosochiin biyyaalessaa dhiibbaa biyyoonni lixaafi dhaabbileensaanii ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaarrattiifi sochiilee biyyaalessaa biroorratti taasisan mormu eegalame. Sirna baniinsa sosochichaa kaleessa Galma Tiyaatira Haagar... Read more »
Mariin Gumii Balal Waajira Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qophaa’ee torbanitti al tokko dhiyaatu har’a mataduree “Federaalizimii fi Ijaarsa Biyyaa” jedhuun geggeeffameera. Marii kana irratti yaada ka’umsaa kan dhiyeessan Dr. Brihaanuu Leenjisoo, Ogeessaa... Read more »
Finfinnee: Waldaan Dubartoota Ogeesoota Seeraa Itoophiyaa miidhaa wayita filannoon marsaa 6fa biyyaalessaa adeemsifamuu dubartootarra dhaqqabu xiqqeessuuf pirojektii filannicha waliin hidhata qabu ifoomse. Hojii Raawwachistuu Waldichaa Adde Leensaa Bayyanaa ibsa dheengadda miidiyaaleef kennaniin... Read more »