Qabeenyawwan turizimii Oromiyaa gara dinagdeetti jijjiiruuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Oromiyaan qabeenyawwan turizimii uumamaatiinis ta’e namtolcheetiin kan badhaate taatus ittifayyadamarratti akka nama bishaan keessa dhaabbatee dheebotuu taatee turte. Komishiniin Turizimii Oromiyaa qabeenyawwan turizimii naannichaa kunuunsuu, misoomsuufi beeksisuun gara dinagdeetti jijjiiruuf hojii... Read more »

“Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa ofiisaatiiyyuu ashaaraadha” – Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee:  Madda  oduuwwanii akkasumas seenaa fagoofi dhiyoo ta’ee tajaajilaa kan jiru Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa ofiisaatiiyyuu ashaaraa ta’uu dubbatu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad. Dhaabbatichi Bitootessa 24 bara 2010 irraa eegalee hanga Bitootessa... Read more »

“Ilmaan Tufaa Munaa misooma hawwuuf malee dhandhamuuf carraa hinarganne turte” -Aadde Loomii Badhoo

Sulultaa/Bishooftuu: Qe’ee Tufaa Munaa kan taate Magaalaan Sulultaa magaaloota Finfinneetti daran dhihoo ta’an keessaa tokko taatuus misooma fagootti ilaalu malee dhandhamachuuf hincarroomne turte. Sulultaa warra Finfinnee aannaniifi booka unachiistee, foon mursiisteefi dhadhaadhaan... Read more »

“Wixxirfannaan Itoophiyaa diiguuf taasifamu qalbii na cabsa” -Maanguddoo umrii 110, Letenaal Koloneel Rijaaluu Marabbaa

Waggoota lama dura keessumaa Gaazexaa Bariisaa kan turan maxxansa kanarrattis yaada haala yeroo biyya keenyaarratti qaban dheengadda wayita Jimmarraa dhimma hojiitiif gara Finfinnee dhufan argannee gaafannee isaanis yaada ittaanu nu kennaniiru. Filannoo... Read more »

Waajjirichi rakkoo nageenyaa naannolee sadeenii hiikaa jiraachuu ibse

Finfinnee: Waajjirri Nageenyaafi Misooma Waloo Bulchiinsa Motummaa Naannoo Oromiyaa, Beenishaangul Gumuziifi Gaambeellaa rakkoolee naannawa daangaarratti uumaman hundeerraa furuuf bara 2011 kan hundeeffame yoo ta’u, rakkoolee jiran furaa jiraachuu ibseera. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo... Read more »

Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ magaalota naannolee biyyattiitti babal’isaa jira

Samaraafi Dasee: Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ kan  interneetii mobaayilii daran si’eessuuf gargaaru magaalota naannoleetti babal’isaa kan jiru yoo ta’u, kan riijinii Kaaba Baha, Bahaa dheengadda magaalaa Samaraatti, kan riijinii Kaaba... Read more »

Meelbaa Piriintiingi: Horata bara Gadaa Meelbaa

Finfinnee: Gadaan miseensoota shan qaba. Isaanis Birmajji, Meelbaa (Beelbaa), Halchisa (Michillee), Duuloofi Roobaleedha.  Miseensoonni kunneen waggaa saddeet saddeetiin aangoo wal harkaa fuudhu. Misneesi Gadaa amma jirus Kan Meelbaati. Akka hayyoonni seenaa ibsanitti,... Read more »

Pirojektii Ji’otarmaalii Tulluu Mooyyee faayidaa ummataa giddugaleeffate

Finfinnee: Ijaarsi pirojektii Ji’otarmaalii Tulluu Mooyyee erga eegalee waggoota sadii lakkoofsiseera. Pirojektichi  anniisaa maddisiisuun alatti  misooma anniisaa mootummaan waliin gahuu hindandeenye milkeessuuf maallaqa guddaa baasee hojjetaa jira. Kanamalees jiraattota naanawa ijaarsichi ittigaggeeffamaa... Read more »

Barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa WMOfi barumsas ta’e naamusasaanii gaarii gita hinqabne

Finfinnee: Waldaan Misooma Oromiyaa (WMOn) waggoota 28 darbaniif humna misoomaa ta’uun hojiilee ijaarsa manneen barnootaa, bishaan dhugaatii qulqulluu, bufataalee fayyaa akkasumas hojiilee wabii nyaataa mirkaneessuufi kunuunsa naannawaarratti xiyyeeffatee hojjechuun rakkoolee hawaasaa hedduu... Read more »

Pirojektota kuma 11fi tokko badhaadhina Oromiyaa dhugooman

Barana hojii misoomaa jireenya hawaasaa bu’uura godhatanirratti xiyyeeffatamee hojjetameen milkaa’inni qabatamaan argamuusaafi pirojektotni kuma 11fi tokko qarshii biliyoona 32 oliin hojjetaman tajaajilaaf gahuusaanii Pirezdaantiin BMNO, Obbo Shimallis Abdiisaa tibbana ibsaniiru. Mootummaan naannichaa... Read more »