“Raafama siyaasaa biyyattiirratti aggaamame qolachuuf tumsi diyaaspooraa murteessaadha” -Diyaapooraawwan

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Dhiibbaan gama kanaan taasifamaa jiru walabummaa biyyattii kan hubu ta’uun walqabatee tumsi diyaaspooraawwan biyya keessaafi alaan taasifamu cimuu akka qabu diyaaspooraawwan Oromoo biyya keessa jiran bsan. Marii dhimma haala... Read more »

Oromiyaatti ganna kana: Lafti heektaara miliyoona 6.3 ni Biqiltuun biiliyona 4.4 ni dhaabama

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Waqtiin gannaa kutaalee biyyattii hedduu keessatti kan roobni gahaa ta’e itti argamu waan ta’eef akka biyyaatti waqtii qonnaa murteessaadha jedhanii fudhachuun ni danda’ama. “Nama ganna sirnaan hinqotanne bona hinbahu”... Read more »

“Filannichi nagaan akka xumuramuuf hunduu ga’eesaa ba’aachuu qaba” -Yaada jiraattota magaalaa Jimmaafi Sulultaa

Natsaannat Taaddasaafi Saamiraawit Girmaatiin Jimmaa/Sulultaa: Itoophiyaattis ta’e biyyoota adda addaatti filannoon duras ta’e booda rakkooleen nageenyaa darbanii darbanii mudachuun waanuma jiruudha. Filannoon biyyaalessaa marsaa 6fa iftaan Itoophiyaatti adeemsifamus rakkoo tokko malee naga... Read more »

Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ magaalota biyyattiitti babal’isuuf hojjechaa jira

 Natsaannat Taaddasaatiin  Jimma: Itiyoo Teelkoom barana tajaajila ‘4G LTE Advanced’ intarneetii mobaayilii daran saffisiisu magaalota biyyattii 103tti babal’isuuf hojjechaa jira. Itiyoo Telekoom Kibxata darbe tajaajila (‘4G LTE Advanced’) kan Riijinii Kibba Lixaa... Read more »

“Filannichi, ‘Akkuma horaniin horatti hinoofanii’ ta’uun hubatamuu qaba” -Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa

Charinnat Hundeessatiin Finfinnee: Filannoon biyyaalessaa marsaa ja’affaan Wiixata dhufu adeemsifamu akkuma duulli na filadhaa karaa nagaqabeessaan goolabame sirni kenniinsa sagalee isa booda jiru nagaadhaan akka xumuramuuf gaaffii, eenyurraa maaltu eegama jedhu qabannee... Read more »

“Dhimma biyya tokkoo keessa seeraan ala galuun haaluma kamiinuu fudhatama hinqabu” -Ambaasaaddar Zannabaa Kabbadaa

Finfinnee: Ejjennoo erga dhiyoo as Ameerikaan Itoophiyaarratti agarsiisaa jiru ajandaa marii ta’ee ittifufufeera. Keessummaa Mootummaan Itoophiyaa ‘ABUT’n shororkeessummaan moggaafame wajjin mari’achuu qaba ejjennoo jedhu tarkaanfachiisaa turte, jirtis. Gaazexaan Bariisaa dhimma kanaan qalqabatee... Read more »

“Beekamtii argachuun keenya hojii caalmaaf nu kakaase” -Intarpiraayizoota industirii giddugaleessaatti ce’an

Finfinnee: Bulchinsi magaalaa Finfinnee fayyadamuummaa hawaasaa mirkaneessuuf sochiiwwaan taasisu keessaa misooma intarpiraayizoota jajjabeessuun isa tokko. Kanaanis dargagootaaf hojii uumuun caalaatti gara abbaa qabeenyummaatti  guddisuun kanneen biroof hojii akka uumanif sochiin taasiisu akka... Read more »

“Miidiyaan ittisa koviid-19 irratti hanqina mul’atu itti seenee saaxiluu qaba” -Obbo Geetaachoo Baalchaa

Adaamaa: Gaafa vaayirasiin Koviid-19 jalqaba biyya seene Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad “Amma waraana raayyaa ittisaatiin qolachuu hindandeenyeetu nutti dhufe. Isa kanaaf raayyaa ta’ee dhaabachuun balaasaa hir’isuuf gahee olaanaa kan qabu... Read more »

“Gaazexaan Bariisaa waaltinaafi guddina Afaan Oromootiifis gumaacha guddaa taasisaa jira” -Barattoota Yunivarsitii Salaalee

Finfinnee: Yunivarsitii Salaaleetti, Barattoonni Muummee Afaaniifi Ogbarruu Oromoo waggaa sadaffaa torban darbe kutaa qophii Gaazexaa Bariisaa daaw’ataniiru. Daaw’annaasaaniitiinyaadxina kutaa keessatti baratan qabatamaan akkamitti akka hojiirra ooluufi gaazexichi sadarkaa akkamii keessa darbee maxxanfamee... Read more »

“Pirojektota keenya xumursiisuun ittifufiinsa milkaa’ina keenyaa agarsiisa” -Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Koronaafi rakkoolee biroo keessa taanee pirojektoota sukkaaraa akka Xaanaa Balas xumuruun keenya itti fufiinsa milkaa’ina keenyaa agarsiisa jedhu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad. Doktar Abiyyi sirna eebba warshichaa Wixata darbe adeemsiofamerratti... Read more »