Oduu Bariisaa
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waajjirri Ijaarsa Pirojektota Guguddoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bara 2012 kan hundaa’e yoo ta’u, pirojektota guguddoo fakkii magaalattii jijjiiruun miidhaginaafi ammayyummaa uffisan hojjeteera; hojjetaas jira. Dhiheenya kanas pirojektiin Addababa’ii Masqalaa,... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Itayya: Wiirtuu dugdaa misooma qonnaa Oromiyaafi biyyaa, naannawa mankuusaa qamadiifi garbuu kan qonnaan bulaan tiraaktaraan qotee kombaayinaraan itti hammatu dachee ruufaa qe’ee quufaa Arsii. Haala qilleensa omisha sanyiiwwan midhaanota garagaraatiif... Read more »
Gaazexaa Bariisaa Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad sagantaa galateeffannaa Kibxata darbe qaamolee miidiyaa hojii filannoo milkaa’inaan raawwataniif qophaa’eerratti haala qabatamaa Naannoo Tigraayirratti ibsa kennaniiru. Qabxiileen ijoo isaan ibsanis: Ji’oota saddeet dura yommuu Maqalee... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Duudhaalee Oromummaa isa ganamaatti deebi’uu, kallattii maraan dorgomaa ta’uu, halkaniif guyyaa hojjatanii rakkoo hiyyummaa keessaa bahuu, qulqullina hojii hunda keessatti mirkaneessaa adeemuufi hojiilee raawwataman hunda keessatti miira waltumsuufi waliin... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Duudhaa walgargaaruufi walijaaruu cimsuun hanga hiyyummaa seenaa taasisnutti tattaaffii eegalan cimsanii kan itti fufan ta’uu Kantiibaa Ittaantuun Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsan. Aadde Adaanach Abeebee kutaa Bulchiinsa... Read more »
Sinqinash Alamuu Adaamaa: Biyyoota addunyaa hedduu kessatti lammiileesaanii gurmeessuufi misoomaaf kakaasuun, kanneen akka waldaalee hojii gamtaa fayyadamuun miseensonnisaanii qabeenya akka horatan taasiisuun hirmaannaa qabeenyaa haqarratti hundaa’e mirkaneessuun guddinasaaniif bu’uura kaa’aniiru. Itoophiyaattis waggoota... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Oromiyaatti rakkooleen ittifayyadama bajataan walqabatanii mul’atan furamaa deemuun keessumaa waggoota sadii as jijjiiramni guddaan mul’achaa jiraachuu Biiroon Walta’insa Dinagdee naannichaa ibse. Hogganaa biirichaa Obbo Tolasaa Gadafaa ibsa Roobii darbe... Read more »
Waasihun Takileetiin Burraayyuu: Filannoon biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa jahaffaa Wiixata darbe gaggeeffame sodaafi kutannoon kan guutame ture jechuun nidanda’ama. Akka sodaatamu kan taasise dhiibbaa biyya keessaafi alaa biyyattiirratti aggaamee ture yoo ta’u, kutannoon... Read more »
Sinqinash Alamuutii Finfinnee: Filannoon ulaagaa dimokrasiin ittin shaakalamu keessaa tokko. Filannoon marsaa jahaffaa Wiixata darbe gaggeeffames biyyattiin deggarsa qaama kamuu malee ummatasaa dimokraasii shaakkalsiisuu akka dandeessuufi ummannis akka nagaafi dimokraasii barbaadu kan... Read more »
Kutaa Qophiitiin Doktar Abiyyi Ahmad Filannoon baranaa bifa hundaan kan nama gammachiisuu ta’uufi ogeessonni miidiyaa kuma lamaafi 70 ol buufatalee filannoo adda addaatti bobba’anii kallattiin dabarsuunsaanii seenaa Itoophiyaa keessatti isa jalqabaati. Bara... Read more »