“Bajanni ramadame guddina fayyaalessaa Itoophiyaa kan murteessuudha” – Obbo Maammoo Miratuu

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Rakkoon qaala’insa gabaa Itoophiyaanotatti ba’aa ta’aa jiru kun hudhaa waggoota 15f lafarra gangalachaa dhufeefi ammallee furmaata barbaadu akka ta’e Gorsaan Imaammata Dinagdee Ministira Muummee ibsan. Gorsaan ministira muummee Obbo... Read more »

Finfinneetti Zooniin Dinagdee Addaa ijaaramuufi

 Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waggaa dhufu Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ijaarsi Zoonii Dinagdee Addaa (Special Economic Zone) ijaaramuuf ta’uu Waajjirri Ijaarsa Pirojektota Guguddoo magaalattii ibse. Hogganaan waajjirichaa Injinar Shimallis Isheetuu gaafdeebii tibbana waajjirasaaniitti Gaazexaa... Read more »

“Hidhichi dhiiga, dafqaafi imimmaan lammiilee Itoophiyaatiin ijaaramaa jira” – Doktar Injiinar Silashii Baqqalaa

 Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Miseensonni Mana Marii Tikaa Mootummoota Gamtoomanii dheengadda Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaarratti mari’ataniiru. Mariin dhimma hidhichaarratti adeemsifamu karaa Gamtaa Afrikaa ittifufuu akka qabus himameera. Manni marichaa dhimma hidha haaromsaa guddichaa... Read more »

Mirgootni heeraan lammiilee biyyattiitiif kannaman kabajamuu akka qaban Dhaabbanni Abbagaar Ummataa gaafate

Bayyanaa Ibraahimiin Adaamaa: Heerri biyyattii lammiileen hundi hojii humnasaaniitiin olii akka hinhojjjanneefi sa’aatiin hojiirratti dabarsuu qabanis ifatti kan kaa’u ta’us, sa’aatii namni tokko guyyaa keessatti hojjachuu maluun olitti hojjachiisuufi daa’imman hojii humnasaaniitiin... Read more »

Ministeerichi hojii tola ooltummaan qarshii biliyoona 10tti tilmaamamu raawwachuuf karoorfate

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Hojiin tola ooltummaa lammiileen fedhasaaniifi ilaalcha namummaa qabanirraa ka’uun yeroo, humna, qabeenyafi beekumsa qabaniin hawaasa keessa jiraataniif gumaachamuudha. Ministir De’eetaa Ministeera Dubartootaa, Daa’immaniifi Dargagootaa Aadde Hiyiwot Hayiluu ibsa addatti... Read more »

“Murtoon dhukaasa dhaabuu qeenxeen mootummaan fudhate sirriidha” – Hayyoota

 Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Dhukaasa dhaabuun sababoota adda addaatiin kan labsamu yoo ta’u, hanga guutummaatti waraana ykn lola dhaabuuf hanga waliigalteen tolfamutti yeroof labsamuu mala. Sababni waraana dhaabuun labsamuuf waraana keessatti lammiileen nagaa... Read more »

Ibsawwan sababa labsii dhukaasa dhaabuu qeenxeerratti kennaman keessa

Wayinisheet Kaasaatiin Gareen shororkeessitoota amma yaaddoo keenya waan hintaaneef  Raayyaan Ittisa Biyyaa Naannoo Tigiraayirraa gadhiisee bahuusaa Qindeessaan Ijaarsa Hojiilee Ministeera Raayyaa Ittisaa Biyyaa Letenal Jeneraal Baacaa Dabalee beeksisan. Akka jeneraalichi jedhanitti, gareen... Read more »

Misoomni sululaa sirrataafi milka’aa akka jiraatuuf gaheen miidiyaa olaanaadha

Saamraawiit Girmaatiin Bishooftuu: Hojiin misooma sululaa sirriifi milkaa’aan akka jiraatuuf gaheen miidiyaa olaanaa tahu Abbaan Taayitaa Misooma Sululaa ibse. Daarektarri ittaanaan abbaa taayitichaa Obbo Geetaachoo Gizaawu leenjii guyyoota lamaaf gaazexeessitootaaf kaleessaa eegale... Read more »

“Hojjetaa jireenya qaalii keessa taa’ee jaalala biyyaaf gatii kaffalaa jiruuf kabajni ni mala” -Obbo Namarraa Bulii

 Waasihun Takileetiin Finfinnee: Hojjettoonni walii gala mootummaa naannoo Oromiyaa lakkoofsisaanii kuma 550 ol yoo ta’u ijaarsa biyyaaf qabeenyasaafi ogummaan deeggaraa turaniiru. Galii isaan ji’aan argatan hammam gahaa ta’uu baatus jaalala biyyasaaniif qabaniif... Read more »

Lafti tokkollee agabuu hinbulu!

“Bulchiinsi magaalichaa mataduree, “Nyaata keenya oddoo keenyaa” jedhuun deeggarsa itti gala teknolojii omishaafi omishtummaa qonnaan bulaa guddistuu taasisuun hojii qonna arfaasaa magaalaa eegalchiiseera. Tola ooltoota gara garaa komishinii qonna magaalaa wajjin ta’uun... Read more »