Oduu Bariisaa
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Tajaajilli lammummaa Sirna Gadaa bu’uura godhachuun yaada lammiin tokko humna, beekumsa, dandeettiifi qabeenya qabu bilisaan hawaasa keessa jiraatu gargaaruuf oolchuu kan ofkeessaa qabuudha. Biiroo Dhimma Dubartootaa, Daa’immaniifi Dargaggootaa Oromiyaatti... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Dur Finfinneetti lafa qonnaan bulaatu barbaadama malee qonnaan bulaaf xiyyeeffannaan kennamee hinbeeku. Finfinnee keessa qonnaan bulaan jira jedhamees yaadamaa hinturre. Duraan kan baratame qonnaan bulaa dhiibanii sababa misoomaafi invastimantiitiin... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: “Bishaan lafa bulu hinbeeku, jirma guuree yaa’a” akka jedhamu san Lagni Abbayyaas waggoota dheeraaf biyyee gabbataa Itoophiyaa haree biyyoota ollaatiif geessaa ture. Ilmaan Itoophiyaa gogiinsaafi ongeedhaan gaafa rakkatan warri... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Qaala’insa jireenyaa biyyaattii mudateen walqabatee, haala qabatamaa ammaan tana mul’ataa jiruun jiruun gatiin bu’aawwan bineeldotaa yeroo gara yerootti dabalaa jira. Keessumaa annaniifi foon namoonni jireenya giddugaleessarra jiranillee bitanii fayyadamuuf... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Magaalaan Dirre Dhawaa waancaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddicha Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Hararii harka fudhateen qarshii miliyoona 30 walitti qabuuf karoorfachuu ibse. Ittigaafatamaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshiniifi Qindeessa Hirmaannaa Ummataa Hidha... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Wantoota baay’eedhaan addaddummaa qabaachuu malla. Amantii, saba, korniyaa, ilaalcha siyaasaafi kkftiin gargar ta’uu dandeenya; biyya garuu tokkittiidhuma qabna. Kun dhugaa namoota baay’ee irratti waliigalchudha. Kanaaf agarsiisni immoo taatee tibbana... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: “Rakkoo keessoo keenyatti uumamee tureen filannoo biyyaalessaa marsaa 6fa Waxabajjii 14 bara 2013 adeemsifamerratti hirmaachuu baannus filanichi adeemsifamuun barbaachisaa ta’uutti amanna” jedhan Hayyuduree Ittaanaan ABO Jaal Qajeelaa Mardaasaa. Jaal... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Ummatni Itoophiyaa magaalota naannolee biyyattii adda addaatti gocha shororkeessummaa Juntaafi giddugaleessummaa ykn dhiibbaa biyyoonni alaa (Ameerkaafi Awurooppaan) Itoophiyaarraan gahaa jiran balaaleffachuuf, deggersaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf (RIB) qabuufi miira guutiinsa... Read more »
Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Biyya kanatti gaaffiin waan Oromoofi Oromummaa hanga maluun tolfachuu akka namootni tokko tokko salphisanii guyyaafi ulaagaa tarreessanii osoo hintaane qabsoo cimina gaafatu ta’uufi qaanqeen dimokraasii har’a afuurri itti baafatamu... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa marsaa 5fan yeroo hojiisaa xumuree isa ittaanuuf dabarsee kennuuf qophiirra jira. Manni marichaa yeroosaa bardheengaddaa xumuruun irra ture waan filannoon sababa vaayirasii koronaatiin... Read more »