Oduu Bariisaa
Finfinnee: Lagni Awaash oggaa tibbi gannaa gahu hawaasa naannawaa sulula qinxamaa keessa jiraatuuf yaaddoo guddaa ture. Kanaanis yeroowwan garagaraatti qe’eerraa buqqa’uun rakkoo hawaasummaafi dinagdeef saaxilamaa turaniiru. Keessumaa hawaasni Aanaa Sabbataa Hawaas miidhamaa... Read more »
Finfinnee:Rakkoo hojidhabdummaa akka biyyaatti hudhaa dargaggootaa ta’aa jiru furuuf mootummaan humna guutuun hojjechaa kan jiru yoo ta’u tajaajila liqaa mijeessee miira hirkattummaa dhabamsiisuuf baajanni guddaan ramadamaa tureera,ammas itti jira. Oromiyaanis rakkinicha furuuf... Read more »
Finfinnee: Faalama naannawaarra magaalaa Moojoo omisha gogaafi bu’aa gogaan walqabatee mudataa jiru maqsuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Inistitiyuutiin Indastirii Misooma Gogaa Itoophiyaa beeksise. Daarekterri Ittaanaan Inistitiyuutichaa Obbo Mahaammad Huseen ibsa addatti Kamisa darbe... Read more »
Caancoo: Ministeerri Fayyaa qajeelfama ‘One plan, one budjet, one report’ jedhu ALA bara 2017 irraa eegalee hojiirra oolchaa jira. Kunis keessumaa deggarsi maallaqaa dhaabbilee deggartootaarraa argamu akka hinqisaasamneefi sirriirra waan yaadameef akka... Read more »
Finfinne: Kutaan Magaalaa Aqaaqii Qaallittii erga hojiin seera kabachiisuu akka biyyaatti jalqabamee hanga ammaatti Raayyaa Ittisa Biyyaa haalota garagaraatiin deggaraa jira. Hojjetanii hojjechiisuun kan beekaman raawwachiistuun hojii kutaa magaalichaa Aadde Fatiyaa Mahaammad... Read more »
Finfinne: Biyyi keenya ammaan tana gocha badii murni shororkeessaa ABUT raawwataa jiruun rakkoo cimaa keessa jirti. Rakkoo kana kan hubatan lammiileen biyattii akkuma isaanii danda’ametti waan qabaniin hirmaataa jiru. Kuun duuluuf qophaa’aa... Read more »
Finfinne: Baankiin Daldala Itoophiyaa tajaajila kennuun walqabatee dhaabbilee, ejansiiwaniifi waajjiraalee garagaraa biyyaafi alatti argaman waliin wayita hojjetu bu’aawwan teknolojiitti fayyadamuun tajaajila si’ataa kennaa jira. Baankii Daldala Itoophiyaatti Pirezidaantii Ittaanaa Riijinii Giddugaleessaa Obbo... Read more »
Waasihun Takileetiin Ijaarsi yunivarsiitiiwwan dhaloota 4fa qulqullinaafi yeroon akkasumas haala bajata qusachuu danda’uun gaggeeffamaa jiraachuu Ministeera Saayinsiifi Barnoota Olaanaatii Hogganaan Damee Ijaarsa Yunivarsitiiwwanii ibsan. Doktar Girmaa Mokonnon gaafdeebii Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisaniin... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Tajaajilli lammummaa Sirna Gadaa bu’uura godhachuun yaada lammiin tokko humna, beekumsa, dandeettiifi qabeenya qabu bilisaan hawaasa keessa jiraatu gargaaruuf oolchuu kan ofkeessaa qabuudha. Biiroo Dhimma Dubartootaa, Daa’immaniifi Dargaggootaa Oromiyaatti... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Mariin Gumii Balal marsaa 9fa har’a mataduree “Filannoo biyyaalessaa marsaa 6fafi gahee qooda fudhattootaa” jedhuun Waajjira Pirezdaantii Oromiyaatti geggeeffameera. Hogganaan Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa Obbo Kabbadaa Deessisaa barreeffama yaada mariiif... Read more »