“Rakkoo nageenyaa Itoophiyaatti uumamaa jiruuf sababoota sadiitu jiru” – Obbo Abbaa Biyyaa Abbaa Joobir

 Waasihun Takileetiin  Finfinnee: Rakkoo nageenyaafi raafama siyaasaa Itoophiyaa mudataa jiraniif hudhaaleen sadii akka sababaatti kan ka’an ta’uu jaarsi araaraafi nageenyaa akkasumas ogeessi seeraa Obbo Abbbaa Biyyaa Abbaa Joobir ibsan. Akka ibsasaaniitti: –... Read more »

Dhaabbatichi biqiltuu waggoota 18f dhaabaa ture kunuunsaa jira

Finfinnee: Sirnoota garagaraa biyyattiin hordoffaa turte keessatti biqiltuu dhaabuun akka adeeffatamuu haala walittifufiinsa qabuun ta’uu baatus hanga danda’ame hojii hubannoo uumuunis ta’e ummanni waggaatti altokko bahee akka dhaabu taasifamaa tureera. Dhaabbileen akka... Read more »

Balaa lolaa mudachuu malu ittisuuf qophii barbaachisaan taasifame

Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Lolaafi sigiga lafaa rooba gannaa baranaatiin walqabatee Oromiyaa mudacuu malu ittisuuuf qophii barbaachisaan taasifamuu Komiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Obbo Garramawu Oliiqaa ibsa dheengadda Gaazexaa... Read more »

“Hawaasni waanuma dhagahe amanuufi tamsaasuurraa of qusachuu”bbo Abdulaahii Ahmad

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Ololli sobaa jireenya nama dhuunfaarraa ka’ee waliin jireenya namootaafi sochii dinagdeerratti waan dhiibbaa uumuuf hawaasni waanuma dhagahe amanuufi tamsaasuurraa of qusachuu akka qabu ogeessi qorqalbii (saayikolojii) ibsan. Ogeessichi Obbo... Read more »

“Daldaltoonni Oromoo walitti dhufanii akka fayyadamaniif hojjetaa jirra”Aadde Saaraa Hasan Adam

 Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Mana Maree Daldalaafi Dameesaa Finfinneefi naannawaashee daldaltoonni Oromoo walitti dhufanii carraa jirutti akka fayyadamaniif hundaa’ee jiraachuun ibsame. Walittiqabduu Ittaantuun Boordiifi Hoggantuun Damee Beeladaa mana marichaa Aadde Saaraa Hasan Adam... Read more »

‘’Birmaddummaa biyyaatiif gatii kamuu nikaffalla’’ – Artiistootaafi numnoota nageenyaa

Finfinnee: Ummatoonni Itoophiyaa wayita Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) garee shororkeessaa ABUTn miidhaan irra gahetti siifan jira jechuun, qabeenyaafi humnasaatiin maddiisaa dhaabachuun hojiin seera kabachiisuu akka milkaa’u taasiseera. Ammas wayita gareen badii kun... Read more »

Baankii Gadaa: Meeshaa waraana hiyyummaa ittiin injifatan

 Finfinnee: Waldaan Aksiyoona Baankii Gadaa, yaa’ii hundeeffamasaa Roobii darbe Finfinneetti bakka Pirezdaantiin Oromiyaafi anaga’oonni biroo, abbootii Gadaa, haadholiin siinqee, miseensonniifi keessummoonni argamanitti siran miidhagaadhaan gaggeeffate ture. Baankichi sadarkaa hundeeffamaarra kan ga’e, kaappitaala... Read more »

Finfinneetti miira yeroo hinqabnuutiin hojjechuu

 “Magaalaa keenyatti raawwii hojii bara 2013, haala yeroofi karoora bara 2014 irratti Adaamaatti mari’ataa jirra. Marichi jaarmiyaalee sektaraa, hoggantoota kutaalee magaalaafi aanaalee kan hirmaachiseedha. Waltajjichi dhimmoota biyyaalessaa haala yeroorratti gumaacha dursummaa hoggansaa... Read more »

“Doktar Abiyyi Ahmad: Hogganaa sirnaan hinajaa’ibsiifamne” – Toora Marsariitii Naayroobii Loo Manzilii

 Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad hoogganaa warraaqsa dhaloonni haaraa dhagaan murna hattuufi saamtuu akkasumas gooltuu dura dhaabatee miixuu guddaan dhaleedha. Yerichi yeroo dukkanaa ture, dukkana limixii sodaachisaa sana keessa qeerroofi qarreen... Read more »

“Ambo maaliif akka qabsaa’u beeka” – Obbo Diriirsaa Waaqumaa

Finfinnee: Ummanni Magaalaa Amboofi Godina Shawaa Lixaa adeemsa qabsoo biyya ijaaruu yeroo garagaraa taasifame kessatti adda durummaan gahee olaanaa ummata bahaachaa turedha. Bulchaan Godina Shawaa Lixaa Obbo Diriirsaa Waaqumaa ibsa dheengadda Gaazexaa... Read more »