Oduu Bariisaa
Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Ilmaan Oromoo beekaniis ta’e osoo hinbeekin gantummaan garee shororkeessaa ABUT wajjin biyya diiguurratti hirmaatan yoo qabsoo karaa nagaatti deebi’uu fedhan karri mootummaa banaa ta’uu Hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa,... Read more »
Kutaa Qophiitiin Finfinnee: Miniistirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa Shaneefi ABUTfi deggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf (RIB) taasiifame ilaalchisee galata qaban gama toora feesbuukiisaaniitiin dhiheessaniiru. “Guutummaa biyya keenyaatti Raayyaa Ittisaa... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Bishooftuu: “Sirna Gadaa keessatti haati tokko gaafa ulfoofturraa kaasee kununsi taasifamaaf. Keessumaa isheen ulfoofte sun harka qalleeyyii yoo taate ummatatu itt kaba. Gaafa deessuus isheefi daa’imnshee akka hinmiidhamneef kununsi taasifamaaf.... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Obbo Habtaamuu Bajigaa Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Luumeetti jiraataa Ganda Malmaleeti. Isaanis lafa eegumsa naannawaatiif dallaffemarratti qonnaan bultootuma akkasaanii waliin gurmaa’uun kunuunsaa, hojii madda galiif isaan fayyadu biraa hojjetaa... Read more »
Gammachuu Kadiriin Adaamaa: Maatii caasaa nageenyaafi raayyaa ittisa biyyaa shira shororkeessaa ABUT barbadeessuuf duulaniif tajaajila hawaasummaa kennaa kennaa jiraachuu Biiroon Hojjetaa Dhimma Hawaasummaa Oromiyaa beeksise. Ittigaafatamtuun biirichaa, Aadde Jamiilaa Siinbiroo sagantaa qorannaa... Read more »
Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Pirojeekitiin Korporeeshinii Misooma Magaalaa Finfinnee kutaa Magaalaa Eekkaa damee shanii, dargaggoota tola ooltota aanaa lamaa wajjiin ta’uun misooma addaddaarratti hirmaachaa jiru. Raawwachisaan Hojii Kutaa Magaalaa Eekkaa Obbo Asfaawu Takilee... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Bishooftuu: Dargaggoo Zarihuun Asaffaa jiraataa Magaalaa Bishooftuu yoo ta’u, tarkaanfii marsaa lammaffaa mootummaan garee Shororkeessaa ABUT irratti fudhataa jiru ilaalchisee yaada Gaazexaa Bariisaaf kenneen, murtoo sirrii ta’uufi isaanis irra deddeebiin... Read more »
Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Wayita ammaa kana qaala’iinni gatii omishootarratti mul’ataa jiru waraanaa dinagdee ta’uusaa agarsiiftuun mul’ataa jiraachuusaafi tarkaanfii hatattamaa fudhachuun akka barbaachisu Komishiniin Karooraafi Misooma Dinagdee ibsan. Komishinarri komishinichaa Doktar Tashoomaa Addunyaa... Read more »
Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Finfinnee keessatti aadaa, aartiifi Afaan Oromoo dagaagsuurratti xiyyeefatee hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa, obbo Kabbadaa Deessisaa turtii tibbana Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa wajjin taasisaniin aadaa, aartiifi... Read more »
Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Hariiroon shororkeessaan Shanee shororkeessaa ABUT waliin taasisee ergamummaasaa kallattiin kan itti agarsiiseefi diinummaasaa ummata Oromootti itti ifoomsedha jedhu Obbo Taayyee Danda’an. Ittigaafatamaa Kominikeeshinii Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obbo Taayyee... Read more »