Oduu Bariisaa
Finfinnee: Manni Marii Tikaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimma Itoophiyaa ilaalchisuun walga’ii dheengadda taa’erratti miseensonni mari’achuun ejjennoo murteessaa, “Dhimmi Itoophiyaa Itoophiyaanota qofaan ilaalamuu qaba” jedhu dabarsaniiru. Walga’icharratti haala wayitii Itoophiyaarratti ibsa bal’aa kan... Read more »
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Alergii omishaalee paarkiiwwan indastiriirraa galiin doolaara miliyoona 247.9 argamuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indastirii Itoophiyaa beeksise. Itti gaafatamaa Waajjira Daarektaraa Obbo Addisuu Maammoo raawwii waajjirichaa ilaalchisuun ibsa kaleessa miidiyaaf kennaniin... Read more »
Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Daldaltoota hidhata juuntaa qabanirraan kan ka’e qaala’insi gatii oomishaaleefi dhiyeessiilee gara garaa akka malee dabaluusaan komiin hawaasaa babal’achaa jiraachuun nibeekama. Kun ammoo siyaasa dhokataa tasgabbiifi nageenya lammiilee booressuuf akeekameefi... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Waggoota dheeraaf diina walii kan turan ABUTfi ummanni Oromoo, dhiyeenya qaamni Oromoofin qabsaa’a ofiin jedhu (shororkeessaa Shaneen)fi gitasaa, ABUT wajjin waliigaluun ajandaa tibbanaa miidiyaalee ta’ee ittifufeera. Gaazexaan Bariisaas dhimma... Read more »
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Biyya tokko wayita waraanni mudatu gama siyaasaa, hawaasummaafi dinagdeen gaaga’amni nimuudata. Gaaga’ama kanaan kutaalee hawaasaa keessaa dubartoonniifi daa’imman daran miidhamni guddaan waan irra gahuuf dheengadda dubartoonni kutaalee biyyattii hundarraa... Read more »
–Murnichi juntaa wajjin hariiroo ummachuun abdii kutachuusaa agarsiisa jedhame Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Shororkeessaa ABO shanee hariiroo waliin hojjechuu tibbana juuntaa waliin raawwate hordofee “ergamtuu juuntaa hintaanu jechuun” qoqqoodamiinsi gidduusaaniitti uumameen Mogor keessatti... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Adaamaa: Barri 2013 akka biyyaatti waggaa rakkooleen garagaraa itti mudataniidha; rakkoolee uumamaafi namuumee. Isaan kaan kan addunyaa hundaaf qormaata turan yoo ta’an kaanimmoo rakkoodhuma keessootiin uumaman. Weerara koviid-19 addunyaa raase... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Itiyoo Telekoom bara haaraa sababeeffachuun Fulbaana 1 hanga 30 bara 2014tti paakeejii mobaayiliirratti hanga %44 hir’isa gatii akka taasisu ibse. Itiyoo telekoom dheengadda karoora bara 2014fi tarsiimoo waggaa sadiirratti... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: “Waggaa lamaa ol osoon ifa aduu hinargin, kutaa dhiphaa keessa ibsaa ‘filorasantiin’ saddeet asii gadi narratti ifaa, utuun dhaqnaafi rifeensa koo hinmiccatiiniin hidhame. Wayyaaneen anarra waan baay’ee geesifte” jechuun... Read more »
Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Hariiroon biyyoota lama gidduutti taasifamu faayidaa waloosanii giddugaleeffatee kan raawwatamu yoo ta’u, keessumaa dhimmoota nageenyaa, tasgabbiifi misoomaa walsimataa ta’e dhogoomsuuf haala mijeessa. Dippilomaasiin biyyoota gara garaa gidduutti taasifamus murteessaadha.... Read more »