Oduu Bariisaa
Filannoo waliigalaa marsaa 6fa baatii Waxabajjii darbe geggeeffamerratti hundaa’uun mootummaa haaraan Fulbaana 24 bara 2014 akka hundaa’u tibbana ibsameera. Gaazexaa Bariisaas kanuma sababeeffachuun mootummaa haaraa kanarraa maal eegdu, maalirrattis xiyyeeffachuu qaba jettu... Read more »
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana bara haaraa 2014 sababeeffachuun mataduree, “Finfinnee Calaqqistuu injifannoo Itoophiyaa’’ jedhuun guyyoota Qaam’ee shanan taateewwan garaa garaatiin akka kabajaman murteesseera. Yaadoliin ibsa injifannootiif akka bu’uuraatti ka’anis: * Itoophiyaan... Read more »
Ambo: Magaalaa Amboo dabalatee magaaloonni Walisoo, Burraayyuu, Hoolotaafi Sabbataatti guyyaa dheengaddarraa eegalee tajaajila interneetii ‘4G LTE Advanced’ fayyadamoo ta’an. Gaggeessituun Hojii Itiyoo Telekoom Shamarree Fireehiwoot Taammiruu, guyyichatti sagantaa eegalchiisa tajaajilichaa Ambootti taaasifamerratti... Read more »
Finfinnee: Gochi shororkeessaa Adda Bilisabaasaa Ummata Tigraay (ABUT) lammiilee Itoophiyaarratti raawwate yakka waraanaatiin kan isa gaafachiisu ta’uu gorsaan seeraafi abukaatoo Wandimmuu Ibsaa ibsan. Abukaatoo Wandimmuun ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, gareen shororkeessaa... Read more »
Finfinnee: Artistoonni Oromoo miiltoowwansaanii kaan wajjin ta’uun deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf (RIB) qaban ibsuuf wiirtuulee leenjii loltummaa adda addaatti argamuun hojii onnachiisuu hojjechaa turuun niyaadatama. Wiixata darbe ammoo Giddugala Aadaa Oromootti argamuun... Read more »
Finfinnee: Oromiyaa, moggaasa ‘’Gaachana Sirnaa’’ jedhamuun qaamoleen hawaasaa adda addaatii leenjiin bu’uuraa loltummaa kennamaa jiraachuun ibsame. Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa Oromiyaatti, Gorsaan dhimma nageenyaa Koloneel Ababbaa Garasuu ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »
Finfinnee: Godina Booranaatti pirojektonni misoomaa adda addaa eebbifamani tajaajila kennaa jiraachuu bulchaan godinichaa ibsan. Bulchichi Obbo Guyyoo Galgaloo ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhaniitti, erga mootummaan jijjiiramaa gara aangootti dhufee as... Read more »
Finfinnee: Ajjeechaa shororkeessaa Shaneen lammiilee Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti lammiileerratti tibbana raawwate hidhata amantiifi sabummaa kan hinqabne ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa beeksise. Taatee gara jabinaa kana hordofee humnooti bifa amantiifi sabummaa... Read more »
Adaamaa: Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafa Oromiyaa leenjii bulchiinsaafi ittifayyadama lafaa fooyyessuufi rakkoo ijaarsa seeraan alaafi weerara lafaa furuurratti xiyyeeffate hoggantoota damichaa sadarkaalee adda addaarratti argaman kuma tokkoofi 500f Adaamaatti kennaa jira. Leenjii... Read more »
Finfinnee: Tibba kana humni shororkeessitoonni ABUTfi Shaneen waliin hojjechuuf waliigateerra qaqqabuusaanii ibsamaa tureera. ABUT kaleessa ijaan argaa ABO jibbuun ummata Oromoo dararaa turte har’a herrega “Diinni diinakootii michuukooti” jedhuun Shanee dugda na... Read more »