Gochoota hammeenyummaa Shanee saaxilan keessaa

 “Ani daa’ima sadiin qaba, dhiira lamaafi durba tokko. Bara 2011, (Sadaasa) gaafa 8, halkan keessaa sa’aatii 7:00 keessa, Sha­neen dhufanii mana kootii na baasuudhaan, deemsa sa’aatii lamaa na deemsisani. Natti jijjiiramaa na... Read more »

“Barri 2014 bara rooba gannaa qofa itti eeggannu miti” – Obbo Shimallis Abdiisaa “Barri 2014 kan seenaa itti himnu nuuf haa ta’u” – Aadde Caaltuu Saanii

 Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Bara haaraa 2014 har’a simanne sababeeffachuun Pirezidaantiin BMNO Obbo Shamallis Abdiisaafi ittaantuunsaanii Aadde Caaltuu Saanii erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Haaluma kanaan Obbo Shamillis, kabajamaa ummata naannoofi biyya... Read more »

Ganna kana Oromiyaatti mudurri akaakuuwwan adda addaa miliyoona 3.3 dhaabaman

Finfinnee: Faayidaan mudurarraa argamu olaanaa ta’ee osoo jiruu misooma kuduraa kanaaf garuu hanga yeroo dhihootti xiyyeeffannaa gahaa osoo hinargatin turuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa ibse. Ammaa garuu ganna kana qofa biqiltuu... Read more »

Haqa qulqulleessuu: Abidda dubbii dhaamsuuf

Finfinnee: Wayita ammaa rakkoo waloo addunyaa wantoota ta’an keessaa oduun sobaa isa ijoodha. Keessumaa babal’achuu miidiyaa hawaasaa waliin walqabate guyyaatti oduuwwan sobaa kumaatamaan lakka’aman omishamanii tamsaafamaa oolu. Dhimmichi akka yaadeessu wantoota taasisan... Read more »

Dargaggoonni ambaasaaddara nageenyaa ta’uun birmadummaa biyyattii eegsisuu qabu

Finfinnee: Dargaggoonni naaannoo Oromiyaa ambaasaaddara nageenyaa ta’uun birmadummaa Itophiyaa eegsisuu akka qaban dhaamame. Ittigaafatamaan Waajjira Federeshinii Dargaggoota Oromiyaa Obbo Amantii Tolaa ibsa Kamisa darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhetti, erga shororkeessaan Adda... Read more »

“Tatamsa’ina koronaa faayidaa siyaasaatiin walitti hidhuun sirrii miti” -Doktar Taganee Raggaasaa

 Vaayirasiin Koronaa gara addunyaa keenyaatti erga dhufee gaaga’amni lubbuufi dinagdeerratti qaqqabaa tureefi jiru daran ulfaataadha. Dhibeen kun farra lubbuu dhala namaa, dinagdee, hawaasummaafi hudhaa guddina biyya keenyaafi addunyaa ta’ee itti fufuura. Tatamsa’ina... Read more »

Rakkoo bulchiinsaafi ittifayyadama lafaa furuuf qindoominaan hojjechuun murteessaadha

Adaamaa: Leenjiin Biiroon Bulchiinsaafi Ittifayyadama Lafa Oromiyaafi Akkaadaamii Hoggansaa Oromiyaa waliin ta’uun qopheessaniifi dhimmoota bulchiinsaafi ittifayyadama lafaafi kenniinsa tajaajila sektara lafaarratti Hagayya 20 eegalee hoggantootaafi hojjettoota sektara lafa sadarkaa naannoo, godinaa, aanaafi... Read more »

“Duulli biyya baraaruu geggeeffamaa jiru dhalattoota Tigraayiin hubatamaa jira” -Doktar Biqilaa Hurrisaa

Finfinnee: Tumsi Itoophiyaanoti duula biyya baraaruu gocha jiran murna shororkeessaa ABUT barbadeessuuf malee ummata Tigraay kan hinilaallanne ta’uu dhalattoonni Tigraay hubachaa jiraachuu Doktar Biqilaa Hurrisaa beeksisan. Waajjira Ministira Muummeettiqindeessaa giddugala dagaagina sirna... Read more »

Booranni nagaya

Finfinnee: Shaneen nageenya ummataa boreessuuf yeroo yerootti tuttuuqaa bifa garagaraan taasiisus Booranni nagaa ta’uu Bulchaa Godina Booranaa Obbo Guyyoo Galgaloo ibsan. Bulchichi ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhaniitti, Godinnichi daangaarra jiraachuusaan... Read more »

Yaaliin roodmaappii barnootaa haaraan bara 2014 irraa eegalee hojiirra oola

Finfinnee: Yaaliin roodmaappii (kallattii barnootaa barnootaa haaraan bara 2014 irraa eegalee hojiirra  kan oolu yoo ta’u, Ministeerri Barnootaa ibsa torban kana baaseen beeksiseera. Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO)n roodmaappicha hojiirra oolchuufi hojii baruu... Read more »