Hundaa’uun mootummaa haaraa biyya kan tasgabbeessu ta’uun ibsame

 Finfinnee: Mootummaa haaraan filannoon aangoo qabatee Fulbaana 24 bara 2014 hundeeffamuuf jedhu rakkoolee yeroo ammaa biyyattii keessa jiran furuun tasgabbii siyaasaa kan fidu ta’uu Hayyuun Siyaasaafi Barsiisaan Yunvarsiitii Finfinnee Doktar Taaddasaa Jaalataa... Read more »

Ayyaanni Masqalaa maaliif mootii ayyaanotaa jedhame?

Finfinnee: Ayyaanni Masqalaa Oromoo biratti hiika guddaa waan qabuuf mootii ayyaanotaa jedhamee waamama. Ayyaanni Masqalaa maaliif mootii ayyaanaa jedhame gaaffii jedhuuf Abbootiin Gadaafi hayyoonni deebii qabu. Hayyuu Gadaa Tuulamaafi Gorsaa Abbootii Gadaa... Read more »

Irreecha baranaa nagaan kabajamee milkiin akka xumuramuuf hundumtuu gaheesaa bahachuu qaba” -Gumii Abbootii Gadaa Oromoo

Adaamaa: Ayyaanni Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadee baranaa Fulbaana 22fi 23 kabajama. Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaafi Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo Kibxata darbe haala kabaja ayyaanichaarratti Magaalaa Adaamaatti mari’ataniiru. Walittiqabaan gumichaa Abbaa Gadaa... Read more »

“Barri 2014 bara milkii, nagaafi badhaadhinaa nuuf haa ta’u” – Artistoota

Finfinnee: Barri 2013 taateewwan milkaa’oofi hudhaalee adda addaa keessummeessee darbus akka lammii tokkotti bara haaraa 2014 abdii haaraan simachuu weellisaa Tsagaayee Dandanaa (Sayyoo) ibse. Weellisichi dhaamsa hawwii gaarii karaa Gaazexaa Bariisaa dabarfateen... Read more »

Taateewwan gareen shororkeessaa ABUT lammiilee nagaarratti raawwachaa jiru keessaa

 Shororkeessaan ABUT weerera naannolee Amaaraafi Affaaritti raawwateen lammiilee nagaafi qabeenyawwan qonnaan bultootaarratti gochoota badii adda addaa raawwachaa tureera. Akka fakkeenyattis hidhattoonni shororkeessichaa Aanaa Gaayinti Bataskaana Madaanaalamii Dabra Salaam jedhamurratti meeshaa waraanaa guddaa... Read more »

“Dambalii sadaffaan Koviid-19 aarsaa hinmalle akka nun kanfalchiifneef ofeeggannoo haa cimsinu” – Obbo Darajjee Abdannaa

Adaamaa: Akaakuun vaayirasii koviid-19 sadaffaa ‘Deeltaa’ jedhamu Itoophiyaatti argamuu Ministeerri Fayyaa torban kana iftoomseera. Vaayirasichi dambaliiwwan garagaraa keessa darbuun sadarkaa kanarra kan qaqqabe yoo ta’u, dambalii sadaffaa kunis saffisaan kan tamsa’u ta’uusaatiin... Read more »

Akaakuuwwan albuudaa 49 keessaa kan hanga ammaatti faayidaaf oole 20 ta’uun himame

Finfinnee: Qabeenya albuudaa Itoophiyaan qabdu akaakuwwan 49 keessaa 20 qofti faayidaaf oolaa jiraachuu Ministeerri Albuudaafi Boba’aa ibse. Dameen albuudaa waggoota dheeraaf osoo xiyyeeffannoo mootummaa hinargatin turuun sababoota rakkoo kanaaf eeraman keessaa isa... Read more »

“Bara haaraa kanatti miira tokkummaatiin deddeebi’amuu qaba” – Abbootii amantii

Finfinnee: Abbootiin amantaa Ayyaana bara Haaraa wanta gaarii gochuun akka dabarsan hordooftota isaanif dhaaman. Abbootiin amantii kunniin hordoftootasaaniifi ummata Itoophiyaa maraan ergaa baga nagaan geessanii dabarsaniiru. Phaaphaasiin Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaa Qulqulluu Abuna... Read more »

Hawwii gaariifi dhaamsa maanguddoo biyyaafi Haadha Siinqee Tuulamaa

Maanguddoo Araaraafi Nageenyaa kan ta’an Obbo Fayyisaa Magarsaafi Haadha Siinqee Tuulamaa Aadde Atsaduu Tolaa Magaalaa Adaamaa jiraatu. Bara haaraa (2014)fi mootummaa Fulbaana 24 bara 2014 hundeeffamu ilaachisuun gaaf deebii torban darbe Gaazexaa... Read more »

“Baga bacaqii gannaa dandamattanii booqaa birraa geessan” – Abbaa Gadaa Goobana Hoolaafi jaarsa biyyaa Damaa Kumaa

Finfinnee: Hawaasni keenya aadaafi safuu gaggaarii barsiifataan qabutti fayyadamuun bara haaraa 2014 simatetti nageenyasaa eeggatee fayyadamuu akka qabu abbaa Gadaa Tuulamaafi barreessaa Gamtaa Abbootii Gadaa Oromoo Goobana Hoolaafi jaarsi biyyaa saba Gaamoo... Read more »