“Qoricha farra aramaa ‘Surestart SE’ fayyadamuun omishtummaa boqqolloo guddisuu keessatti gahee olaanaa qaba” -Qonnaan Bultoota Aanaa Booraa

Baatuu: Kilaastarri boqqolloo galteewwan qonnaa hunda fayyadamuun Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Booraa, Ganda Tuqaa Laangaanoo torban darbe garee gaazexeessitootaa, hoggantoota hojiifi ogeessota qonnaatiin  daaw’atameera. Kilaastaraan qotuun, galteewwan qonnaafi farra aramaa fayyadamuun omishaafi... Read more »

“Hora ja’an Galaan keessaa Horri Finfinnee kan waliigalaati” -Hayyuu Gadaa Tuulamaa Naggasaa Nagawoo

Finfinnee: Gaazexaan Bariisaa Ayyaana Masqalaa, Irreechaafi hundeeffama mootummaa haaraarratti Hayyuu Gadaa Tuulamaa Naggasaa Nagawoo Badhaadhaa wajjin dheengadda ayyaana gaafdeebii bal’aa taasiseera. Gaafdeebicha keessaa qabxiilee muraasa akka armaan gadiitti dhiyeessuu keenya eeraa, guutummaasaatiif... Read more »

Rakkoo nageenyaaa kabaja Ayyaana Irreecha cilee dibaa jiru maqsuun dirqama hundaati

Finfinnee: Akkuma kabajni ayyaana irreechaa guddachaafi bal’achuu jiru sodaan nageenyaa wagga waggaan dabalaa jiru ayyaanicha sadarkaa dhabamsiisuurra waan ga’uuf of eeggannoon taasifamuu akka qabu ibsame. Tibbana wayita mariin Gumii Balal marsaa 12fan... Read more »

Oromiyaatti mootummaa haaraan har’a hundaa’a

Finfinnee: Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa har’a kan hundaa’u yoo ta’u, gaggeessaa miseensota Caffee shanaffaan booda, miseensoonni Caffee 6fa kan simataman ta’u Caffeen Oromiyaa ibse. Akkasumas, moggaasni qaamolee mootummaa sadeenii jechuunis kan seera... Read more »

“Gareen shororkeessaa ABUT obsa sodaa se’ee aangootti deebi’uuf shiraa jira” – Jaal Galaasaa Dilboo

Finfinnee: Gareen shororkeessaa ABUT obsa ummata Itoophiyaa akka sodaatti ilaaluun dabawwan gargaraa raawwachaa jira jedhan Huyyu Dureen duraanii ABO Jaal Galaasaa Dilboo. Jaal Galaasaan daba shororkeessichi biyyarratti raawwataa tureefi jiru ilaalchisuun ibsa... Read more »

“Tumsi dargaggootaa hawaasichaaf dahoo ta’aa jira” -Obbo Alii Mahaammad Bashir

Finfinnee: Badii shororkeessaa ABUTirraa dhufu qolachuuf qophii gahaa gochuusaa Naannoo Amaaraatti bulchiinsi Godina Saba Oromoo beeksise. Ittigaafatamaan Qajeelcha Dhimma Nageenyaa godinichaa Obbo Alii Mahaammad Bashir ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, shororkeessaa ABUT... Read more »

Barriifi mootummaa haaraan seektara fayyaaf…

 “Barri 2014 biyya keenyaaf seenaa ta’a jedheen yaada. Kunis mootummaan ummataan filatame kan itti hundaa’uudha. Mootummaan kunis imaanaa itti kenname fudhachuun fedhii ummataa guutuuf ni hojjeta jedheen yaada. Sadarkaa mootummaan tajaajila itti... Read more »

“Ragaa lafaa sirnaan osoo hinqabatiin waa’ee hannaa dubbachuun rakkisaadha” -Aadde Caaltuu Saanii

Finfinnee: Bara 2014tti ragaa kaadastara lafa magaalaa fooyyessuurratti xiyyeeffatamee kan hojjetamu ta’uu Pirezdaantii Ittaantuun Oromiyaa ibsan. Pirezdaantii Ittaantuufi Qindeessituun Kilaastara Lafa Magaalaa Aadde Caaltuu Saanii gaafdeebii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, qabiinsa ragaa... Read more »

“Daaraa Masqalaa addarra tuqachuun hiika guddaa qaba” -Obbo Dirribii Damisee

Finfinnee: Sirnoonni darban dabareedhaan qabsoo ilmaan cunqurfamootiin dhabamsiifamanis hojmaanni badaa seenaa, aadaafi duudhaalee namaatti abbaa ta’uuf yaaluu calaqqisaa turuu Pirezdaantiin Waldaa Maccaafi Tuulamaa ni dubbatu. Pirezidaantichi Obbo Dirribii Damisee ibsa Roobii darbe... Read more »

Kilaastaraan qotuun omishtummaan keenya dachaan akka dabalu taasiseera” -Qonnaan bultoota Aanaa Loodeefi Heexosaa

Itayya: Kilaastaraan qotuufi galteewwan qonaatti fayyadamuun omishaafi omishtummaan keenya dachaan akka dabalu taasiseera jedhu qonnaan bultoonni Godina Arsii, Aanaa Loodeefi Heexosaa. Kilaasteroonni qamadii aanaalee lamaanitti galteewwan qonnaa fayyadamuun omishaman dheengadda hoggantootaafi ogeessota... Read more »