Oduu Bariisaa
Hawaasaa: Mootummaa haaraa kaleessa Naannoo Sidaamaatti hundaa’een yeroo 2faf pirezdaantii naannichaa ta’uun kan muudaman Obbo Dastaa Lendaamoo, Aadde Faantaayee Kabbadee immoo Afyaa’ii Mana maree ta’uun muudamaniiru. Miseensota Kaabinee 16 ta’an filachuun hojii... Read more »
Finfinnee: Mootummaa haaraan hundeeffamu nageenyaafi dinagdee biyyaarratti fuulleeffachuun hojjechuu qaba jedhan hayyuun siyaasaa Obbo Geetaanah Wuddinah. Hayyichi ibsa addatti torban darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin Itoophiyaatti mootummaa iftaan hundeeffamu dhimmoota guguddoo biyyaarratti fuulleeffate... Read more »
Sirnootni darban ummattoota obbolaa Sidaamaafi Oromoo sababoota garaagaraatiin walirratti kakaasanii waliif diinomsaa turuu kan himan miseensonni kunniin, har’a garuu sadarkaa obbolummaa walii hubachuu bira darbamee ayyaanota waliin kabajuu irra gahamuu ibsu. Waggoota... Read more »
Oromiyaa “Bakka kanatti muudamuukoof gammachuufi kabaja guddaatu natti dhaga’ama. Ittigaafatama naa kennameenis ummatakoo tajaajiluuf akkasumas jijjiirama qabatamaa jireenya ummataarratti fiduuf humnaafi dandeettiin qabuun halkanii guyyaa boqonnaa malee hojjechuuf qophaa’eera. Hundaa ol amaanaafi... Read more »
“Ani ijoollummaa kiyyarraa eegaleen qabsoo keessa ture. Kanaaf muudama argadhetti gammadeera. Akkuma Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad, dhaabbilee morkattootaa filannoo yeroo darbee keessatti qooda fudhatanii yoo mul’achuullee dadhaban mootummaa waliin ijaaruu keessatti... Read more »
Finfinnee: Ummanni Oromoo saba qaroominoota guguddoo addunyaaf gumaacheedha. Qaroomina guguddoo Oromoon addunyaaf badhaase keessaa tokko Sirini Gadaa isa olaanaadha. Sirni guddaan Oromoon kalaqee ittiin of bulchaa ture kun duudhaaleefi jaarmiyaalee guguddoo of... Read more »
Finfinnee: “Namni Irreecha beeku Nagaa lallaba; jaalalaafi tokkummaa, waltumsaafi obbolummaa utuba. Irreessi irreedha. Irreen jabaadha. Irreen tokkummaadha; tokkummaan humna” jedhan Ministirri Muummee Ahiyyi Ahmad ergaa ergaa Irreecha ilaachisuun kaleessa dabarsisaniin. Biyyi keenya... Read more »
Naqamtee/Dabrabirihaan: Dhaabbanni Itiyoo Telekoom umriisaa waggaa 127 keessatti teknolojii dijitaalaa babal’isuun addunyaa waliin tarkaanfachuuf sochii taasisaa kan tureen sadarkaa jajjabeessaarra ga’eera. Yeroo ammaas rakkoo addaan ciccituu sagaleefi harkifannaa intarneetii furuuf teknolojii dijitaalaa... Read more »
Finfinnee: Adeemsa dippiloomaasii ammayyeessuun gidduseentummaa biyyootaa qolachuun kan danda’amu ta’uu hayyuun siyaasaa ibsan. Hayyuun siyaasaa Obbo Geetaanah Wuddinah ibsa torban darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin Itoophiyaan waraana ishee mudaterratti duulaa jiraachuufi jiraachuu dhabuurratti... Read more »
• “Fayidaa ummataafi biyyaa dursuu qabdu” – Doktar Baay’isaa Lataa Jimma: Maqaa masoo ‘We are in the community’ ykn Afaan Oromootiin ‘nuti hawaasa keessa jirra’ hiikaa jedhu qabuun beekama. Dhugumammoo akkuma maqaasaa... Read more »