“Tarkaanfiin kaampaanichi fudhate hammeenyummaa Shanee caalaatti kan mirkaneessuudha” Yaareed Tashoomaa (PhD)

Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Kaleessa oduun “Miidiyaan hawaasaa guddichi, Feesbuukiin Shanee (qaama ‘Waraana Bilisummaa Oromoo’ jedhee of waamu) tarree dhaabbileefi namoota hamoo jala waan galcheef guutummaatti Feesbuukiitti fayyadamuu akka hindandeenye ugguruu hime.  Dubbii... Read more »

“Qabsoon Shanee kan baricha giddugaleeffate miti” – Hayyoota seeraa

Finfinnee: Qabsoon hidhannoo shororkeessaa Shaneen gaggeessaa jiru kan baricha giddugaleeffate akka hintaane hayyoon seeraa ibsan. Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaan seeraa Obbo Charinnat Hordofaafi ogeessa seeraafi abukaatoo Wandimmuu Ibsaa ibsa dhimma kanarratti Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Oromiyarra darbee naannolee ollaa barsiisaa kan jiru; Yunvarsiitii Naannoo Oromiyaa

Baatuu: Dandeettii raawwachiisummaa hojjattootaafi gaggeessitoota naannoo Oromiyaa cimsuuf yaadamee kan hundeeffame Kolloojjiin Paablik Saarviisii Oromiyaa kaleessaafi Yunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa har’aa erga hundaa’ee kaasee hanga maatti barattoota kuma 52 ol ta’an barsiisee eebbisiisuu... Read more »

Kolleejjiin Barsiisotaa Oromiyaa muummee ispeeshaalaayzeeshiniitti hiramee leenjisuufi

Finfinnee: Kolleejjiin Barsiisota Oromiyaa kanaan dura barattoota simachuun ogummaa barsiisummaa waliigalaan leenjisaa kan ture yoo ta’u, yeroo ammaattimmoo muummee ispeeshaalaayzeeshinii ramadameefii tokkoon barattoota simatee leenjii kennuu kan eegalu ta’uu Hoogganaa Ittaanaan BBO... Read more »

Kitaabonni Godaannisaafi Gurraacha Abbayyaa boru eebbifamu

Finfinnee: Kitaabonni Godaannisaafi Gurraacha Abbayyaa jedhaman kan Obbo Dhaabaa Wayyeessaatiin (Namoo Daandii) barreeffaman boru sa’aatii 7:00tti irratti Giddugala Aadaa Oromootti akka eebbifaman ibsame. Daarektarri Maaneejiingii Saandiskiraayib Kominikeeshninsi akkasumas biyya keessatti maxxansiisaafi raabsaan... Read more »

“Bona baranaatti qamadii hektaarri kuma 400 ol jallisiidhaan ni omishama” – Obbo Garmaamee Gaarumaa

Finfinnee: Tibba bonaa baranaatti omishni qamadii hektaara kuma 400 caalu jallisiidhaan akka omishamu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti daayireektarri olaanaa ekisteenshinii qonnaa Obbo Garmaamee Gaarumaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiif kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

“Godinnichatti sochiin shanee sadarkaa yaaddessaarra hinjiru’’ -Bulchiinsa Godina Gujii Lixaa

Finfinne: Haala qabatamaa amma jiruun tarkaanfii qindaa’aa ummataafi humnoota nageenyaatiin fudhatamaa jiruun sochiin gareen shororkeessaa shanee godina Gujii Lixaa keessatti taasiisaa jiru sadarkaa yaaddeessaarra akka hin jirre Bulchaan Godinichaa Obbo Jambaree Abbabaa... Read more »

Daaw’annaa misoomaa qonnaa; handhuura qonna biyyattiitti

Finfinnee: Qamadii kilaastaraa Heexoosaa hanga mana barnoota bultii Addaa Dodolaatti, omisha boloqqee Shaashamannee hanga paappaayyaa Maqiitti godinalee Arsii, Arsii Lixaafi Shwaa Bahaa guyyoota sadeen darbanitti keessummoota guguddoon daaw’atamaniiru. Daaw’annaan ministira Muummeen Doktar... Read more »

Jiraattonni Kiiramuu nageenyi keenya eegamuu qaba jedhu

Finfinnee: Fulbaana 30 bara 2014 Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuu, Ganda Haarootti miidhaa lubbuu namaafi qabeenyarra gaheen ilaalchisee qoondaalonni mootummaa, dhalattoonni naannawichaafi sababa kanaan kanneen buqqa’an yaada qaban ibsu. Aanichatti jiraataan ganda... Read more »

Godina Booranaatti dhiyeessii nyaata looniitiif qarshiin miliyoonni 30 ramadamee hojjetamaa jira

Finfinnee: Hanqina nyaataa beeyilada Godina Booranaa muudate furuuf Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Oromiyaa (BMNO) qarshii miliyoona 30 ramaduu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Obbo Garramawu Oliiqaa ibsa dheengaddaa Gaazexaa... Read more »