“Garaagartee mariidhaan hiikuun ammayyuummaadha” – Obbo Daanyaachew Tolasaa

Fiqaaduu Dheeressaatiin Finfinnee: Garaagarummaa qaamolee lama gidduu jiru mariidhaan hiikuun amala namoota ammayyuummaa qabanii akka ta’e Yunivarsitii Wallootti Barsiisaan Seenaa Daanyaachew Tolasaa dubbatan. Barsiisaa Daanyaachew ibsa addatti Gaazeexaa Bariisaatiif kennaniin, seenaa keessatti... Read more »

Mariin biyyaalessaa aadaa kennanii fudhachuu giddugaleeffachuun gaggeeffamuu akka qabu ibsame

Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Mariin biyyaalessaa baatii Sadaasaa keessa gaggeeffamuu garaagarummaa ilaalchotaa gama seenaafi siyaasaan yeroo dheeraaf biyyattii keessa turanii gara waliigaluutti fiduuf aadaa kennanii fudhachuu giddugaleeffachuun geggeessuu akka qaban hayyoonni ibsan. Yunvarsiitii... Read more »

Haleellaa nurratti baname qolachuuf furmaanni gurmaa’uudha

Riippoortara gaazexichaatiin Haleellaa nurratti baname qolachuuf furmaanni gurmaa’uudha jedhe Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa. Torban darberraa kaasee gareen shororkeessaa ABUT humna qabu hundatti fayyadamuun naannolee Amaaraafi Affaarirratti haleellaa raawwachuun ibsameera. Haleellaa kanaanis lammiilee nagaa... Read more »

Mariin waliigaltee biyyaalessaa Sadaasa 15 kaasee gaggeeffama

Rippoortara gaazexichaatiin Finfnnee: Mariin waliigaltee biyyaalessaa Sadaasa 15 bara 2014 irraa kaasee adeemsifamu miira waldhiibuu, walyakkuufi walsakaaluu dhabamsiisuun waloofi tokkummaan biyyattii ijaaruun jijjiirama fiduuf haala mijataa kan uumu ta’uu Walittiqabduun Mana Marii... Read more »

“Haleellaan saayibarii eeggannoo namoota maraan qolatama” – Ogeessa Sarvarii

Sinqinash Alamuufi Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Haleellaa saayibarii qolachuuf nama dhuunfaa hanga dhaabbilee gurguddootti eeggannoo barbaachisu taasisuun barbaachisaa akka ta’e Ogeessi Sarvarii Obbo Faaris Mahammad ibsan. Obbo Faaris ibsa dheengaddaa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

“Mootummaan hawaasaaf ragaa waytaawaa kennuun olola shororkeessitootaa fashaleessuu qaba” Obbo Charinnat Hordofaa

Fiqaaduu Dheeressaatiin Finfinnee: Mootummaan hawaasaaf ragaa waytaawaa kennuun olola shororkeessitootaa fashaleessuu qaba jechuun Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaan seeraa Obbo Charinnat Hordofaa dubbatan. Obbo Charinnat ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatiif kennaniin, mootummaan haala nageenyaafi... Read more »

“Duulli talaallii kun pooliyoo isa dhumaa ta’uu qaba” Obbo Darajjee Abdannaa

Saamraawiit Girmatiin  Vaayirasiin pooliyoo daa’imman waggaa shanii gadii hubuun kan laamsheessuufi omishtummaasaaniitti gufuu kan ta’udha. Dhibeen kun waggoota dheeraaf mata dhukkubbii biyyootaafi mootummaata addunyaa ta’ee turuus hojii bal’aa hojjetameen biyyoota hedduu keessaa... Read more »

Afrikaanoti aadaasaanii gara bizinasiitti jijjiiruun gudduseenummaa alaa akka ittisan ibsame

Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Afrikaanoti aadaa, aartiifi hambaaleesaanii waliin ta’uun gara bizinasiitti jijjiiruun dinagdeesaanii cimsachuun gidduseenummaa alaa ittisuuf gumaacha qaba jechuun Komiishiniin Tuzirimiifi investimantii Oromiyaa sagantaa Selebireetii Afrikaarratti beeksise. Komishinichatti dursaan garee turizimii... Read more »

“Hawaasaafi mootummaa gidduutti riqicha taanee tajaajiluuf qophiidha” Doktar Laggasaa Tulluu

Fiqaaduu Dheeressaatiin Finfinnee: Hawaasaafi mootummaa gidduutti riqicha taanee tajaajiluuf qophiidha jechuun Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Doktar Laggasaa Tulluu ibsan. Ministirichi qophaa’ummaafi kutattummaa kallattii hojii mootummaa haaraan kaa’e milkeessuuf qaban ilaalchisee ibsa addatti... Read more »

“Jiraattota godinichaa hanqina nyaataatiin miidhaman deeggarsi dhaqqabaa jira’’ Bulchaa Godina Booranaa

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Jiraattonni Godina Booranaa sababa dhabamuu rooba gannaatiin hanqina nyaataatiif saaxilaman deeggaramaa jiraachuu Bulchaan Godina Booranaa Obbo Jaarsoo Boruu ibsan. Bulchichi ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, jiruufi jireenyi... Read more »