Oduu Bariisaa
Finfinnee: Nannoo Affaaritti calalliin ajandaa marii biyyaalessaa Fulbaana 21-27 bara 2017tti akka gaggeeffamu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinichatti ogeessa olaanaa hordoffiifi madaallii karooraa Obbo Gizaachoo Maaruu Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti,... Read more »
Finfinnee: Ummata Oromoo biratti Waqtiin Gannaa dukkanaafi rakkinatti fakkeeffama waan ta’eef bari’uun Birraa miira gammachuudhaan eegama. Waqtiin Birraa yeroo itti walargan, yeroo midhaan ganna faca’e daraaree itti mul’atuufi yeroo dacheen magariisa uffattee... Read more »
Finfinnee: Omisha bara 2016/17 sanyiin uwwifame keessaa hektaarri miliyoona 9.4 marsaa lammaffaaf aramamee kunuunfamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse. Hektaara kuma 195fi 143 irratti waagiin mul’ate biifaa keemikaalaa geggeeffameen dhibbaan 97 to’annoo... Read more »
Finfinnee; Irreechi Oromiyaafi Oromiyaan alatti hanga Onkololeessa 30tti kan kabajamu ta’uu Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo beeksise. Gumichi ibsa Kamisa darbe miidiyaaleef kenneen akka beeksisetti, Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 25, Hora Harsadeetti Fulbaana... Read more »
Adaamaa: Barataa Raajii Tasfaayee Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Warra Jaarsoo, Ganda Awwaaree Goljeetti dhalatee guddate. Kutaa 4ffaarraa kaasee hanga 12ffaatti sadarkaa 1ffaa bahaa kan ture yoo ta’u, qormaata kutaa 12ffaa bara 2016n... Read more »
Finfinnee: Wiirtuuleen Aadaa Oromoo Magaalaa Finfinneetti ijaaramaa jiran Aadaa ummata Oromoo Finfinneetti deebisuuf gahee guddaa taphachuu kan danda’an ta’uu Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Misooma Sona Aadaa, Afaaniifi Hambaa Obbo... Read more »
Finfinnee: Ummatni malkaa Irreechaa bu’uu dura uumaafi uumamatti araaramuun jaalala dhugaa manasaa irraa eegaluu akka qabu Abbootiin Gadaa hubachiisan. Abbootiin Gadaa tibbana Gaazeexaa Bariisaaf yaada kennan, Irreechi araara, nageenyaafi jaalala waan ta’eef... Read more »
Finfinnee: Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad ergaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun dheengadda dabarsaniin “Ijoollee keenyatti hiika amantaafi aadaa damaraa agarsiisuutti dabalee, nuti Itoophiyaanonni yoo ida’amne akka damaraa cimneefi ifnee mul’anna” jedhan. Damaraan... Read more »
Finfinnee: Ayyaanni Masqalaa ayyaana nagaa, jaalalaafi tokkummaa agarsiisuun ayyaaneeffamu ta’uu Paatiriyaarkiin Batasakaana Ortodoksii Itoophiyaa Abuna Maatiyaas ibsan. Ayyaana Damaraa Masqalaa Kamisa darbe Finfinnee, Addababa’ii Masqalaatti kabajamerratti ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.... Read more »
Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti horsiise bultoonni fayyadamtoota inshuraansii beelladaa akka ta’an hojjetama jiraachuu Biiroon Misooma Jallisiifi Horsiise Bulaa Naannichaa beeksise. Hogganaa ittaanaan biirichaa Obbo Roobaa Turcee akka himanitti, horsiisee bulaan naannichaa rakkoo sababa... Read more »