Oduu Bariisaa
Finfinnee: Abukaatoon seeraa Obbo Gizawu Kabbadaa labsiin yeroo hatattamaa kan manni marii Bakka Bu’oota Uummataa dheengadda mirkaneesse balaa biyya Itoophiyaarratti biyya keessas ta’e biyya alaarraa irratti akeekame qolachuuf iddoo olaanaa qaba jedhan.... Read more »
“ Lammiileen hundi Humna Itoophiyaa diiguuf ka’e irree gamtoomeen ofirraa qolachuu qabu” -Letanaal Jeneraal Baacaa Dabalee Finfinnee: Gootummaa Abbootii irra deebi’uun humna shororkeessaa barbadeessuun dhaloota ammaarraa akka eegamu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee... Read more »
Finfinnee: Qooda fudhattoonni waraana garee shororkeessaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) hunduu sarbama mirgoota namooma idil-addunyaa yakka waraanaafi yakka namoomarratti raawwatamu raawwachuusaanii gabaasni Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaafi Waajjirri Mootumoota Gamtoomanii ibse. Gabaasichi... Read more »
Finfinnee: Ajjeechaan gara jabinaa waggaa darbe Onokoloolessa 24 miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa ajaja Kaabaarratti raawwatame isaan qofarratti osoo hintaane Itoophiyaarratti kan raawwatame ta’uu Ministirri Muummee Itoophiyaa ibsan. Ministirri Muummichaa Doktar Abiyyi Ahimad... Read more »
Rippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatti qopheessaa olaanaa kan ture Gaazexeessaa Alaazaar Shifarraawu kaleessa ganama addunyaa kanarraa du’aan boqote. Gaazexeessaa Alaazaar, Mudde 1 bara 2002 irraa eegalee hanga addunyaa kanarraa du’aan boqotetti,... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraanarratti hirmaachisaa jiraachuusaa kan himtu Karin Bas, naannoo Amaaraa keessaa gadi lakkisee akka bahus gaafatteerti. Karin kana kan himan gareen dhimma alaa mana marichaa HR... Read more »
Rippoortara Gaazexaatiin Finfinnee: Humni Xiyyaara Itoophiyaa iddoowwan filatamoo humnoonni shororkeessaa ABUT itti leenji’aniifi meeshaaleen waraanaa itti suphaman filuun haleellaa cimaa fudhachaa jira. Wiirtuuleen haleellaan humna xiyyaaraa irratti fudhatamaa jiran kunneen bakkeewwan leenjii... Read more »
“Mariin biyyaaleessaa adeemsifamuuf jedhu ummattoota kallattiitokko qabsiisuuf taanaan bareedaadha” – Jaal Toleeraa Adabaa Natsaannat Taaddasaafi Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: “Mootummaan waliigaltee biyyaalessaa adeemsifamuuf jedhurratti hirmaachuu malee hogganuu hinqabu. Mootummaan waliigaltecha kan hoogganu taanaan... Read more »
Gammachuu Kadiriin Finfinnee: Guddina dinagdee amansiisaa mirkaneessuufi sirna qusannaa ammayyaawaa diriirsuun humna faayinaasii qonnaan bultootaafi horsiifatee bultootaa cimsuu irratti xiyyeeffatee hojjechaa akka jiru Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa beeekise. Pirezdaantii Ittaanaafi Hogganaan Faayinaansiifi... Read more »
Fiqaaduu Dheeressaattiin Finfinnee: Weerara shororkeessichaa qolachuuf hawaasni Dahoo isaa mirkaneessaa jira jechuun Bulchaan olaanaa Bulchinsa Saba Oromoo obbo Ahimad Hasan dubbatan. Obbo Ahimad addatti Dhaabbata pireesii Itoophiyaaf yaaada kennaniin, gareen shororkeessaa Adda... Read more »