Oduu Bariisaa
Finfinnee: Gocha shororkeessaafi ergamtootasaa barbadeessuuf hawaasa du’aa lolu malee buqqa’ee diinatti dabarsee biyya kan laatu akka hin jirre Motummaa naannoo Amaaraatti, Bulchaa Godina Saba Oromoo beeksiisan. Naannichatti Bulchaan Godina Saba Oromoo Obbo... Read more »
“Hiriirri tibbanaa gocha badii murni ABUT kaayyeeffatee kan fashaleessedha” – Obbo Haayiluu Addunyaa
Finfinnee: Hiriirri tibbanaa naannoo Oromiyaatti taasifame gocha badii murni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (ABUT) kaayyeeffatee ka’e kan jalaa fashaleesse ta’uu Ittigaafatamaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ibsan. Ittigaafatamaan biirichaa Obbo... Read more »
Finfinnee: Wayyaaneen silmii dhiiga dhugee akka malee dhiita’eefi qabsoo qeerroofi qarree Oromootiin sa’attii irraa buqqifamee lafatti darbatamee tureefi yeroo ammaa immoo lafa irratti darbatame sanarraa ka’uudhaan sa’attii irratti deebi’uuf tattaafachaa jiru ta’uu... Read more »
Finfinnee: Waraana amma keessa jirruf bu’urri rasaasa otoo hintaane oduu sobaa ta’u Ministirri Muummee Itoophiyaa ibsan. Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad sagantaa “Addis Wag, mata duree Waamicha birmadummaafi duula biyya baraaruu” jedhuun... Read more »
Finfinnee: Rakkoo hanqina nyaataa sababa hir’ina rooba gannaan godina Booranaa mudateen namaafi loon miidhama garagaraaf saaxilamuun cinaatti bineensonni daggalaas balaarra jiraachuu Bulchaan Godina Booranaa ibsan. Bulchaan Godina Booranaa Obbo Jaarsoo Booru ibsa... Read more »
Finfinnee: Baankiin Daashin tajaajila baankii dijitaalaa kennuu yeroo yeroon fooyyeessaa kan jiru ta’uufi dheengaddarraa kaasees kaardii maamiltoonnisaa sirna bittaafi gurgurtaa ittiin adeemsifachuu danda’an ‘American Express’ jedhamu eegaluusaa iftoomse. Raawwachiisaan Hojii baankichaa Obbo... Read more »
Mojoo: Itoophiyaa keessatti omishni biiraa gosa garaa garaafi waggoota dheeraa laakkoofsisan kan jiran ta’us, hundisaanii kan moggaafaman garuu afaan Amaariffaa ykn Ingiliffaatiini. Moggaasa qofaa osoo hintaane qaruuraa qabiyyee biiraa sanaa ibsurratti barreeffamni... Read more »
Finfinnee: Mootummaan meeshaalee bu’uuraa qaraxaan ala akka galan eeyyame turuu waan danda’aniif qaala’iinsa gatiif furmaata hatattamaa akka hinfidne hayyuun dinagdee dubbatan. Hayyuun dinagdee, Doktar Guutuun addatti dhaabbata pireesii Itoophiyaaf yaada kennaniin, qaala’insa... Read more »
Finfinnee: Gocha gara jabainaa shororkeessaan ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti Onkoloolessaa 24 bara 2013 raawwaatte ajjeechaa jumlaa Naaziin raawwaaterraa addummaa hinqabu jedhu Meejar Jeneraal Mardaasaa Leellisaa. Qondaala waraana Itiyoophiyaa duraanii Meejer Jeneraal Mardaasaan... Read more »
Finfinnee : Hawaasni murna shororkeessaa ABUT Onkoloolessa 24 bara 2013 Raayyaa Ittisa Biyyaarratti gocha gara jabinaa hamaa raawwate barbadeessuuf yeroo kamiyyuu caalaa tokkummaasaa cimsachuun ka’uusaa mootummaa naannoo Oromiyaa beekisise. Gochi gara jabinaa... Read more »